Hurumu Betel Mekane Iyesus Onesmos Church

  • Home
  • Hurumu Betel Mekane Iyesus Onesmos Church

Hurumu Betel Mekane Iyesus Onesmos Church Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hurumu Betel Mekane Iyesus Onesmos Church, Religious organisation, Mettu, Ethiopia, .

Page WKWWBMY Onesmos Hurrumuu kana irratti Lallabaa Wangeelaa qophii waldaa keessaa sagantaa dargaggootaa Faarfannaa Worship diraamaa qoosaa gara garaa kan ittin siniif darbuudha nu hordofaa

Global_Onesmos_Day  Nuyi garuu, Kristos isa fannifame in lallabna                            1Qor 1:23  AGAPE Walda meka...
17/06/2025

Global_Onesmos_Day

Nuyi garuu, Kristos isa fannifame in lallabna
1Qor 1:23

AGAPE
Walda mekane Yesus Onesmos Hurumu waaree booda sa'aatii 7:00

Qophiin keenya
✓ Tiyaatira
✓ waaqeffannaa
✓ kerogiraafii
✓ discussion
✓ presentation

2 Days Left
26/08/2022

2 Days Left

Guddaa dhufu waldaa Onesmoositti hin hafaamu Kottaa wali wajjiin Waaqayyoon ni Waaqeeffanna!OBBOLUMMAA
25/08/2022

Guddaa dhufu waldaa Onesmoositti hin hafaamu
Kottaa wali wajjiin Waaqayyoon ni Waaqeeffanna!
OBBOLUMMAA

Kottaa walii wajjiin Waaqayyoon waaqeeffannaSagantaa Waaqeeffannaa isiniif qopheessaa waan jirruuf hundumti keessan irra...
25/08/2022

Kottaa walii wajjiin Waaqayyoon waaqeeffanna
Sagantaa Waaqeeffannaa isiniif qopheessaa waan jirruuf hundumti keessan irratti nuuf argama

Kottaa wali wajjiin Waaqayyoon ni Waaqeeffanna!Qophii addaa mata dure ''OBBOLUMMAA'' jedhuun Garee Worship Waldaa Onesmo...
24/08/2022

Kottaa wali wajjiin Waaqayyoon ni Waaqeeffanna!
Qophii addaa mata dure ''OBBOLUMMAA'' jedhuun Garee Worship Waldaa Onesmoosin isiniif qophaa'e jira.
Sagantaa keenya xumurree isin eegaa jiirra.
Yeroo waaqeeffanna yeroo barumsaa yeroo kadhataa heddu qabannee gara keessanitti dhiyeessuuf guyyoota muraasatu nu hafe
Hundi keessan Affeeramtanitti
Guddaa dhufu waaree booda sa'ati 8:30tti Hafuun hin danda'amu

24/08/2022

“Iji Waaqayyoo gara warra qajeelotaa in ilaala, gurri isaas gara iyya isaanii in dhaggeeffata.”
Far. 34:15

16/08/2018

Sanbata guddaa gaafa 13/12/2010 qophii dargaggoota qophaa'e irratti akka argamtan isin Affeeraa qophi keenya irratti sagaleen waaqayyoo in barsiifamaa diraaman haafuuraa baacoon wantoonni nama bashannansiisan hedduun qophaa'ani jiru. Isinis dargaggoonni guyyaa kana irratti hiriyoota keessa affeertani ebbaa kana irraa akka qooddattan isin affeerreerra. Qophiin kun kan isiniif qophaa'e koree dargaggoo waldaa keenyaa fi ijoollota waaqayyoo dibee nuuf kaase Aartii keessa kan jiranin ta'a.

y Onesmos agelgayoch isti barkuachew
20/06/2017

y Onesmos agelgayoch isti barkuachew

Sound system & Technician Ámê
02/05/2017

Sound system & Technician Ámê

Keybordist & worshipper Take Samy Bari
02/05/2017

Keybordist & worshipper Take Samy Bari

Worship Naty & Tariku
02/05/2017

Worship Naty & Tariku

Address

Mettu, Ethiopia

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hurumu Betel Mekane Iyesus Onesmos Church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship?

Share