30/08/2024
Waaqayyo gooftaan maccaa kunoo ani ergamaa koo isa karaa anaaf qopheessuu of dura nan erga dingatas gooftichi inni isin barbaaddan sun gara mana qulqullummaa isaa hin dhufa..Mil.3:1
Shalom Nagaan Waaqayyoo Hunduma keessaniif haa ta'u yoo fedhaaf Jaalala waaqayyoo Ta'ee Dilbata Dhufuu Guyyaa Guutuu Sagantaa Guddaa Qopheessinee jirra! kanaaf Saganticha irratti hirmaadhaatii itti eebbifamaa WAAQAYYOYYO GAAFFII DHALOOTAA HIN DEEBISA