Miidiyaa Ergama Guddichaa/MEG

Miidiyaa Ergama Guddichaa/MEG Wangeela Kiristoos dhugaa barsiisuu, jajjabeessuu fi gara jireenya hafuuraa geessuuf hojjenna. https://www.youtube.com/-

Sagantaalee:
– Barnoota Wangeelaa
– Kadhannaa
– Faarfannaa
– Qajeelfama hafuuraa
– Sagantaalee dargaggootaa fi maatii.

28/08/2026
Osoo barri 2018 kan keessaa hin bahin Eebbi kun si argaatu.🌹Lalisii margi 🌹Bu'aa kee argi🌹Gufattee hin cabin🌹Hawwitee hi...
28/08/2026

Osoo barri 2018 kan keessaa hin bahin Eebbi kun si argaatu.
🌹Lalisii margi
🌹Bu'aa kee argi
🌹Gufattee hin cabin
🌹Hawwitee hin dhabin
🌹Dhabdee hin rakkatin
🌹Yaadee hin hanqatin
🌹Hojjattee hin kasaarin
🌹Dallantee hin aariin
🌹Jiruu keef hin gaddin
🌹Galma keef hin shakkin
🌹Sammuun kee hin dhiphatin
🌹Onneen kee hin rifatin
🌹Arrabni kee damma
🌹Garaan kee gamna
🌹Sammuu keef beekumsa
🌹Qaama keef eegumsa
Eebba kana Ameen💖💝💖💝💖💝💖💝❤️‍🔥💝❤️‍🔥💔❤️‍🔥💔🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏!!!! Jedhii .

Maqaa yesuusin balbalii har'a sif haa banamuu amen🙏wangeelli jireenya jedhi kaa
28/08/2026

Maqaa yesuusin balbalii har'a sif haa banamuu amen🙏
wangeelli jireenya jedhi kaa

28/08/2026

Singer Dawit Girma

28/08/2026

Guyo Tadho
Jibaadhuu lakkii

28/08/2026

Dhugeefadhii 👂👂👀

28/08/2026

Ameeeen 🙏

Address

Konso
00000

Telephone

+251977819731

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Miidiyaa Ergama Guddichaa/MEG posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Miidiyaa Ergama Guddichaa/MEG:

Shortcuts

Share