Majlisa Godina Saba Oromoo - የኦሮሞ ብሔረሰብ ዞን መጅሊስ

  • Home
  • Ethiopia
  • Kemise
  • Majlisa Godina Saba Oromoo - የኦሮሞ ብሔረሰብ ዞን መጅሊስ

Majlisa Godina Saba Oromoo - የኦሮሞ ብሔረሰብ ዞን መጅሊስ Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Godina Saba Oromoo
የኦሮሞ ብሔረሰብ ዞን እስልምና ጉዳዮች ም/ቤት

بسم الله الرحمن الرحيم Guyyaa Har'aa 04/12/2018 Marii Majlisni Godinaa Hawaasa Aanaa Jiille Dhummuugaa fi Bulchiinsa Mag...
10/08/2026

بسم الله الرحمن الرحيم
Guyyaa Har'aa 04/12/2018
Marii Majlisni Godinaa Hawaasa Aanaa Jiille Dhummuugaa fi Bulchiinsa Magaalaa Sanbatee Waliin Taasisaa jiru Suuraadhaan.
በዛሬው ዕለት 04/12/2018
የዞን መጅሊስ ከጅሌ ጥሙጋ ወረዳና ሰንበቴ ከተማ አስተዳደር ማህበረሰብ ጋር የተደረገ ውይይት በፎቶ

Asselaamuu aleykum weraahmetullaahi weberekaathuAkkuma beekamu m/m/dh/i/m/kamisee guyyaa harraa 02/09/2018 qajeelfama ma...
10/05/2026

Asselaamuu aleykum weraahmetullaahi weberekaathu
Akkuma beekamu m/m/dh/i/m/kamisee guyyaa harraa 02/09/2018 qajeelfama mana maree dhimmota Islamummaa olaanaa naannoon amaaraa erge irratti hundaa'un hoggantoota majlisa gandaa hundessee waliin marii gaggasudhaan gara fulduraatii ciminaan hojjachudhaaf wali gala ni jiru.

የከሚሴ ከተማ እስ/ጉ/ም/ቤት በዛሬው እለት ማለትም በ 02-09-18 ከክልል እስ/ጉ/ም/ቤት በተላከው መመሪያ ላይ በመመስረት እስከዛሬ ሲያደራጇቸው ከቆዩት የቀበሌ መጅሊስ አመራር ጋር ሰፊ ውይይት በማድረግ ወደፊት በትጋት አብረው ለመስራት ተስማምተዋል።

05/03/2026

Bismillahi arrehmaani arrehim
Akkuma beekamu gidduu kana masjidoota godina keenya keessatti argaman irratti kaffaltiin miseensummaa raawwatamaa akka jiru waan beekamuu dha. Akka odeeffannoo argannettii raawwiin kaffaltii miseensummaa kanaa aanaa irraa aanaattii garaagarummaa xiqqoo qaba. Aanaan tokko tokkoo haala gaariin yommuu adeemsiisu aanaa tokko tokko irratti ammo gara boodaa jechuun ni mullata. Kunis “kaffaltii miseensummaa”n maal akka ta’ee hubanno dhabuu irraa kan ka’ee ta’uun isaa beekamaa dha. Inshaa Allaah gargaarsa rabbitiin “kaffaltiin miseensummaa” maal akka ta’ee, akkamittii akka raawwatamuu fi maaliif akka barbaadamee kutaa kutaa dhaan isiiniif ibsuu yaalla.
Kuutaa 1ffaa
Kaffaltiin miseensummaa maalii ?
Kaffaltiin miseensummaa kaffaltii hawaasnii muslimaa muslima ta’uu isaatiin qofa kaffaludha. Kana jechuun akkuma namnii tokkoo ibsaa fayyadamneef kaffaluu, bishaan fayyadamneef kaffallu hunda tajaajila islaama irraa argatuf kaffaluu jechudha.
Islaamummaadhaaf kaffaluun waan amma jalqabamee mitii. Namootnii tokko tokkoo kaffaltii kana kafaaluun waan amma jalqabamee itti fakkaata. Yeroo ammaa bakka tokko tokkoo irrattis kaffaltiin kun yommuu sassaabamu wanni rakisaa jiruu ilaalcha akkasi kana dha. Dhugaan seenaa islaamaa keessa jiruu garuu faallaa kanaatii. Zamana suhaabootaa qabeenyaa isaanii irraa qabee hanga lubbuu isaanitii amantii islaamaa kanaaf kaffalaniru. Yeroo sana islaamummaan waan isaaf kaffalameef humna faayinaansii/maallaqaa guddaa qabaachuudhaan sadarkaa olaanaarra gahee turee. Kanaaf kaffaltiin miseensummaa namoota kaffaluu dandaa’aniif kaffaltii dirqamaa muslima tokko irraa egamudha jechudha. Islaamummaan isaaf hin kaffalamnee jijjirama hin fiduu.
Kutaan 2ffaa ittifufaa……

ALLAAHU AKBAR! ALLAAHU AKBAR! ALLAAHU AKBAR! Jiraattootnii magaalaa kamisee masjidoota magaalattii keessattii argaman ir...
05/03/2026

ALLAAHU AKBAR! ALLAAHU AKBAR! ALLAAHU AKBAR!
Jiraattootnii magaalaa kamisee masjidoota magaalattii keessattii argaman irraattii kaffaltii miseensummaa nagaadhaan sassaabaa jiraachu isaanii mirkaneffanne jirra. Suuraan gaditti argitan kun masjida DAWWEE ti.

አላሁ አክበር! አላሁ አክበር!! አላሁ አክበር!!
የከሚሴ ከተማ ነዋሪዎች በከተማይቱ ውስጥ በሚገኙ መስጂዶች ላይ የአባልነት ክፍያ በተጠናክውረ ሁኔታ እያካሄዱ መሆናቸውን አረጋግጠናል። ከዚህ ብታች የምታዩት ምስል የደወይ መስጂድ ነው።

05/03/2026

ቢስሚላሂ አረህማኒ አረሂም
የተከበራችሁ የዞናችን ሙሰሊም ማህበረሰብ እንደሚታወቀው የኦሮሞ ዞን እስልምና ጉዳዮች ምክር ቤት ከሙሰሊሙ ማህበረሰብ የአባልነት ክፍያ ለመሰብሰብ በክልሉ የእስልምና ጉዳዮች ምክር ቤት ፕረዘዳንት ሸህ ኑረዲን ቃሲም በኩል መልክቱን አስተላልፏል፡፡ በዚሁ በተሰጠው አቅጣጫ መሰረት የወረዳ መጅሊስ ተወካዮችም የአባልነት መሰብሰቢያ ደረሰኝ ከዞን መጅሊስ ተረክበው ወደ ስራ ገብተዋል፡፡ ይህ ከአባላት የሚሰበሰብ ገንዘብ ለምን አላማ እንደሚውል የእቀድ አዘጋጅ ኮሚቴው በደንብ ለወረዳ መጅሊስ አመራሮች ግንዛቤ አስጨብጦ ተስማምተውበት ባፋጣኝ ወደ ስራ እንዲገባ ተደርጓል፡፡
ስለዚህ የዞናችን ሙስሊም ነዋሪዎች በሙሉ ከዚህ በፊት ለህዝባዊ ምርጫው በቆራጥነት ተሳትፎ እንዳደረጋችሁት ሁሉ አሁንም በአባልነት ክፍያው ላይ በመሳተፍ ህዝበ ሙስሊሙን በተገቢው የሚያገለግል ተቋም እንገንባ እንላለን፡፡

05/03/2026

Bismillaahi arrahmaani arrahiim
Kabajamtoota muslimoota godina Keenyaa akkuma beekkamu majlisni godina keenyaa kaffaltii miseensummaa ummata muslimaa hunda irraa sassaabuuf karaa bakka bu'aan majlisa naannoo sheh Nuuraddiin qaasimiin ergaa dabarsee jira. Kallattima kenname sanaan majlisootni aanaa godina dhufanii nagahee ittiin maallaqa sassaaban majlisa irraa fudhachun gara hojii seenanii jiru. Màallaqni sassaabamu kun tajaajila maliif akka oluu koreen qopheesituu karooraa sirriitti bakka bu'oota majlisaatiif ibsanii irratti waligalamee hatattamaan gara hojii akka seenamu taasifameera.
Kanaaf jiraattoonnii godina keenyaa hundii akkuma kanaan dura filannoodhaaf kutannoodhaan hirmaattan ammas kaffaltii kana irrattii hirmaachuun itti gaafatamummaa keessan bahuun dhaloota boriif dhaabbata jabaa ummata muslimaa tajaajilu haa ijaarruu jechaa dhaamsa keenya dabarsina.

بسم الله الرحمن الرحيم    Gaggeessitoonni Majlisa Godina Saba Oromoo fi Bulchiinsa Magaalaa Sanbatee Qaamota Qabeenyi Is...
16/01/2026

بسم الله الرحمن الرحيم
Gaggeessitoonni Majlisa Godina Saba Oromoo fi Bulchiinsa Magaalaa Sanbatee Qaamota Qabeenyi Isaanii Balaa Tasaa Ibiddaatiin Jalaa Barbadaawe Daawwatan.
Daawwanna Isaaniitiins Qaamota Qabeenya Isaanii Balaa Tasaa Kanaan Dhaban kan Jajjabeessan Yoo tahu fuuldurratti Haala Kamiin Akka Gargaaramuu Qabanirrattis Marihataniiru.

የኦሮሞ ብ/ዞን እስልምና ጉዳዮች ም/ቤት እና የከሚሴ ከተማ እስልምና ጉዳዮች ም/ቤት አመራሮች በከሚሴ ከተማ በድንገተኛ የእሳት አደጋ ንብረታቸው የወደመባቸውን አካላት ጎብኝተዋል።
በጉብኝታቸውም ንብረታቸውን በአደጋው ያጡ ወንድምና እህቶች ያበረተቱ ሲሆን ለወደፊት በምን መልኩ መደገፍ እንዳለባቸውም ተወያይተዋል።
Majlisa Godina Saba Oromoo - የኦሮሞ ብሔረሰብ ዞን መጅሊስ

Address

Kemise Wollo
Kemise

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Majlisa Godina Saba Oromoo - የኦሮሞ ብሔረሰብ ዞን መጅሊስ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share