Hunde Atomsa

Hunde Atomsa Let's prepare ourselves to hear the true word of God

Waaqayyo waan hin jaallanne jibbuun mirga keenya osoo hin taane dirqama keenya. Waaqayyo nama gaafa uume dhiiraaf dubart...
18/05/2022

Waaqayyo waan hin jaallanne jibbuun mirga keenya osoo hin taane dirqama keenya. Waaqayyo nama gaafa uume dhiiraaf dubartii godhee isaan uume. Kunis dubbii Waaqayyoo isa horaa baay'adhaa lafa guutaa jedhuuf bu'uura. Murtoon taphataa kubbaa miillaa kun baay'ee natti tole. "Hidhannoo Mallattoo warra saala wal fakkaataa qabuu uffadhee hin taphadhu" waan jedheef tapharraa dhorkame. Obboloota ko, nus faayidaa waan lafarraa kanaan gowwomfamne baattoo ykn dhugaa baatuu isa hamaa sanaa akka hin taaneef of eeggannoo akka goonu dhaamsa kooti
for ur friends

18/05/2022

Kha sin dhiisu jedhe na waliin jira
Bitaa nattin galu naaf abdiin jira*2

17/05/2022
16/05/2022

Hiiktee beeksifte Waaqa Abbaa mul'ifte
Yesuus Kirstoos sagaleen olii dhuftee

  HBD to U
15/05/2022

HBD to U

15/05/2022

Eeyyee ni amanna
Humna Waaqa keenyaatti ni amanna

  keenyaan baranna  keenyaan hojjenna  keenyaanis Waaqayyoon WaaqeffannaWarri hojii kana keessatti dadhabdan, dhaabbanni...
12/05/2022

keenyaan baranna
keenyaan hojjenna
keenyaanis Waaqayyoon Waaqeffanna
Warri hojii kana keessatti dadhabdan, dhaabbanni google's galatoomaa!

12/05/2022

🤣🤣🤣🤣Tamee

Supheen suphe-dhooftuu gaaffii gaafataaree?
08/05/2022

Supheen suphe-dhooftuu gaaffii gaafataaree?

04/05/2022

...qabaa wanta hundumaa beeka!

Address

Jimma

Telephone

+251917670952

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hunde Atomsa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Hunde Atomsa:

Share