Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Kutaa Magaalaa Awwadaay

Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Kutaa Magaalaa Awwadaay Islaaminnaan Ganaadha Roga Hundaan Dagaagdi

Manni maree muummichaa makkaatti qooda fudhattootaaf beekkamtii kenneera.•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••Waxabajj...
21/06/2026

Manni maree muummichaa makkaatti qooda fudhattootaaf beekkamtii kenneera.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Waxabajjii 13/2018 E.L| Muharram 05/1447 E.C Makka

Manni maree dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Seektarri Muummee Haajinaa Umraah sagantaa galateeffannaa kenniinsa tajaajila Saa’ud Arabiyaa fi waldaalee waliin qopheessaniiru.

Haajinaa Amraa Zarfuu sagantaa galateeffannaa kenniinsa tajaajila Sa'uudii Arabiyaa keessummoota araaramaa keessummeessaniif qopheessan.

Keessummoota Alrehmaaniif, tajaajila bu'uuraa Almasiyaa Sherika, dhiyeessa geejjiba semayaa, fi jiraattota makkaaf tajaajila nyaataa fi deeskii tajaajila adda addaatti tajaajilan.

Mata duree itti aanaa pireezidaantii Dr. Mohaammad Suaaliih ajandicharratti haasawa kan taasisan Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa, dhaabbileefi dhalattoota Itoophiyaa Makkaa jiraatan tajaajila hajjii milkiin xumuruu isaaniif galateeffate.

Itti dabaluun bu'aan qabatamaan argame kan nama hundaa ta'uu isaa fi hojiin qindoominaan hojjetame kan bara kanaa caalaa bu'aa caalu galmeessisuu akka qabu ibsanii jiru.
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Seektara hariiroo ummataa fi miidiyaa mana maree ummata Itoophiyaa.

Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Kutaa Magaalaa Awwadaay follw Gochuun Nujajjabeeysaa

21/06/2026
21/06/2026

fi Ustaaz Akram Zakariyyaa Magaalaa Maayaa Kutaa Magaalaa Awwadaay Hararitti

Ustaaz Akram Zakariyyaa Shekh Isaanii Irratti Baroota hedduuf Fanniilee Qur'aana gara garaan Erga isaanirratti barachaa turuun Ashraan Shahaadaalee garagaraa kan argatan yotahu Sana Sheekha Isaanii biratti gargaaraa tahuun Barsiisaa Osoo jiranii Sheekhni Isaanii Haala Isaanii mijjeysuun Gara Makkaa Akka Imalanii Hajjii fi Umraa Raawwatan taasisuun Achumaan Ijaazaa Dabalataa Sheekh IIHAAB FIKRII Irraahiis Akka Argatu taheera, Kuni Ni'imaa bareedaa Rabbiin Hawaasa biyyaattis tahee Magaalaa Maayaa tii fiis Carraa Gaarii Seena Qabeessa Kana irraatti Hawaasni Muslimaa irratti Hirmaachuun Akka Qooda irraa fudhatuu fi Qubsiisa Isaa irrattiis gahee Isaa Namuu Akka Bahu Maqaa Rabbiin Fi Maqaa Majlisa Magaalaa Maayaa tiin Isin gaafanna.

Sanaa kanarratti Kana hunda caalaa Wanti Adda isa godhuu fu Isin Gammachiisu Sheekhni Isaa kan Isa barsiisaa ture kabajamaa fi Jaalatamaan Isma'il irratti Argamuudha.

》Hin hafinaa,Tikeetaas bitadhaa, Kana Bituun Qur'aana Qubsiisuudha.

》 Iddoon Harar Galma Calanqoo Guyyaan 21/10/2018 Jachuunis Alhada Ganama 2:00 irraa!!!

Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Kutaa Magaalaa Awwadaay Kawunsilii Dargaggoota Muslimaa Mag/Maayaa Maya Muslims Youth Council Jemal Aliy Abdula Sheikh Amin Ibro

  fi   Ustaaz Akram Zakariyyaa Magaalaa Maayaa Kutaa Magaalaa Awwadaay HararittiUstaaz Akram Zakariyyaa Shekh Isaanii   ...
21/06/2026

fi Ustaaz Akram Zakariyyaa Magaalaa Maayaa Kutaa Magaalaa Awwadaay Hararitti

Ustaaz Akram Zakariyyaa Shekh Isaanii Irratti Baroota hedduuf Fanniilee Qur'aana gara garaan Erga isaanirratti barachaa turuun Ashraan Shahaadaalee garagaraa kan argatan yotahu Sana Sheekha Isaanii biratti gargaaraa tahuun Barsiisaa Osoo jiranii Sheekhni Isaanii Haala Isaanii mijjeysuun Gara Makkaa Akka Imalanii Hajjii fi Umraa Raawwatan taasisuun Achumaan Ijaazaa Dabalataa Sheekh IIHAAB FIKRII Irraahiis Akka Argatu taheera, Kuni Ni'imaa bareedaa Rabbiin Hawaasa biyyaattis tahee Magaalaa Maayaa tii fiis Carraa Gaarii Seena Qabeessa Kana irraatti Hawaasni Muslimaa irratti Hirmaachuun Akka Qooda irraa fudhatuu fi Qubsiisa Isaa irrattiis gahee Isaa Namuu Akka Bahu Maqaa Rabbiin Fi Maqaa Majlisa Magaalaa Maayaa tiin Isin gaafanna.

Sanaa kanarratti Kana hunda caalaa Wanti Adda isa godhuu fu Isin Gammachiisu Sheekhni Isaa kan Isa barsiisaa ture kabajamaa fi Jaalatamaan Isma'il irratti Argamuudha.

》Hin hafinaa,Tikeetaas bitadhaa, Kana Bituun Qur'aana Qubsiisuudha.

》 Iddoon Harar Galma Calanqoo Guyyaan 21/10/2018 Jachuunis Alhada Ganama 2:00 irraa!!!
Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Kutaa Magaalaa Awwadaay Jemal Aliy Abdula Sh Jamaal Haaji Yuusuf Sheikh Amin Ibro Kawunsilii Dargaggoota Muslimaa Mag/Maayaa Maya Muslims Youth Council Sheekh muussaa Su'aalaa Mana Marii Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Go/H/Bahaa Majlisa Mag/Maayaa-የማያ መጅሊስ-Maya City Mejlis

  📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿Jiraattoota Magaalaa Awwadaayii fi Naannawa Isii Maraaf Sagan...
19/06/2026

📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
Jiraattoota Magaalaa Awwadaayii fi Naannawa Isii Maraaf Sagantaan Eeybaafi Simannaa Qura'aana Ashraa Kan Ustaaza Keenya Ilma Keenya Dhalataa Magaalaa Awwadaay Kan Tahe Gaafa Guyyaa 21/10/2018 Magaalaa Harar Galma Calanqoo Ganama Sa'aa 2:30 Gaggeeyfamuuf Waan Deemuuf Hundi Keeysanuu Afeeramtaniiti Jirtu
✅Hammasitti Tikeeta Bitachuudhaan Akka Ustaaza Keenya Jajjabeeysitan Maqa Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Kutaa Magaalaa Awwadaayiin Isin Gaafanna JKK

18/06/2026

#شاركواالمنشورللاجروالثواب يا إخوان.
#إعلانــــــــا مهم لحفلة التخرج لحفظة القرآن الكريم :

الأستاذ أكرم زكريا سافر لطلب علوم القرآن الكريم، الى بلدالصومال وانتهي بالقراءت القرآن باالعشرة، وبعد علوم الشريعية الإسلامية عند شيخه ، الشيخ إسماعيل الهوبوشي فيها ورجع الي بلده مع شيخه الى إثيوبيا واستقر في قرية تسمى هوبوشا،لسنوات عديدة واستكمل علمه ،ونال على الشهاداة بالقراأت فيها، سافر الى المدينة المنورة بأمر شيخه للإستكمال مابقي منه عند الشيخ د. إيهاب فكري ، وحصل على الإجازة بالكلية ورجع الى بلده التي خرج منها أميا لكي يعلم أهل بلاده وأبناء بلده ، ولذا كانت حفلة هائلة للاستقباله بتاريخ 21/10/2018 وذلك يوم الاثنين الساعة 2:00 صباحًا !!!
this post for reward and blessings, brothers.

Announcement for the Graduation Ceremony for Quran Memorizers:

Professor Akram Zakaria traveled to Somalia to study Quranic sciences. He completed his studies in the ten canonical readings of the Quran and then studied Islamic jurisprudence under his teacher, Sheikh Ismail Al-Hubushi. He returned to his homeland with his teacher and went to Ethiopia, settling in a village called Hubusha for many years. There, he continued his studies and received his certificate in Quranic readings. At his teacher's behest, he traveled to Medina to complete his studies under Sheikh Dr. Ihab Fikri. He received his university degree and returned to his homeland, from which he had left illiterate, to teach his people. Therefore, a huge celebration was held to welcome him on Monday, October 21, 2018, at 2:00 AM!

Address

Harer

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Kutaa Magaalaa Awwadaay posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share