Obsaa Oromoo

Obsaa Oromoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Obsaa Oromoo, Religious organisation, Addis Ababa to Ambo, Hagere Hiywot.

Allahumma Woffiqnaa Laylatal Qadri Yaa Allah
16/03/2026

Allahumma Woffiqnaa Laylatal Qadri Yaa Allah

16/03/2026
15/03/2026

Aboo Bismillaahi Osoo Soomanni kun hin baane gammachuu biyya lachuu
Si haa milkeessu

Allahumma Taqabbal=SiyamanaAllahumma Taqabbal = SalatanaAllahumma Taqabbal= QiyamanaAllahumma Taqabbal= SujudanaAllahuum...
15/03/2026

Allahumma Taqabbal=Siyamana
Allahumma Taqabbal = Salatana
Allahumma Taqabbal= Qiyamana
Allahumma Taqabbal= Sujudana
Allahuuma Inni a'uzika min Azabi Duniya
Allahumma Inni a'uzika min azabi Nahaar
Allahumma Aftahlana Abwabal= Jannah
Allahumma Aftahlana Abwabal=Ni'ima
Allahumma Aftahlana Abwabal= Rizq
Allahumma Aftahlana Abwabal = Keyraat
Allahumma Akhfiirlana
War-hamna
Allahumma Asxur = Uyubanaa
Allahumma Aftahlana Hoydii

Keeyrii tana share godhi
Obsaa Ahmed page Obsaa Oromoo follow godha

🤲🏻🤲🏻Mee Amiin ja'i du'aii tana insha Allah🤲🏻🤲🏻Wanni ati yaaddee amummati siif ha taatu🤲Rakkoo sitti jirtu furmaata ha ar...
15/03/2026

🤲🏻🤲🏻Mee Amiin ja'i du'aii tana insha Allah🤲🏻🤲🏻
Wanni ati yaaddee amummati siif ha taatu🤲
Rakkoo sitti jirtu furmaata ha arkattu🤲
Wann ati yaaddee olitti siif haa ta'u🤲
Fayyaa kee keessa barakaa siif haa ka'u 🤲
Umrii tee keessa baraka ha ka'u🤲
Dalagaa tee keessa baraka ha ka'u 🤲
Jireenya ibaada gala shahaada siin haa fadhu🤲
Rizqii ati firra quban qabne siif haa kannu🤲
Keyrii tee sirra haa qeebalu🤲
Dilii tee sirraa haa dhiqu🤲
Gammachuu walitti siif haa dhaabu🤲
Gadda sirra ha qabu🤲
Ramadaana kana warra irra fayyadamu si haa godhu🤲
Hulaa jannatarra si ha yaaman🤲
Fitinaa qabrii jala najaa si haa baasu🤲
Walalummaa keenyaan kadhanne beekkumsa isaatin itti nuuf haa guutu🤲

Dua'ii Halkan 25ffaa Gabroottan Soomanaa oolttan Aammiin jedha,Yaa Rabbii nama du'aii Aammiin ja'ee hundaaf na qeebali y...
14/03/2026

Dua'ii Halkan 25ffaa Gabroottan Soomanaa oolttan Aammiin jedha,
Yaa Rabbii nama du'aii Aammiin ja'ee hundaaf na qeebali yaada fi cinqii itti dhaabbattu irraa naaf furi!

Keeyrii Halkan Leeylatul qadrii qabdu warra qunnamee duniyaa fi Aakhiraatti milkaahe naaf taasisi

Nama Badii isaa soomaana kanaan dhiifamteefi ibbiddaa Azaabaa irra bilisoome si taasisu.

Soomaana,Salaata,ziikrii fi ibaada keeyrii atii gootu hunda rahmaan sirraa haa qebalu.

- Rizqiin tee halaal balloo RABBII si haa badhaasu

- Yoo dachii keeysa jiraatte , RABBII siif haa baasu!

- Yoo fagoo jiraatte , RABBII siif haa dhiheeysu!

- Yoo dhihoo jiraatte RABBI si harka haa galchu!

- Yoo waa xiqqo taate RABBI siif haa baay'isu!

- Yoo hedduu taate , RABBI siif haa barakeeysu!

- Yoo yaanni sitti jiraate ammatti RABBI si haa furu!

- Yoo haajaa qabaatte ammatti haajaa tee RABBI siif haa baasu!

- Yaadaa fi muraada kee hunda siif guutee RABBI sihaa gammachiisu!

Eega aamiiiin jattee booda Obsaa Oromoo Follow gootee hiriyoota keetiif SHARE godhuu hin irraanfatin Jzk



Hiikkaa  ✍ Halkan tuni maaliif leeylatul qadri/ليلة القدر jedhamte?Mooggasa kana keessa ulmaa'iin sababni adda addaa akk...
13/03/2026

Hiikkaa
✍ Halkan tuni maaliif leeylatul qadri/ليلة القدر jedhamte?
Mooggasa kana keessa ulmaa'iin sababni adda addaa akka jiru nuuf himanii jiran.
?? : leeylatul qadri jechuun halkan guddinnaa jechuudha.
qadriin sadarkaa ykn guddina.
kanaafuu Rabbiin qur'aana keessatti akkana jedha:
وما قدروا الله حق قدره
👉 : Dhiphinaa jechuudha...
Heddummina Malaa'ikoota halkan san keessa gara dachee gadi bu'anii irraa kan ka'e dacheen ni dhiphatti jechuudha.
Ragaan kanaa qur'aana irraa👇
ومن قدر عليه رزقه.
👉 : Qadrii jechuun murtii jechuudha..
halkan isa keessa murteen dabartuudha.

2⃣Leeylatul qadriin halkanoota biraa irraa maaltu adda godha?
✔Halkan kanaa keessa qur'aana buufame.
✔Halkan kuni ji'a kuma tokko caalaa 1000÷12=waggaa 83.3 ol taha
✔Halkan rabbiin ummata nabi Muhammad (saw) qofa badhaasee dha.
✔Halkan maleeykonni akka hundii Jibriil gama dachii gadi bu'anii dha.
✔Halkan dalagaawwan/taateewwan waggaa kana keessa murteeffamtu.

3⃣Leeylatul qadri eessa keessatti argamti?
▶ Ergamaan rabbii (saw) Akkana jedhan 《Leeylatul qadriin barbadadhaa halkan qaraa keessa kurnan dhumaa ramadaanaa irraa》[Muslimtuu gaabaase]
《21, 23, 25, 27, 29》Rabbiin warra qunnamee irraa nuu taasisu.

◀ قال صلى الله عليه وسلم: «تحروا ليلة القدر في الوتر من العشر الأواخر من رمضان» [رواه مسلم]

🤚Keeyrii tana Share Obbaleeyyan keessaniif Share godha. Obbaleessa kan Akhiraa Obsaa Oromoo Dua'iin nan dagatinaa

13/03/2026

Du'aaii bareedduu tana Qalbii Qulqulluun Amiiiin jedhi�����RABBIIN Rizqii halaal
Tan barakaa qabdu
Tan dhuma hin qabne
Tan fuula namaa irraa ittiin duromttu
Tan Rahiima keessan ittiin maxxanfattan
Tan Rakkataa ittiin gargaartan
Tan beelaawaa ittiin nyaachistan
Tan dheebootaa ittiin obaastan
Tan hiyyeessa ittiin gargarttan
Tan RABBITTI ittiin dhihaattan
Tan dhukkubsataa ittiin wallaanttan
Tan haraam irraa ittiin fagaattan
Tan nama hiraare ittiin gammachiistan
tan liqiin irra jirtu liqii irraa baasttan
Tan mana RABBII ittiin ijaartan
Tan madrasaa ittiin ijaartan
Tan karaa RABBII keessatti baastan
Tan misooma biyyaa ittiin guddisttan
Tan jannata ittiin seenttan
Waan toltuu ja'amaa hunda tan ittiin hojjattan
ISINIIF HAA KANNUA Amiiiiiiiiiiiiiiiìiiiiiiiiiin jedhee
Gallatoma ��Du'aa'ii tana Akkuma Aamiin jatteen obboleeyyan keetiif Share godhi Rabbi Ammumatti nuuf haa qeebalu Aamiin Aamii�����


challenge

Rabbiin Duniyaa fi Aakhiraatti sadarkaa Keenya ol haa fuudhu.Halkan Walakkaa jirra namni haajaa qabdu Aammiin jedhi
12/03/2026

Rabbiin Duniyaa fi Aakhiraatti sadarkaa Keenya ol haa fuudhu.
Halkan Walakkaa jirra namni haajaa qabdu Aammiin jedhi

Jummaa Ramadaana 1447 kan dhumaa. Sunnaawwan Guyyaa juma'aa dalaguun jaallataman keessaa muraasa:-—Qaama dhiqachuu. —Uff...
12/03/2026

Jummaa Ramadaana 1447 kan dhumaa.
Sunnaawwan Guyyaa juma'aa dalaguun jaallataman keessaa muraasa:-

—Qaama dhiqachuu.
—Uffata bareedaa uffachuu.
—Sh*ttoo dibachuu (dhiiraaf).
—Siwaaka Fayyadamuu.
—Yeroodhaan Gara masjiidaa deemuu.
—Suuraa Kahfii qara'uu.
—Yeroo masjida gahan utuma imaamni khuxbaa godhaa jiraatee Tahiyyaa masjidaa raka'aa lama salaatuu.
—Yeroo imaamni khuxbaa godhu callisuu, Yoo namni haasa'es callisi jechuu dhiisuu.
—Salawaata ergamaa irratti buusuu baayyisuun sunnaa gurguddoodha.

Obbaleeyyan Ramadaanni dhume guyyaan jummataa Afran Ramadaana kana malee hin hafne. Alhamdulillah Rabbiin waggaa dhufun nuu haa gahu.
Follow Obsaa Oromoo warra kheeyrii Jummaa Ramadaana keeysa jirtu hunda argatu irraa nuu haa tasiisuu.





★. Jumu'aan Soorata qalbii kan torbaniiti.  Rasuulli ﷺ " Namni Jumu'aa sadii Dhimma isii laaffisee laaluun lakkise; Rabb...
12/03/2026

★. Jumu'aan Soorata qalbii kan torbaniiti. Rasuulli ﷺ " Namni Jumu'aa sadii Dhimma isii laaffisee laaluun lakkise; Rabbiin Qalbii isaa irratti Gonfa " jedhan.
Halkan Jumu'aa Ramadaa isa dhumaatti seennee jirra. Nabiyyii keenya (saw) irratti salawaata (rahmata) buusuun bu'aa maalii qaba?
قال الله تعالى👇
إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا
Rabbiin ol ta'e ni jedhe:
Dhugumatti, Rabbiifi maleykonni Isaa Nabiyyii irratti rahmata buusu. Yaa warra amantan! isinis rahmata isa irratti buusaa; nageenyas buusuus buusaa. (Ahzab :56)

وفي الحديث👇
أَكثِروا الصَّلاةَ عليَّ يومَ الجمعةِ وليلةَ الجمعةِ فمن صلَّى عليَّ صلاةً صلَّى اللَّهُ عليْهِ عشرًا،
Guyyaa Jum'aafi halkan Jum'aa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Nama rahmata tokko narratti buuse Rabbiin rahmata kudhan irratti buusa. Rasuul (SAW)
( وعن أوس بن أوس رضي الله عنه قال : قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : { من أفضل أيامكم يوم الجمعة : فيه خلق آدم ، وفيه قبض ، وفيه النفخة ، وفيه الصعقة ، فأكثروا علي من الصلاة فيه فإن صلاتكم معروضة علي ، قالوا : يا رسول الله وكيف تعرض عليك صلاتنا وقد أرمت ؟ يعني وقد بليت ، فقال : إن الله عز وجل حرم على الأرض أن تأكل أجساد الأنبياء } رواه الخمسة إلا الترمذي )
Aws bin Aws irraa odeeffamee (ra) ni jedhe: Ergamaan Rabii (saw) ni jedhan: "Caalaan guyyootii keessanii guyyaa Jum'aati. Aadam isa keessa uumame. Isuma keessa du'e. Xurumbaan qiyaamaas isa keessa. Dhumaatiin isuma keessa. Isa keessa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Salawaanni keessan narra ni fidama. 'Yaa Ergamaa akkamitti salawaanni keenya sirra fidama sihii tortoree jiruu?' Jedhaniin. "Rabbiin guddatee ol ta'e qaama nabiyyootaa nyaachuu dachii irratti haraama godhe" jedhan. Tirmiziin qofti hafee Khamsaatu gabaasan.
اللهم صل وسلم وبارك على محمد وعلى آله وصحبه ومن سار على دربه واقتفى اثره،

Obsaa Ahmed

Address

Addis Ababa To Ambo
Hagere Hiywot

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Obsaa Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share