Waldaa Makaana Yesuus Gudar

Waldaa Makaana Yesuus Gudar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Makaana Yesuus Gudar, Evangelical church, Guder West Shewa OromiaRegion, Guder.

18/12/2025
23/07/2025

“obboloota koo keessaa Hanaaniin jarreen tokkoo wajjin Yihudaadhaa in dhufe; anis waa'ee hambaa Yihudootaa warra utuu hin booji'amin achitti hafanii, waa'ee mandara Yerusaalemis nan gaafadhe” jedhe.
Nahimiiyaa 1:2

“እኔ በሱሳ ግንብ ሳለሁ፥ ከወንድሞቼ አንዱ አናኒ ከእርሱም ጋር ሌሎች ሰዎች ከይሁዳ መጡ፤ እኔም የዳኑትን ከምርኮ የተረፉትን የአይሁድን ነገር የኢየሩሳሌምንም ነገር ጠየቅኋቸው።”
— ነሀምያ 1፥2
Nagaanii isin fi hata'u naan deebi’a.

17/03/2025
Gargaarsa Waaqayyootiin ijaarsi galma waaqeffannaa Waldaa Makaana Yesuus Gudar  jalqabaa kaasee amma amma jiru kanatti h...
09/04/2024

Gargaarsa Waaqayyootiin ijaarsi galma waaqeffannaa Waldaa Makaana Yesuus Gudar jalqabaa kaasee amma amma jiru kanatti haala bareedaadhaan deemaa jira. Ijaa waan hundumaa Waaqayyo haa galatoomu jechaa akkum kanaan dura kadhannaa fi deeggarsa garaa garaatiin waldaa cina dhaabachaa turtan ammas akka itti fuftan jaalala Waaqayyootiin isin gaafatti waldaan.

Eebbifamaa!

“Yommus ani deebisee, "Nuyi garboonni isaa kaanee ijaaruu in jalqabna Waaqayyo gooftaan bantii waaqaa immoo nuuf in qaje...
05/04/2024

“Yommus ani deebisee, "Nuyi garboonni isaa kaanee ijaaruu in jalqabna Waaqayyo gooftaan bantii waaqaa immoo nuuf in qajeelcha; ”
— Nah. 2:20

“እኔም መልሼ፦። የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሰራለን”
— ነሀምያ 2፥20
💢Kun saxaxa ykn diizaayinii ijaarsa galma Waaqeffannaa W.W.W.Makaana Iyesuus Gudar'dha.

Yeroo ammaa kana ijaarsi isaa kan eegalamee fi haala bareedaadhaan deemaa kan jirudha!

Isinis sabni Waaqayyoo kadhannaa keessanii fi waanta humni keessan danda'u hundaan waldaa kana cina akka dhaabattan jaalala gooftaatiin isin gaafanna.

Address

Guder West Shewa OromiaRegion
Guder

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Makaana Yesuus Gudar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share