Waldaa Qulqullootaa Damee Goree የጎሬ ወረዳ ማዕከል ማኅበረ ቅዱሳን

  • Home
  • Ethiopia
  • Gore
  • Waldaa Qulqullootaa Damee Goree የጎሬ ወረዳ ማዕከል ማኅበረ ቅዱሳን

Waldaa Qulqullootaa Damee Goree የጎሬ ወረዳ ማዕከል ማኅበረ ቅዱሳን Kun Fuula Fb Waldaa Qulqullootaa Damee Aanaa Goreeti.

34ኛው የመህበረ ቅዱሳን ዓለማቀፈዊ ጠቅላላ ጉባኤ ላይትትናን እንዴት ተመለከተችሁ?
30/08/2026

34ኛው የመህበረ ቅዱሳን ዓለማቀፈዊ ጠቅላላ ጉባኤ ላይ
ትትናን እንዴት ተመለከተችሁ?

29/08/2026
26/08/2026

ልብ ያለው ልብ ይበል! የጌታችን እናት ትንሣኤ በመጽሐፍ ቅዱስ እንዲህ ተጽፏል፦ ስለሷ አባታችን ቅዱስ ዳዊት በማይሰለቸው መዝሙሩ እንዲህ ስል ዘመረ "አቤቱ ወደ ዕረፍትህ ተነሥ፥ አንተና የመቅደስህ ታቦት" መዝ 131:8

በዚህ የትንቢት ቃል፦ "አቤቱ ወደ ዕረፍትህ ተነሥ" የተባለው ጌታችን ኢየሱስ ነው። ምክንያቱም ዕብ. 4:10 ላይ "ወደ ዕረፍቱ የገባ" ስል ኢየሱስ ወደ ዘላለማዊ ዕረፍቱ መግባቱን ይናገራል። ስለዚህ ወደ ዕረፍቱ የተነሣው ኢየሱስ ክርስቶስ መሆኑ በቤተክርስቲያን ከጥንት ጀምሮ በአዲስ ኪዳን ትምህርት የታመነ እውነት ነው።

ኢየሱስ ስነሳ የመቅደሱን ታቦት ይዞ ተነሣ ማለት፦ ቅዱስ ኢየሱስ በ33 ዓ.ም ተነስቶ፥ ማርያም በ49 ዓ.ም እንደተነሣች ጥንታውያን አቢያተ ክርስቲያናት የሚቀበሉት የቤተክርስቲያን ታሪክ ያስረዳል። ዳዊት "የመቅደስህ ታቦት" ያላት ድንግል ማርያምን ነው።

የተባለችው ድንግል ማርያም መሆኗን ራሱ መጽሐፍ ቅዱስ ይነግረናል። በዮሐ. 2:19 "ይህን መቅደስ አፍርሱት" ብሎ ክርስቶስ የተናገረው ስለራሱ ሰውነት ነው ስል ወንጌላዊው ክርስቶስ በሰውነቱ መቅደስ ተብሎ እንደሚጠራ ተናግሯል።

እዚህ ላይ እኛ እንኳን በክርስቶስ ያመንን የእግዚአብሔር መቅደስ ተብለን እንደምንጠራ፥ ልቡናችንም የሕጉ ማደሪያ ወይም ታቦት መሆኑ በግልጽ ተጽፏል። ስለዚህ እኛ መቅደስ ተብለን ክርስቶስ ፈጣሪያችን እንዴት መቅደስ ይባላል? እንዳንል እርሱ ደግሞ በሥጋው መቅደስ ተብሎ እንደሚጠራ ራሱ በወንጌል ነገረን።

እኛ መቅደስ የተባልነው የጌታ አማኞች ክርስቲያን በመሆናችን ከሆነ፥ ድንግል ማርያምማ በአዲስ ኪዳን የመጀመሪያዋ ክርስቲያን የመጀመሪያዋ መቅደስ ነች። እኛ በልባችን ሕጉ ስለታተመ ልባችን የቃሉ ማደሪያ ታቦት ከተባለ፥ ድንግል ማርያምማ ልቧ ብቻ ሳይሆን እርሷ ራሷ ታቦት ነች።

ታቦት ማለት ማደሪያ ማለት ነው። በሙሴ ታቦት እግዚአብሔር በሬዲኤት በመንፈስ ያድራል፥ በእርሷ ግን በአካል ለዘጠኝ ወር ከአምስት ቀን አደረ። ስለዚህ በሙሴ ታቦት ውስጥ ሕጉን የጻፈው አምላክ፥ ራሱ የሕግ ፍጻሜ ሆኖ በአካል መጥቶ ያደረባት የእግዚአብሔር አምላካችን የኢየሱስ ማደሪያ ድንግል ማርያም ነች።

#ማጠቃለያ
ስለዚህ ኢየሱስ #መቅደስ ከተባለ፥ የኢየሱስ ማደሪያ የሆነችው የዘጠኝ ወር ቤቱ እናቱ ማርያምማ ወይም ነች። ስለዚህ ቅዱስ ዳዊት አንተና የመቅደስህ ታቦት ስል #በትንቢት የተናገረው ስለድንግል ማርያም ትንሣኤ መሆኑን የጥንት ቤተክርስቲያን አባቶች ይናገራሉ።

የትንቢት መጻሕፍት ወይም ነቢያት በአንድ ቃል ብቻ በአጭር ጊዜ የሚፈጸምና በረጅም ጊዜ የሚፈጸም ቃል መናገራቸው የታወቀ ነውና።

ኢየሱስ የተነሣው በስልጣኑ ነው፥ ማርያምን ያነሣት ግን ኢየሱስ ነው።

ምስጋና ለእግዚአብሔር ይሁን!

ያልተረዳችሁ ሰዎች ተረድታችሁ የ2019 ፊልሰታ ማርያም አብረን አናከብራለን

Hagayya 16/12/2018                  ➻Abboonni keenya waa'ee Giiftiin keenya Dubroo Maariyaam eeyyama Ilma isheetiin du'a...
22/08/2026

Hagayya 16/12/2018



➻Abboonni keenya waa'ee Giiftiin keenya Dubroo Maariyaam eeyyama Ilma isheetiin du'a irraa ka'uu yeroo barsiisan ragaa isaan kitaaba qulqulluu keessaa dhiyeessan "Maaloo gara boqonnaa keetti ka'i; atii fi bultoon (taabonni) mana qulqullummaa kee" Faar. 131:8 kan jedhudha. Caqasa kana du'aa ka'umsa Dubroo Maariyaam waliin wal qabsiisuun amma kan jalqabe osoo hin taane dubbii jaarraa baay'ee lakkoofsisedha. Paatriyaarikiin 33ffaa Iskindiriyaa Qulqulluun Tewoodoosiyoos seenaa boqonnaa fi du'aa ka'umsa Giiftii keenyaa kan abboonni isa dura turan isaaf dabarsan barreeffama isaa waggoota 1500 dura barreesse irratti, hayyoota dubbii Maariyaamii biratti Dorctor of Dormition' jedhamuun kan beekamu hayyichi Yohaannis inni Damasqoo, manneen kiristaanaa duukaa bu'oota ta'an hunduu dirsaanota (kitaabolee) isaaniirratti yeroo waa'ee du'aa ka'umsa Dubroo Maariyaam kaasanii fi ayyaana Ol-fudhatamuu ishee kabajan kutaan kitaaba qulqulluu isaan dubbisan Faarfannaa Daawit, "Maaloo gara boqonnaa keetti ka'i; atii fi taabonni mana qulqullummaa kee" jedhudha. Gaaffii, ' caqasa kana maaltu Dubroo Maariyaam waliin walitti fida? Maariyaam kaateetti jedhaa?' jedhu barreeffama gabaabduu kana keessatti ilaalla!

➻Faarfannaan, Daawwit waa'ee ijaaramuu mana qulqullummaa fi taabotichis gara mana qulqullummaa kanaatti seenuu isaa faarfate, akkasuma mucaan isaa Solomoonis yeroo manni qullqullummaa sun ijaaramee xumuru faarfate kana Dubroo Maariyaam wajjin maaltu walitti fida? (2Seen. 6:41).Abboonni keenya caqasa kana Dubroo Maariyaam wajjin kan walitti fidan akka Daawwit waa'ee mana qulqullummaa fi taabotaaf dubbate isaan jalaa dhokateetii? Caqasa kana Dubroo Maariyaam wajjin akka walitti fidnu wanti nu kakaase maali?

➻Isa Daawit waa'ee taabotaa dubbate akka nuyi waa'ee Dubroo Maariyaamiif dubbannu kan nu taasise Daawit matumasaati. Kunis;
➴ Daawit yeroo taabonni Waaqayyoo gara isaa dhuftu, "Taabonni Waaqayyo akkamitti gara koo dhufa jechuun Taabotaa Waaqayyoof kabaja kenneera akkasumas dubaroo Maariyaam gaafa Elsaabeet qulqulleettii bira deemtu haati gooftaa kootii garakoo dhufuun akkamitti danda'ama jechuu ibsiteetti. kanaafuu Giiftiin keenya Taboota bultoo Waqayyoo waliin walfakkaatteetti.
Olba’uu Dubroo Maariyaam ~~
Daawit Qulqulluun:
“Yaa Waaqayyo, gara boqonnaa keetti ka’i; ati fi Taabota mana qulqullummaa keetii.”
(Faarfannaa 131/132:8)
jedhe.
Hiika isaa yoo ilaalle:
“Ati” jechuun Gooftaa keenya Fayyisaa Iyyasuus Kiristoosiidha.

“Taabota mana qulqullummaa keetii” jechuun immoo mana jireenyaa isaa isa dhugaa, Dubroo Maariyaamiidha.

“Gara boqonnaa keetti ka’i” jechuun, haadha kee, Dubroo Maariyaam, mana jireenyaa kee isa dhugaa taate waliin du’a keessaa ka’i jechuu dha.

Namni tokko jechi kun Taabotaaf qofa jedhe yoo jedhu, Taabootii fi Dubroo Maariyaam lamaan isaanii iyyuu bakka Waaqayyo itti jiraatu ta’uu isaanii hubachuu qaba.

Garuu garaagarummaan isaanii guddaan jiru.
Waaqayyo Taabota irratti yoo jiraate, hafuuraan qofa; Dubroo Maariyaam irratti garuu hafuuraanis fooninis jiraate.
Kana hubannaan, jechi kun yeroo jalqabaaf Taabotaaf fakkaatus, raawwii isaa keessatti Dubroo Maariyaamiif akka ta’e hubachuun hin ulfaatu.

Solomoon ilmi Daawitis ka’uu ishee dursee raajii keessatti:

“Yaa jaalallee koo, ka’i; yaa miidhagina koo, kottu.”
jedhee dubbateera. (Weedduu Weedduu 2:10)

Bartoota kessaa yeroo isheen olbaatu arge Qulqulluu Toomaasii dha.
Inni bakka itti lallabaa ture irraa duumessaan fuudhamee gara Yerusaalemitti yeroo dhufu, Dubroo Maariyaam warra du’an keessaa kaatee gara samii olba’aa jirtu arge.

Yeroo kana:
“Dura ka’uu Ilma kee ; har’as ka’uu kee utuu hin argin nan hafa moo?”
jedhee, ka’uu ishee arguu dhabuusaatiin gaddaan guutame.
Duumessa irraa gadi bu’uuf illee yaade.

Dubroon Maariyaam garuu:
“Hin sodaatin; hin gaddin. Waan bartoonni biroon hin argin, ati ka’uu koo argiteetta.”
jettee, ka’uu fi olba’uu ishee akka isaanitti himuuf, waan isheen ittiin kafanamte keessaa sabana tokko kenniteef.
Innis ajaja ishee fudhatee kabajaan ishee nagaa gaafatee gara bartootaa deeme.

Akkuma waan hin dhageenyee fi hin argine fakkaatee:
“Wanti Dubroo Maariyaam maal ta’e?”
jedhee isaan gaafate.
Isaanis:
“Ishee argannee awwaalle.”
jedhan.
Innis: Duuti Amajjii keessa ta’ee, Hagayya keessa awwaalamuun akkamitti danda’ama?”
jedhee isaan gaafate.
Yeroo kana Pheexiroos Qulqulluun:
“Ati duraanuu shakkii qabda. Dura Gooftaan keenya ka’e jennee yeroo sitti himnu hin amanne; harki kees miidhame. Amma illee shakkii qabda; ati qofa osoo hin taane, nama biraas shakkii keessa galchita.”
jedhee isa qeeqe.

Pheexiroos Qulqulluunis foon kabajamaa Dubroo Maariyaam Toomaasiif agarsiisuuf gara awwaalaatti deeme. Awwaala yeroo banan garuu foon Dubroo Maariyaam hin argamne.

Pheexiroos Qulqulluunis ajaa’ibsiifatee dhaabbate.
Toomaas Qulqulluunis:
“Akka isin na hin amanneef jedhe malee, Dubroo Maariyaam warra du’an keessaa kaatee gara samii olba’aa jirt
Baga geenye

Wal deggeruun hammam faayidaa akka qabu baratameera.Guyyaa 14/12/2018Leenjiin sadarkaa Aanaatti kennamaa ture bifa hawwa...
21/08/2026

Wal deggeruun hammam faayidaa akka qabu baratameera.
Guyyaa 14/12/2018
Leenjiin sadarkaa Aanaatti kennamaa ture bifa hawwataa ta'een xumurameera.
Biyya Lallaba iluu Abbaa boor Mana Lubummaa Aanaa Aalleetti guyyoota 14 kennamaa ture bakka Qajeelchi barattoota Sanbataa Dn Solomoon Bafqaaduu fi hoji geggeessaan mana lubummaa Aanaa Aallee argamanitti bifa ho'aa ta'een xumurameera.
Leenjiin Kun barattoota Sanbataa Aanaa irra jiraniin kan yaadame yeroo ta'u akka Waaldaa Qulqullootaatti xalayaadhaan deggersa gaafatan bu'uureeffachuun Waldaan Qulqullootaa Wixinee leenjii kanaa qopheessuun qaamota garagaraa mariisisuun amansiisee deggersa leenjii kanaaf barbaachisu akka argamuuf shoora guddaa taphateera. Kanumatti dabaluudhaan leejjistootaa fi meeshaalee leenjii kanaaf barbaachisan arjoomuun leenjiin kun bifa hawwataa ta'een akka geggeeffamu taassiseera. Leejitoonni manneen kiristaanaa baadiyyaa 16 irraa argaman namoonni 17 guyyaa 14 guutuu osoo guuyyaa tokkoof illee addaan hin ciitin akka kennamu haalli mijitaan uumamuun isaa leenjitoonni gammachuu isaanii ibsaniiru. Leenjiin kun mata duree garagaraa 12 irratti kan kenname yeroo ta'u bakka dhufanitti deebi'anii ergama duuka bu'ummaa isaan irraa eegamu akka ba'aniif kallattiin kennamuun sirni eebbaa haala gaariin xumurameera.

Tulluun Taaboor bakka Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos duuka bu'oota 3 fi Raajota kakuu duraa 2 Walitti fidee dha.Gaaf...
19/08/2026

Tulluun Taaboor bakka Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos duuka bu'oota 3 fi Raajota kakuu duraa 2 Walitti fidee dha.
Gaaffii
1.Duuka bu'oonni sadan eenyu?
2.Raajonni 2 eenyu?
Baga geessan

የሠራዊት ጌታ እግዚአብሔር ዘርን ባያስቀርልን ኖሮ፥ እንደ ሰዶም በሆንነ እንደ ገሞራም በመሰልነ ነበር። ትንቢተ ኢሳይያስ 1 : 9     ❤ይህቺን : ዕለት : ያልናፈቀ : ትውልድ : የለም❤...
13/08/2026

የሠራዊት ጌታ እግዚአብሔር ዘርን ባያስቀርልን ኖሮ፥ እንደ ሰዶም በሆንነ እንደ ገሞራም በመሰልነ ነበር።
ትንቢተ ኢሳይያስ 1 : 9
❤ይህቺን : ዕለት : ያልናፈቀ : ትውልድ : የለም❤
የባሕርያችን መመኪያ የምትሆን ንጽሕተ ንጹሐን ቅድስተ ቅዱሳን እመቤታችን ቅድስት ድንግል ማርያም የተፀነሰችበት ዕለት ነው ፡፡

ጽድቃቸው እንደ መርገም ጨርቅ ለሆነባቸው ቅዱሳን አበውና ቅዱሳን አንስት ተስፋቸው የሚፈጸመው በዛሬው ዕለት በተጸነሰችው በእመቤታችን በቅድስት ድንግል ማርያም ነውና ፡፡

ቅድስትና ሐዋርያዊት ቤተ ክርስቲያናችንም ከእግዚአብሔር ቀጥሎ እንደ እመቤታችን ከፍ ከፍ የምታደርገው ፍጥረት የሌለው ስለዚሁ ነው ፡፡

ሊቃውንቱ፡- « ሐና አንቺን የጸነሰችበት የደስታ ቀን ምን ያህል የተባረከች የተቀደሰች ቀን ናት፤ ሟች ኢያቄምም ለሕይወት አንቺን ያፈራባት ቀን ምን ያህል የተባረከች የተቀደሰች ቀን ናት፤ » ብለው የሚዘምሩላትም ይህን ምሥጢር በልቡናቸው ቋጥረው ነው ።

እንኳን ፡ ለዓለም ፡ ሁሉ ፡ ደስታን ፡ ወዳመጣችው
ዕለት ፡ አደረሳችሁ ፡ አደረሰን

"የዕጣኑም ጢስ ከቅዱሳን ጸሎት ጋር ከመልአኩ እጅ በእግዚአብሔር ፊት ወጣ"። (ራእ 8:4)"Aarri Ixaanaa fi kadhannaan qulqullootaa harka ergamaatii fuul...
12/08/2026

"የዕጣኑም ጢስ ከቅዱሳን ጸሎት ጋር ከመልአኩ እጅ በእግዚአብሔር ፊት ወጣ"። (ራእ 8:4)
"Aarri Ixaanaa fi kadhannaan qulqullootaa harka ergamaatii fuula Waaqayyootti ol ba'e" (mul Yoh 4:8)

«እንኳን ለእናታችን ለቅድስት ድንግል ማርያም የፍልሰታ  ጾም በሰላም አደረሳችሁ፤ አደረሰን!በማኅበረ ቅዱሳን ቴሌቪዥን ከቅድስት ሥላሴ ካቴድራል የሚተላለፈውን ልዩ የመንፈሳዊ መርሐ ግብር፣ ት...
10/08/2026

«እንኳን ለእናታችን ለቅድስት ድንግል ማርያም የፍልሰታ
ጾም በሰላም አደረሳችሁ፤ አደረሰን!

በማኅበረ ቅዱሳን ቴሌቪዥን ከቅድስት ሥላሴ ካቴድራል የሚተላለፈውን ልዩ የመንፈሳዊ መርሐ ግብር፣ ትርጓሜ፣ ቅዳሴ እና ትምህርተ ወንጌል በቀጥታ ስርጭት እንድትከታተሉ በአክብሮት እንጠይቃለን ።

ሰዓት፦ ዛሬ ከቀኑ 5፡00 ጀምሮ

ቦታ፦ ቅድስት ሥላሴ ካቴድራል

የሚተላለፍበት፦ የማኅበረ ቅዱሳን ቴሌቪዥን (YouTube Live)
ዛሬ ይጠብቁን!»

Guyyaa 03/12/2018Oolmaa guyyaa har'aa Waldaa Qulqullootaa buufata quunnamtii Ongaa irratti argamuun hubannoon amantootaa...
09/08/2026

Guyyaa 03/12/2018
Oolmaa guyyaa har'aa Waldaa Qulqullootaa buufata quunnamtii Ongaa irratti argamuun hubannoon amantootaaf kennameera.

Address

Gore

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Qulqullootaa Damee Goree የጎሬ ወረዳ ማዕከል ማኅበረ ቅዱሳን posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share