Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Aanaa Aallee

  • Home
  • Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Aanaa Aallee

Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Aanaa Aallee "AMANTAA" KOOF "OROMUMMAA" KOO MAALIINUU HIN JIJJIIRU

19/08/2026

Kun Ilma koo isa ani jaalladhuu dha Isinis isa dhagaสผaa! Maatewos 17รท5
Kabaja Ayyaana Dabra taaboor baga geessan โค๏ธ๐Ÿ™

Maqaa Abbaa kan ilmaa kan afuura qulqulluu sadan waaqayyoo tokkoo Ameen.   Guyyaa 10/12/2018  Biyya lallaba Iluu Boor ma...
16/08/2026

Maqaa Abbaa kan ilmaa kan afuura qulqulluu sadan waaqayyoo tokkoo Ameen.
Guyyaa 10/12/2018 Biyya lallaba Iluu Boor mana lubummaa A/Aallee tti Guyyaa Harraa Mana Kiristiyaanaa Tsera Ariyaam Qul. Gabriel Hoobeetti Guyyaa harraa Hundeffama barattoota dilbataa Haadholii sababeeffachuun Ayyaanni waggaa 1ffaa Sababeeffachuun sagantaan Afuuraa qophaa'ee bakka bulchaan mana lubummaa A/Aallee Ergamaa Ifaa Qesis Abbabee Asfaa fi I/G WDB Wirtuu A/Aallee qesis Zalaalem Gazahany Akkasumas Barsiisaa kolleejjii Afuura Burqaa Jireenyaa Mattuu Luba Fayyeeraa Fiixumaa Argamanitti Haala ho'aa ta'een geggeefamaa ture karaa nagaanvxumurameera.

Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura qulqulluu 3 waaqa 1 Ameen๐Ÿ™ Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Aanaa Aallee imala isaa guyyaa har'aat...
16/08/2026

Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura qulqulluu 3 waaqa 1 Ameen๐Ÿ™ Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Aanaa Aallee imala isaa guyyaa har'aatiin mana kiristaana sadii, kan fageenyarratti argaman kan akka D/liuul qulqulluu mikaaelii g/diimmaa, baalagzeerii kochoorii Asuma magaalaa goree Tulluu ifaa qulqulluu mikaael ijoollee miseensota keenyaan tajaajjilli geggeeffameera galanniif ulfinni waaqayyoof haa ta'u gaarii๐Ÿ™

Shaakalli Faaruu Eegalameera!Waldaan Duukaa Bu'ootaa wiirtuu muummee kabaja ayyaana yaadannoo argamuu Fannoo Fayyisaa Ke...
15/08/2026

Shaakalli Faaruu Eegalameera!

Waldaan Duukaa Bu'ootaa wiirtuu muummee kabaja ayyaana yaadannoo argamuu Fannoo Fayyisaa Keenya Iyyesuus Kiristoos isa bara 2019 irratti kan kanaan duuraa caalaa baay'ina kiristaanotaanis ta'e qindoomina miidhagaan gurmuun hirmaachuuf shaakala faaruu gamanumaa eegalee jira.

Miseensonni keenya wiirtuulee dhiheenyarra jiranis kan bara darbee caalaa tokkummaan wiirtuu muummee waliin ta'anii addabaabaayii Masqalaatti ayyanicha bifa ho'aan kabajuuf qophii eegalanii jiru.

Akkuma waggoottaan darbanii walatajjii kabaja ayyanichaarratti sagantaa mana kiristaanaa keenyaan ba'uun Waldaa Duukaa Bu'ootaafis yeroon kennameefii waltajjii abboonni mana kiristaanaa keenyaa fi aanga'oonni ol aanoo mootummaa akkasumas keessummoonni kabajaa irra jiran fuulduratti faaruu ni dhiheessina.

Carraa kanaan bakka miidiyaaleen gurguddoo biyya keessaa fi biyya alaa argamanitti tamsaasa kallattiin uwwisa Miidiyaa argannuun guutuu addunyaarratti tajaajila waldaa keenyaa beeksisuuf carraa murteessaa waan ta'eef, keessttuu miseensonni Waldaa Duukaa Bu'ootaa M/Finfinnee fi naannooshee jirtan xiyyeeffannoo addaa itti kennuun faaruu akka shaakaltan akkasumas guyya Damaraa ykn gubaa Daamootii sagantaa keessan gamanumaa mijeeffachuun akka nu waliin hirmaattan waamicha taasisna.

Guyyaa fi bakki shaakala faaruu Dilbata yeroo hundumaa sa'aatii 4:00-7:00tti galma WDB wiirtuu muummeettidha.
TV Sagalee Dhugaa tu nuuf gabaase.

11/08/2026

Hordoftoota amantaa ortodoksii Aanaa keenyaa hundaaf miseensa wdb ta'u kan barbaaddan sagantaan keenya torbaanit gu 3 dha

๐Ÿ”ฅ"๐•ช๐•’๐•’ ๐•˜๐• ๐• ๐•—๐•ฅ๐•’๐•’ ๐•ค๐•š ๐••๐•™๐•š๐•š๐•ค๐•Ÿ๐•–๐•– ๐•–๐•–๐•ค๐•ค๐•’ ๐••๐•–๐•–๐•ž๐•Ÿ๐•’" สแดสœ:6:-68๐—ช๐—ฎ๐—น๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ฑ๐˜‚๐˜‚๐—ธ๐—ฎ ๐—ฏ๐˜‚'๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐˜„๐—ถ๐—ถ๐—ฟ๐˜๐˜‚๐˜‚ ๐—”๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐—”๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐˜ฎ๐˜ช๐˜ด๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜ฏ๐˜ด๐˜ฐ๐˜ต๐˜ข ๐˜ช๐˜ด๐˜ข๐˜ข ๐˜ฃ๐˜ข๐˜ณ๐˜ฏ๐˜ฐ๐˜ฐ๐˜ต๐˜ข ๐˜ด๐˜ข...
09/08/2026

๐Ÿ”ฅ"๐•ช๐•’๐•’ ๐•˜๐• ๐• ๐•—๐•ฅ๐•’๐•’ ๐•ค๐•š ๐••๐•™๐•š๐•š๐•ค๐•Ÿ๐•–๐•– ๐•–๐•–๐•ค๐•ค๐•’ ๐••๐•–๐•–๐•ž๐•Ÿ๐•’" สแดสœ:6:-68
๐—ช๐—ฎ๐—น๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ฑ๐˜‚๐˜‚๐—ธ๐—ฎ ๐—ฏ๐˜‚'๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐˜„๐—ถ๐—ถ๐—ฟ๐˜๐˜‚๐˜‚ ๐—”๐—ฎ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐—”๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐˜ฎ๐˜ช๐˜ด๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜ฏ๐˜ด๐˜ฐ๐˜ต๐˜ข ๐˜ช๐˜ด๐˜ข๐˜ข ๐˜ฃ๐˜ข๐˜ณ๐˜ฏ๐˜ฐ๐˜ฐ๐˜ต๐˜ข ๐˜ด๐˜ข๐˜ฅ๐˜ข๐˜ณ๐˜ฌ๐˜ข๐˜ข ๐˜ฐ๐˜ญ'๐˜ข๐˜ข๐˜ฏ๐˜ข๐˜ข ๐˜ช๐˜ณ๐˜ณ๐˜ข๐˜ข ๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜ฃ๐˜ฃ๐˜ช๐˜ด๐˜ข๐˜ฎ๐˜ข๐˜ฏ๐˜ช๐˜ช๐˜ง ๐˜ด๐˜ข๐˜จ๐˜ข๐˜ฏ๐˜ต๐˜ข๐˜ข ๐˜ฃ๐˜ข๐˜จ๐˜ข ๐˜จ๐˜ข๐˜ฎ๐˜ฎ๐˜ข๐˜ฅ๐˜ฅ๐˜ข๐˜ฏ๐˜ช๐˜ช ๐˜ฒ๐˜ฐ๐˜ฑ๐˜ฉ๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜ด๐˜ด๐˜ฆ ๐˜ด๐˜ข๐˜จ๐˜ข๐˜ฏ๐˜ต๐˜ข๐˜ข ๐˜ช๐˜ด๐˜ข๐˜ข ๐˜ฌ๐˜ข๐˜ฏ๐˜ข ๐˜ฌ๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜ด๐˜ด๐˜ข๐˜ต๐˜ต๐˜ช ๐˜ฃ๐˜ข๐˜ณ๐˜ถ๐˜ฎ๐˜ด๐˜ข ๐˜ธ๐˜ข๐˜ฏ๐˜จ๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜ญ๐˜ข๐˜ข ๐˜ง๐˜ข๐˜ข๐˜ณ๐˜ง๐˜ข๐˜ฏ๐˜ฏ๐˜ข๐˜ข ๐˜ง๐˜ช ๐˜ฌ๐˜ฆ๐˜ฏ๐˜ฏ๐˜ข๐˜ข ๐˜จ๐˜ข๐˜ณ๐˜ข๐˜ข๐˜จ๐˜ข๐˜ณ๐˜ข๐˜ข๐˜ฏ ๐˜ด๐˜ข๐˜จ๐˜ข๐˜ฏ๐˜ต๐˜ช๐˜ค๐˜ฉ๐˜ช ๐˜จ๐˜ฐ๐˜ฐ๐˜ญ๐˜ข๐˜ฃ๐˜ข๐˜ฎ๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜ณ๐˜ข ๐˜ธ๐˜ข๐˜ข๐˜ฒ๐˜ข ๐˜ฏ๐˜ถ ๐˜จ๐˜ข๐˜ณ๐˜จ๐˜ข๐˜ข๐˜ณ๐˜ฆ๐˜ฆ๐˜ง ๐˜จ๐˜ข๐˜ญ๐˜ข๐˜ฏ๐˜ฏ๐˜ช ๐˜ฉ๐˜ข๐˜ข ๐˜ต๐˜ข'๐˜ถ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

๐Ÿ”ฅBaga geessan eebbiif araarsummaan giiftii keenya dubaroo maaryam hunduma keenya waliin haa ta'u๐Ÿ™
05/08/2026

๐Ÿ”ฅBaga geessan eebbiif araarsummaan giiftii keenya dubaroo maaryam hunduma keenya waliin haa ta'u๐Ÿ™

Address

Gore

0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Aanaa Aallee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship?

Share