Pastor Samson Guta

Pastor Samson Guta Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Pastor Samson Guta, Ginch'i.

27/07/2022

(Seera Uumamaa 26 )
------------
19 Hojjetoonni Yisihaqis dachaa sana keessa qotanii burqituu bishaanii achitti argatan.
20 Tiksoonni warra Geraar, "Bishaan kun kan keenya" jedhanii, tiksoota Yisihaqitti qocolloo kaasan; sababii isaan bishaanicha isatti falmaniif, Yisihaq maqaa boolla bishaanichaa "Eseeq" jedhee moggaase; @9["Eseeq" jechuun "Falmaa" jechuu dha]@7.
21 Kana booddees hojjetoonni isaa boolla bishaanii kan biraa in qotan; isa irrattis immoo warri Geraar qocolloo in kaasan; Yisihaqis bishaanicha "Sixinaa" jedhee moggaase; @9["Sixinaa" jechuun "Hamajaajii" jechuu dha]@7.
22 Yommus Yisihaq achii adeeme, boolla bishaanii kan biraa qochisiise, isa irratti garuu namni qocolloo hin kaafne; kana irratti inni, "Amma Waaqayyo iddoo bal'aa nuuf kenneera, nuyis biyyicha keessatti in baay'anna" jedhee maqaa boollichaa Rehobotitti moggaase; @9["Rehobot" jechuun "Bal'ina" jechuu dha]@7.

Address

Ginch'i

Telephone

+251918821756

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Pastor Samson Guta posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share