EECMY Garba Guracha Congregation

EECMY Garba Guracha Congregation Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from EECMY Garba Guracha Congregation, Religious organisation, Kuyu, Gebre Guracha.

18/08/2026
18/08/2026
Sagantaa Dargaggootaa WALDAA AMANTOOTAA WARRA WANGEELAA MAKAANA YESUUS GARBA GURRAACHAA akkaataa ajaa'ibaatti waaqayyo G...
16/08/2026

Sagantaa Dargaggootaa WALDAA AMANTOOTAA WARRA WANGEELAA MAKAANA YESUUS GARBA GURRAACHAA akkaataa ajaa'ibaatti waaqayyo GUDDAA nugargaaree
Barumsa Mata duree : Dhufaatii MOOTUMMAA waaqayyootif qophaa'aa ta'uu jedhu karaa Luba Laggasaa Alamuu kennamee Jira.
Walaloon dhiyaatee Jira.
Diraamaan Mata duree: Yaadachiisa Dhufaatii GOOFTAA jedhu Dargaggoota Piroojeektii Misooma Daa'immanii Et-523 Waldaa Makaana Yesuus Garba Gurraachaa fi Dargaggoota WALDAA AMANTOOTAA Makaana Yesuus Garba Gurraachaa waliin ta'uun akkaataa Amantoota barsiisuu danda'uun dhiyeessuu danda'anii jiru. Waaqayyo GUDDAA isin yaa eebbisu eebbifamaa eebbifamaa eebbifamaa

EECMY GGMY Aug 16/2026

Sunday service 10/12/2018Sagantaa Guyyaa har'aa waaqayyo GUDDAA nugargaaree akkaataa ajaa'ibaatti Waldaa Makaana Yesuus ...
16/08/2026

Sunday service 10/12/2018
Sagantaa Guyyaa har'aa waaqayyo GUDDAA nugargaaree akkaataa ajaa'ibaatti Waldaa Makaana Yesuus Garba Gurraachaa keessatti adeemsifamee Jira.
Sagantaa gaggeessun: Obbo Tasfaayee Tolasaa Lammaa
Baaksisa kan baaksise: Luba Laggasaa Alamuu
Lallaba Luba Taaddalaa Likkii
Marq. 13:32-32
Mata duree: Hojjetaa Amanamaa fi Afchaala.
Faarfannaa Garee Burqaa Abdii Boruu
Kiiboordii Taphachuun Darg Falmataa Tolasaa
Keessummeessuu: Garee Dargaggootaa
Lubbuu haaraa Namoo 6 (ja'a)
Cuuphaa Qulqulluudhan Lubbuun 6 Bishaanii fi Hafuura irraa dhalachuun dabalamanii jiru
mucoolidhaafis kadhatamee jira.
Akkasumas dhumarrattis Namoota Tajaajilaa oolaniif kadhatamee jira waaqayyo baraafi jireenya keessan yaa eebbisu eebbifamaa eebbifamaa

EECMY GGMY AUG 16/2026

12/08/2026

I got over 1,000 reactions on my posts last week! Thanks everyone for your support! 🎉

Sagantaa Guyyaa Roobii 06/12/2018Waaqayyoof galanni guddaan  yaa ta'u Guyyaa har'aa kana Lubbuun haarofti 1 qalbii kan g...
12/08/2026

Sagantaa Guyyaa Roobii 06/12/2018
Waaqayyoof galanni guddaan yaa ta'u
Guyyaa har'aa kana Lubbuun haarofti 1 qalbii kan geeddaratan 1 MOOTUMMAA dukkanaa keessaa gara MOOTUMMAA waaqayyootti galii ta'uu danda'ee Jira eebbifamaa
Sagantaa gaggeessun Dargaggoo Lalisaa Magarsaa
Lallaba Wangeelaa Luba Baqqalaa Tulluu Mat. 7:24-27
Mata duree : Mana keenya Isa waaqarraaf dhama'uu.
Faarfannaa Garee Burqaa Abdii Boruu
Kadhata H.W Asaffaa Eebbaatiin kadhatamaa turee Jira Namoota baay'ee dhaaf katamee Jira lubbuu baay'ee jajjabeeffamuu danda'ee Jira waaqayyo baraafi jireenya keessan yaa eebbisu eebbifamaa eebbifamaa

Address

Kuyu
Gebre Guracha
CHURCH

Telephone

+251911330306

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EECMY Garba Guracha Congregation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share