Miidiya Sagalee Oromoo Ortodoksii

Miidiya Sagalee Oromoo Ortodoksii Namni kamu sababa Afaanitin M/K dhiise bahu hin qabu. Odeeffannoo waltawaa isin biraan geenya👈 https://t.me/faaruort
(1)

Eebbifamoo Aabbaa Saawiroos  Teessoo Paatiraarikitti Hoji gaggeessa Mana lubummaa Walii galaa Qondaala Phaaphasii  Shawa...
28/08/2026

Eebbifamoo Aabbaa Saawiroos Teessoo Paatiraarikitti Hoji gaggeessa Mana lubummaa Walii galaa Qondaala Phaaphasii Shawaa Kibba Lixa Qondaala Phaaphasii Biyya Lallaba Magaalaa Shaggar Eegaa Olaanaa Da'oo Hirkatootaa Fayyisaa Adduunyaa Finfinnee
Walitti qabaa Gumii Abbooti Amantaa Oromiyaa Walitti qabaa Boordii University Qulqulleetti Sillaasee.

Simboo Ortodooksumma ❤️”                                                                                                ...
27/08/2026

Simboo Ortodooksumma ❤️” Inbox👇

Jaalala ishee laphee keenya irratti mi'awaa ishee arraba keenyarra nuuf haa jiraachisu❤ፍቅሩአን በልባች ጣዕሟን በአንደበታችን መድኃንአለም ...
27/08/2026

Jaalala ishee laphee keenya irratti mi'awaa ishee arraba keenyarra nuuf haa jiraachisu❤
ፍቅሩአን በልባች ጣዕሟን በአንደበታችን መድኃንአለም ያኑርልን❤
#ማርያም ማርያም ማርያም maariyamii maariyamii

Simboo Ortodooksumma    “የተዋሕዶ ልጆች እባካችሁ ኮሜንት ና ሼር አድርጉ! 🙏❤️”                                                           ...
25/08/2026

Simboo Ortodooksumma “የተዋሕዶ ልጆች እባካችሁ ኮሜንት ና ሼር አድርጉ! 🙏❤️” Inbox👇

Haayyuu Afaanii  Luba Badhaasaa Tolaa Firii  Biyya lallabaa Magaalaa Finfinneetti Hogganaa Olaanaa Humna namaa ta'uun mu...
24/08/2026

Haayyuu Afaanii Luba Badhaasaa Tolaa Firii Biyya lallabaa Magaalaa Finfinneetti Hogganaa Olaanaa Humna namaa ta'uun muudaman .
18/12/2018
💐Bara Hojii Gaarii Abbaa Keenya💐
ሊቀ ሊሳናት ቀሲስ በዳሳ ቶላ የፊንፊኔ ሀገረ ስብከት የሰው ኃይል አስተደዳር ኃላፊ
Miidiya Sagalee Oromoo Ortodoksii

 Orthodox  Tawaahidoo
24/08/2026

Orthodox Tawaahidoo

Orthodox_💐
23/08/2026

Orthodox_💐

Magaala BuusaaKutaa Lallaba Godina Shawaa Kibba Lixaatti Ml Aanaa Daawoo Magaalaa Buusaa keessati Kan ArgaamtuuMana Kiri...
21/08/2026

Magaala Buusaa
Kutaa Lallaba Godina Shawaa Kibba Lixaatti Ml Aanaa Daawoo Magaalaa Buusaa keessati Kan Argaamtuu
Mana Kiristaana Tulluu Jannata{Dabra Gannat) Waadaa Araaraa (Kidaanemiraat)

Tulluu Taabor Walisotti
19/08/2026

Tulluu Taabor Walisotti

Address

Finfinnee

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Miidiya Sagalee Oromoo Ortodoksii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share