Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Gambo Mega Congregation

  • Home
  • Ethiopia
  • Dire
  • Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Gambo Mega Congregation

Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Gambo Mega Congregation Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Gambo Mega Congregation, Religious organisation, mega, Dire.

 Guyyaa 07/10/2018
14/06/2026


Guyyaa 07/10/2018

      lubbuu isaani godhani fudhaataniru.  Akkasumas   gara waaqa tti  deebi'aniiru. Kanaaf galanni Waaqayyoof haa ta'u....
07/06/2026

lubbuu isaani godhani fudhaataniru. Akkasumas gara waaqa tti deebi'aniiru. Kanaaf galanni Waaqayyoof haa ta'u. Waldaa warra wangeela Makaana Yesuus Gaamboo magaalaa meeggaatin wangeela guyyaa 28-30/9/2018 ba'ame keessatti waaqayyoo ulfinaan mul'ateera. Galatif ulfinni Waaqayyoof haa ta'u. .

‎Sagantaan keenya dilbata ganama irratti    waaqeeffanna  keenya keessatti argame karaa armaan gaditin‎ karaa dubbii waa...
10/05/2026

‎Sagantaan keenya dilbata ganama irratti waaqeeffanna keenya keessatti argame karaa armaan gaditin
‎ karaa dubbii waaqa
‎Karaa faarfaannaan
‎Karaa kadhanna Fi waaqeeffannatin
‎Nu gargaarera. galanni Fi ulfinnii Waaqayyoof haa ta'u.
‎📖 Sagantaan kun:
‎✨ Faarfannaa hafuuraa garaa nama tuqu
‎✨ Ergaa jireenya keenya jijjiiru
‎✨ Kadhannaa fi eebba Waaqayyoo guutuudhe.

‎Kanaaf guyyaa har'aa guddoo eebbifamne. tajaajiltootni keenya guyyaa har'aa nu tajaajiltaan Cufti.

 . Date 18/08/18 Mat. 5¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯³ "Karaa hafuuraatti hiyyeessota warri ta' an haa gammadan,mootummaan waaqaa kan isaani...
26/04/2026

. Date 18/08/18

Mat. 5
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
³ "Karaa hafuuraatti hiyyeessota warri ta' an haa gammadan,mootummaan waaqaa kan isaanii ti.
⁴ Warri garaan isaanii gadde haa gammadan, isaan jajjabina in argatu.
⁵ Warri garraamiin haa gammadan, isaan biyya isa abdachiifame in argatu.
⁶ Warri waan qajeelaa akka midhaanii beela'anii, akka bishaanii dheebotan haa gammadan, isaan geessifachuuf jiru.
⁷ Warri namaaf oo'an haa gammadan, isaan oo'a in argatu.
⁸ Warri yaadni garaa isaanii qullaa'oo haa gammadan, isaan Waaqayyoon in argu;
⁹ Warri nagaa buusan haa gammadan, isaan ijoollee Waaqayyoo in jedhamu. ¹⁰ Warri qajeelummaadhaaf jedhanii ari'ataman haa gammadan, mootummaan waaqaa kanisaanii ti.

. .

19/04/2026

Haga kiyya beekta
humna kiyyaa beekta.

Sagantaa ballaa Roobii galgala wan qabnufKotta nu walin waaqeeffanna keenya kana haa qooddannu.  .
14/04/2026

Sagantaa ballaa Roobii galgala wan qabnuf
Kotta nu walin waaqeeffanna keenya kana haa qooddannu.

.

 ✝️Baga Ayyaana Du'aa Ka'uu Gooftaa Keenya Yesuus Kristoosiin Nagaan Geessan.         ✊ YESUUS DU'AA KA'EERA!!!
12/04/2026


✝️Baga Ayyaana Du'aa Ka'uu Gooftaa Keenya Yesuus Kristoosiin Nagaan Geessan.
✊ YESUUS DU'AA KA'EERA!!!

   Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoosiin Nagaan geessan.Ayyaana Gammachuu, Kan Nagaa fi Kan Eebbaa  Isiniif Haa Ta’u! -meeggaa...
11/04/2026


Du’aa Ka’uu Yesuus Kiristoosiin Nagaan geessan.
Ayyaana Gammachuu, Kan Nagaa fi Kan Eebbaa Isiniif Haa Ta’u!

-meeggaa-Gaamboo.

  garuu balleessaa keenyaaf in waraaname, sababii yakka keenyaafis reebamee in caccabsame; nuyi nagaa akka argannuuf inn...
10/04/2026

garuu balleessaa keenyaaf in waraaname, sababii yakka keenyaafis reebamee in caccabsame; nuyi nagaa akka argannuuf inni in adabame, madaa'uu isaatiinis argame;”. Isa. 53:5

  gumiin Waaqa humna fayyisu Waaqa Fi Eebbaa Waaqaa Walin haa qooddannu. Eebbifama irraa hin hafiina isiniin jenna.
07/04/2026

gumiin Waaqa humna fayyisu Waaqa Fi Eebbaa Waaqaa Walin haa qooddannu. Eebbifama irraa hin hafiina isiniin jenna.

Address

Mega
Dire
MEGA,DIREOROMIAREGION

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus Gambo Mega Congregation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share