03/09/2022
BARRI 2015
√ Bara teesoo Du'aarra kaate teessoo jireenyaarra teessu siif haa ta'u
√ Bara Gaddarraa kerra gara gammachuutti ceetu siif haa ta'u
√ Bara kasaaraa kerraa Bu'aa ketti ceetu siif haa ta'u
√ Bara barattee milkooftu siif haa ta'u
√ Bara boossee jiraattu osoo hin taane bara Boontee jiraattu siif haa ta'u
√ Duuti akka tasaa siif maatii kee hin argatin
√ Dhibeen qoricha hin qabne si argatin
√ Hojjatee hin kasaarin
√ Rakkataa soori malee Rakkatee hin sooramin
√ Dhibamaa Gaafadhi malee dhibantee hin farrin