Yesh*tila Nugusu

Ilmi waaqaa immoo gooftaa fi fayyisaa keenya Iyyasuus Kiristoosi!

22/10/2025
08/01/2025
አርቱ ቅድስት አርሴማ
16/12/2024

አርቱ ቅድስት አርሴማ

03/12/2024

Hi, I'm inviting you to use Samsung Wallet - Carry everything you need in one Wallet. Samsung Wallet Offers: - Safe and Secure UPI Payments - Contactless Tap and Pay card payments - Addition of digital IDs > Mobile recharges and Bill payments Register using my invite & referral code. Complete your 1...

Araarri bu'uura Nageenya waaraati:-Paartii Badhaadhinaa Damee OromiyaaWaliigalteen Nagaa Mootummaa fi WBO gidduutti Mall...
01/12/2024

Araarri bu'uura Nageenya waaraati:-Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa

Waliigalteen Nagaa Mootummaa fi WBO gidduutti Mallateeffame.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannicha keessatti qilleensi nagaa bubbisee uummanni Oromoos boqonnaa argatee hojii hawaas dinagdee irratti fuuleffachuun badhaadhina maatiifi biyyaa keessatti shoora isaa akka bahatuuf xiyyeeffannaan hojjechaa tureera, hojjechaas jira. Dhibdeen Oromoofi Oromiyaa Karaa nagaa akka furamuufis nuffi tokko malee walitti fufiinsaan waamicha nagaa taasisaa tureera.

Qaamoleen quuqamni Oromummaa Manaa isaan baaseefi dhibdeen siyaasa Oromoo afaan qawween qofaan fala argata jedhanii yaadaa turan miseensonni WBO hedduunis ejjennoo mootummaan Nageenya waaressuuf qabuufi waamicha isaaniif dhihaachaa ture fudhatanii karaa nagaa galaa turaniiru.

Yeroo ammaas Mootummaan Naannoo Oromiyaa egereefi hiree ummata Oromootiif jecha garaagarummaa jiru dhiphisuun naannicha keessatti nageenya waaraa fiduuf qondaaltootaafi miseensota WBO waamicha nageenyaa fudhatan waliin mariin taasifamaa jiru milkaa’aadha.

Guyyaa har’aas Hooggansa Olaanoo Mootummaa Naannoo Oromiyaafi qondaaltota WBO gidduutti walii galteen araaraa mallatteeffameera. Walii galtee kana gama mootummaa Naannoo Oromiyaan kan mallatteessan Pirezedaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Andiisaa yoo ta’an, gama WBOn ammoo qondaala olaanoo WBO kan ta’an Sanyii Nagaasaatu mallatteesse.

Pirezedaant Shimallis saganticha irratti WBO Waamicha Uummataafi Mootummaa simatanii qabsoo Karaa nagaa filatan galateeffatanii wal dhabdeen keessoo Oromoo diinotaaf Karaa banuu irraa kan hafe Oromoof faayidaa homaa akka hin qabne kaasaniiru.

Qondaalli WBO Sanyii Nagaasaan kan nufide waamicha uummanni taasise simachuufi dararaan Oromoo hafee qilleensi nagaan Oromiyaaf akka bubbisu yaadneeti jedhan.

 # # Jireenya kiristaanummaa  yommuu jiraattu amala uumamtoota lamaa qabaachuun barbaachisaadha # #1. Yeroo barbaachisut...
25/11/2024

# # Jireenya kiristaanummaa yommuu jiraattu amala uumamtoota lamaa qabaachuun barbaachisaadha # #

1. Yeroo barbaachisutti akka gugee ta'i.
2. Yeroo barbaachisaa ta'etti akka bofaa ta'i.
Haa ta'u malee yeroo akka gugee ta'uu qabdutti yoo bofa taate nama miita.Yeroo akka bofaa ta'uu qabdutti akka gugee taate ni miidhamta. Kanaaf, amaloota lamaan qabaachuun jireenya Kiristiyaanaatiif barbaachisaa dha.

"Kunoo, ani akka hoolota yeeyyii gidduutti isin erga; kanaaf akka bofaatti ogeeyyii/abshaala, akka gugee lallaafaa/garraamii ta'aa."

# # በክርስትና ህይወት ወስጥ ስትኖር የሁለት ፍጥረታትን ባህሪ መያዝ ግድ ነው # #

1. አስፈላጊ ሆኖ ስገኝ እንደ ዕርግብ መሆን ግድ ነው።
2. አስፈላጊ ሆኖ ስገኝ እንደ እባብ መሆንም ግድ ነው።
ይሁን እንጂ እንደ ዕርግብ መሆን ያለብህ ጊዜ እባብ ከሆንክ ወይም ጎጂ ትሆናለህ እንደ እባብ መሆን ያለብህ ጊዜ እንደ ዕርግብ ከሆንክ ተጎጂ ትሆናለህ። ስለዚህ ሁለቱንም ባህርያት መያዝ ለክርስትና ህይወት አስፈላጊ ነው።

''እንሆ እኔ እንደ በጎች በተኵላዎች መካከል እልካችኋለሁ ስለዚህ እንደ እባብ ልባሞች እንደ ርግብም የዋሆች ሁኑ።'' ማት 10:16

Yoo isinitti tole like, comment fi share godhaa.
ከወደዳችሁት ላይክ፣ አስተያየት እና ሼር አድርጉ።

20/11/2024
Yaa hoggantoota kutaa lallaba Harargee lixaa, amma bakka tuquu hin qabne tuqxanii kun immoo gatii guddaa isin kafalchiis...
08/11/2024

Yaa hoggantoota kutaa lallaba Harargee lixaa, amma bakka tuquu hin qabne tuqxanii kun immoo gatii guddaa isin kafalchiisuuf jiraa nu eegaa!

Sooraa Gammachuu lubni Xilaahun nuuf ija keenyaa. Ijaan waan nutti dhuftaniif kana obsuu hin dandeenyu!

Address

Awash
251

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yesh*tila Nugusu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share