Al-Rahma Chiro Dawa Group

Al-Rahma Chiro Dawa Group Odeeffannoo muslimoota magaalaa ciroo

06/04/2023

Baankii Qur'aanaa Burhaan Share godha

06/04/2023

Baankiin Qur'aanaa Burhaan Qur'aana sassaabuun iddoo hanqinni Qur'aanaa jiru dhaqqabsiisuuf hojjeta.Qur'aana binnee baankii kanaaf gumaachuun iddoo hanqinni ...

Burhan Quran BankKenniisa Qur'aanaa Marsaa 3ffaa Daawwadhaa!!Subscribe godhuu hin dagatinaa !!
06/04/2023

Burhan Quran Bank
Kenniisa Qur'aanaa Marsaa 3ffaa Daawwadhaa!!
Subscribe godhuu hin dagatinaa !!

Baankiin Qur'aanaa Burhaan Qur'aana sassaabuun iddoo hanqinni Qur'aanaa jiru dhaqqabsiisuuf hojjeta.Qur'aana binnee baankii kanaaf gumaachuun iddoo hanqinni ...

Gadhiifamee jira seenaa daawwadhaa
26/03/2023

Gadhiifamee jira seenaa daawwadhaa

Walaloo: Mahdii Umar

  nashiidaa   irratti dhihaateInshaa'a Allaah arra galgala 4:00 irratti nu eeggadhaa
26/03/2023

nashiidaa irratti dhihaate
Inshaa'a Allaah arra galgala 4:00 irratti nu eeggadhaa


13/03/2023




    Wal-argaan keenya alhada 3/07/2015 haa ta'uHin orraafatinaa
03/03/2023



Wal-argaan keenya alhada 3/07/2015 haa ta'u
Hin orraafatinaa

   Dhihotti inshaa'a Allaah
27/02/2023



Dhihotti inshaa'a Allaah

08/03/2022
07/03/2022

Islaamummaan furmaata jireenyaati mata duree ja'uun jamaa'aan Nuurul Islaam dameen Rahmaa masjida Nuuritti guyyaa sabtii sa'aa 3:00 rraa jalqabee turtiin keessan nu waliin haa tahu isiniin jecha jiru
Akka nurraa hin hafne

Address

Asebe Teferi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Al-Rahma Chiro Dawa Group posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Al-Rahma Chiro Dawa Group:

Share