Hudeyda Sheki Ahmed

Hudeyda Sheki Ahmed I NEED ALLAH ALL DAY!

As wr wb Guyyaa tokkoo Abureyraan (r.a) ramadanaa gamaa faxxiriin idaaf kennamuu keessaa wanti aja'ibaa isaan muddatee i...
19/01/2025

As wr wb Guyyaa tokkoo Abureyraan (r.a) ramadanaa gamaa faxxiriin idaaf kennamuu keessaa wanti aja'ibaa isaan muddatee isaanis midhaani zakatalaal faxxiriif masgidaa dhufuu egaa turaan achiin booda gamaa galgalaa kana namitchii tokkoo midhaani kana osoo hattuu itti dhufaani qabani jenaan rabbiif jedhii gadi na dhisii debbi'ee hin dhufuu ijollee koo nyachisuufin haatee jenaan gad dhisaani, achiin booda deeman waan isaan muddatee kana nabbii keenyaa Salalah Aleyi Wasalem himaani jenaan nabbiyyiin keenyas haaras debbi'ee dhufaa sii sobe jiraa egii jedhaniin achiin booda ammas yeroo 2ffaf dhufnan abureyraani qabaanin ammas haalumma wal fakkatuun kakkachuun yaabo rabbiif jedhii gad na dhisii jedhen abureyraniis (r.a) haara garuu sii hin gadhisuu nabii keenya biraan sii geessa jedhanin innis rabbii soddadhu isani nan soddadha na qannesiini gad na dhisii 2ffaa hin dhufuu jeenan achiin amanuun gad lakkisaani haaras akka namni kuni debbi'ee dhufee nabii keenyaf himaanif achiin booda nabiin keenyas (SAW) haaras sii sobe jiraa debbi'ee dhufaa egiini jedhanini achin booda dubbii kana aja'ibuun abureyrani eguu itti fuffan haalumma duraanin haaras debbi'ee dhufee qabanin yaabo na gad dhisii jedhee kadhanaan haara garuu abadaani gad sii hin dhisuu jennaan namtichii kuni dadhabinaa abureyraa waan beekuf yoo gad na lakkiftee waan sii barsiisaa jechuun amansiise sababni isaas isaani yeroo hundaa addisaa barresuu waan jalataanif gammaduun tole maal na barsiftaa jedhanin namtichii kunnis akkas jedheni wanti ani sii barsisu Hayatal kursiyii dha jedheni barsisee amma booda hin debbi'uu jechuun deeme ayyatuli kursiyini suraa baqaraa keessati argamaa dha. achiin booda abureyraani r.a nabiyyii kenyaa biraa deemun haaras namtichi suni dhufnan gad lakkisee jedhanin maliif gad kakkiftaa jenan bar haara waan addaa na barsiise innis ayatul kursiyii dha jedhanin rasuliis SAW akkas jedhanin ati isaa beekte jeenan laa jedheni isanis bar inni sheyxanaa ayatul kursiyii waan jibbuf hin debbi'u.

I am here Hilton Hotel!!!!
25/04/2023

I am here Hilton Hotel!!!!

10/01/2023

Address

Oromia West Hararge Zone
Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hudeyda Sheki Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share