28/12/2022
በስመ አብ ወወልድ ወመንፈስ ቅዱስ አሐዱ አምላክ አሜን
ዘአድሃኖሙ ለሰለስቱ ደቅቅ ውዕቱ አድህነነ!
# # # # # # # # # # # # # # # keenya inni nuyi waaqessinu ibidda boba'aa keessaa nu oolchuu in danda'a, harka kee keessaas nu in oolcha, yaa mootii! Yoo kana fedhuu dhabaatte iyyuu, nuyi waaqayyolii kee akka hin waaqessine, bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame ati dhaabdeefis akka hin saganne beeki,/ ናቡከደነፆር ሆይ፥ በዚህ ነገር እንመልስልህ ዘንድ አስፈላጊያችን አይደለም፡፡የምናመልከው አምላካችን ከሚነድደው ከእሳቱ እቶን ያድነን ዘንድ ይችላል፤ ከእጅህም ያድነናል፥ ንጉሥ ሆይ! ነገር ግን፥ ንጉሥ ሆይ፥ እርሱ ባያድነን፥ አማልክትህን እንዳናመልክ ላቆምኸውም ለወርቁ ምስል እንዳንሰግድለት እወቅ፡ አሉት። # # # # # # #
# # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # dhaloota amma jiruu irrallee egamuudha badiif hin jilbeeffadhuun. ለጥፋት አልንበረከክም ከአሁኑ ትውልድም የሚጠበቅ ቁርጠኝነት። Dhaloota fi Biyyaaf yaa jiraannu. Waaqayyoon keenyaa kaffalaa keenyaadha. ለሐገርና ለትውልድ እንኑር አምላካችን ከፋያችን ነውና። # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # #
+++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++++
# # # # # # # # # # # # # # Daandii Abbootii (ማኀበረ ፍኖተ አበው) Finfinnee /አዲስ አበባ ታህሳስ/Mudde 19/2015 # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # #
# # . 3፡8- Yeroodhuma sana warri Kaldootaa tokko mootichatti dhi'aatanii Yihudoota tokko hamatan.Nebukadnezaariinis, "Yaa mootii, bara baraan jiraadhu! Yaa mootii! Ati ' Namni hundinuu sagalee fiinoo, faaggaa, kiraaraa, maseenqoo, mi'a ribuu qabu kan biraa, sagalee mi'a garaa garaas yommuu dhaga'u bifa fakkeenya warqee irraa hojjetameef gombifamee haa sagadu! ¹¹ Namni gombifamee hin saganne immoo iddoo ibiddi itti boba'u keessatti in darbatama' jettee abboommii baafteetta. Yihudoonni warri ati hojii kutaa biyya Baabilon sana geggeessuu irra isaan dhaabde tokko jiru; maqaan isaaniis Shaadraak, Meshaak, Abed-Neegoo dha; namoonni kun abboommii kee hin ulfeessan, yaa mootii! Isaan waaqayyolii kee hin waaqessan, bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame ati dhaabde sanaafis hin sagadan" jedhan. Nebukadnezaaris kana irratti aaree dheekkamee, Shaadraakin, Meshaakin, Abed-Neegoos gara isaa akka fidan in abboome; isaanis jara kana mooticha duratti dhi'eessan. Nebukadnezaaris, "Yaa Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoo! Isin dhuguma waaqayyolii koo hin waaqessitanii? Bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame ani dhaabeefis hin sagaddanii? Egaa amma sagalee fiinoo, faaggaa, kiraaraa, maseenqoo, mi'a ribuu qabu kan biraa, ulullee, sagalee mi'a garaa garaas akkuma dhageessaniin, bifa fakkeenyaa ani hojjechiiseef gombifamtanii sagaduudhaaf qophaa'aa! Yoo sagaduu dhabaattan garuu, si'uma sana iddoo ibiddi itti bobba'u keessatti in darbatamtu; Waaqayyo inni harka koo isin oolchu kun eenyu?" jedhe. Kana irratti Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoon mootichaaf deebisanii, "Yaa Nebukadnezaar, waa'ee kanaaf nuyi deebii siif kennuu iyyuu nu hin barbaachisu. Oolchuu yoo ta'e immoo, Waaqayyo keenya inni nuyi waaqessinu ibidda boba'aa keessaa nu oolchuu in danda'a, harka kee keessaas nu in oolcha, yaa mootii! Yoo kana fedhuu dhabaatte iyyuu, nuyi waaqayyolii kee akka hin waaqessine, bifa fakkeenya warqee irraa hojjetame ati dhaabdeefis akka hin saganne beeki, yaa mootii!" jedhan. Yommus Nebukadnezaar gar-malee dheekkamee, fuulli isaas Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegootti in geddarame; humna ibiddichaa isa dur gubu caalaa dachaa torba akka gubsiisan in abboome; loltuu isaa keessaa warri humna caalan immoo Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoo hidhanii iddoo ibiddi itti boba'u keessatti akka darbatan inni in ajaje. Achumaanis namoonni sadan akkuma uffatanii jiranitti wayyaa isaanii, fiddoo isaanii, marata isaanii wajjin hidhamanii iddoo ibiddi itti boba'u keessatti in darbataman. Abboommiin mootichaa jabaa waan tureef, ibiddichis gar-malee waan gubeef, arrabni ibiddichaa warra Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoo geessanii itti darbatan gubee in ajjeese. Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoon sadanuun isaanii akkuma hidhamanii jiranitti ibidda boba'u sana keessatti in kufan. Ergasii Nebukadnezaar mootichi na'ee waan dinqifateef, sardamaa lafaa ka'ee, "Namoonni sadii hidhamanii ibidda keessatti akka darbataman goone mitii ree?" jedhee gurguddoota mana mootummaa isaa in gaafate; isaan immoo deebisanii mootichaan, "Kana dhuguma gooneerra, yaa mootii!" jedhaniin. Innis itti dabalee, "Ani garuu kunoo, namoonni afur hiikamanii, miidhamni tokko utuu isaan irra hin ga'in ibidda keessa asii fi achi adeemuu isaanii nan arga; bifni isa afuraffaa immoo bifa ilma waaqayyolii in fakkaata" jedhe. Nebukadnezaar gara balbala iddoo ibiddi keessaa boba'uutti dhi'aatee, "Shaadraak! Meshaak! Abed-Neegoo! Hojjetoota Waaqayyo isa hundumaa gararraa jiruu, kottaa as ba'aa!" jedhe; yommus Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoon ibiddicha keessaa gad in ba'an. Warri kutaa biyyaa bulchan, warri mataa kutaa hojii irra jiran, abboonni biyyaa, gurguddoonni mana mootummaa isaa, walitti dacha'anii, ibiddichi dhagna namoota kanaa irratti humna akka hin godhatin in argan; rifeensi mataa isaanii iyyuu hin ciincofne, uffanni isaaniis bifa hin geddaranne, fooliin ibiddaas isaan irra hin turre. Kana irratti Nebukadnezaar, "Waaqayyo inni kan Shaadraak, kan Meshaak, kan Abed-Neegoo ulfinaan haa jajamu! Inni ergamaa isaa ergee hojjetoota isaa kana oolcheera; hojjetoonni isaa kun isa waan amanataniif abboommii mootichaa homaatti hin lakkoofne; Waaqayyo isaanii malee waaqayyolii kan biraa akka hin waaqessine, isaaniif akka hin saganneefis dhagna isaanii gubamuutti dabarsanii kennan. Ammas akka kanatti oolchuu kan danda'u Waaqayyo kan biraa waan hin jirreef, saba, gosa, afaan dubbatamu keessaa namni dubbii hin taane Waaqayyo isa kan Shaadraak, Meshaakii fi Abed-Neegoo irratti dubbatu, harki isaa fi miilli isaa irraa ciramee, manni isaa diigamee tuullaa kosii ta'ee akka hafuuf, kunoo, ani abboommii baaseera!" jedhe. Mootichi kana booddee Shaadraak, Meshaak, Abed-Neegoodhaaf kutaa biyya Baabilonitti hojiin isaanii akka wal qixxaatuuf in godhe. # # #ዳንኤል 3፡8: በዚያን ጊዜም ከለዳውያን ቀርበው አይሁድን ከሰሱ።ለንጉሡም ለናቡከደነፆር ተናገሩ እንዲህም አሉ፦ ንጉሥ ሆይ፥ ሺህ ዓመት ንገሥ። አንተ፥ ንጉሥ ሆይ፦ የመለከትንና የእንቢልታን፥ የመሰንቆንና የክራርን፥ የበገናንና የዋሽንትን፥ የዘፈንንም ሁሉ ድምፅ የሚሰማ ሰው ሁሉ ተደፍቶ ለወርቁ ምስል ይስገድ፤ ተደፍቶም የማይሰግድ በሚነድድ እሳት እቶን ውስጥ ይጣላል፡ ብለህ አዘዝህ ፡፡በባቢሎን አውራጃ ሥራ ላይ የሾምሃቸው ሲድራቅና ሚሳቅ አብደናጎም የሚባሉ አይሁድ አሉ፤ ንጉሥ ሆይ፥ እነዚህ ሰዎች ትእዛዝህን እንቢ ብለዋል፤ አማልክትህን አያመልኩም፥ ላቆምኸውም ለወርቁ ምስል አይሰግዱም። ናቡከደነፆርም በብስጭትና በቍጣ ሲድራቅንና ሚሳቅን አብደናጎንም ያመጡ ዘንድ አዘዘ፤ እነዚህንም ሰዎች ወደ ንጉሡ ፊት አመጡአቸው። ናቡከደነፆርም፦ ሲድራቅና ሚሳቅ አብደናጎም ሆይ፥ አምላኬን አለማምለካችሁ፥ ላቆምሁትም ለወርቁ ምስል አለመስገዳችሁ እውነት ነውን? አሁንም የመለከቱንና የእንቢልታውን የመሰንቆውንና የክራሩን የበገናውንና የዋሽንቱን የዘፈኑንም ሁሉ ድምፅ በሰማችሁ ጊዜ ተደፍታችሁ ላሠራሁት ምስል ብትሰግዱ መልካም ነው፤ ባትሰግዱ ግን በዚያ ጊዜ በሚነድድ እሳት እቶን ውስጥ ትጣላላችሁ፤ ከእጄስ የሚያድናችሁ አምላክ ማን ነው? ብሎ ተናገራቸው ፡፡ሲድራቅና ሚሳቅ አብደናጎም መለሱ ንጉሡንም፦ ናቡከደነፆር ሆይ፥ በዚህ ነገር እንመልስልህ ዘንድ አስፈላጊያችን አይደለም፡፡የምናመልከው አምላካችን ከሚነድደው ከእሳቱ እቶን ያድነን ዘንድ ይችላል፤ ከእጅህም ያድነናል፥ ንጉሥ ሆይ! ነገር ግን፥ ንጉሥ ሆይ፥ እርሱ ባያድነን፥ አማልክትህን እንዳናመልክ ላቆምኸውም ለወርቁ ምስል እንዳንሰግድለት እወቅ፡ አሉት። የዚያን ጊዜም ናቡከደነፆር በሲድራቅና በሚሳቅ በአብደናጎም ላይ ቍጣ ሞላበት፥ የፊቱም መልክ ተለወጠባቸው፤ እርሱም ተናገረ፥ የእቶንም እሳት ይነድድ ከነበረው ይልቅ ሰባት እጥፍ አድርገው እንዲያነድዱት አዘዘ። ሲድራቅንና ሚሳቅንም አብደናጎንም ያስሩ ዘንድ፥ ወደሚነድድም ወደ እቶን እሳት ይጥሉአቸው ዘንድ በሠራዊቱ ውስጥ ከነበሩት ኃያላን አዘዘ። የዚያን ጊዜም እነዚህ ሰዎች ከሰናፊላቸውና ከቀሚሳቸው ከመጐናጸፊያቸውም ከቀረውም ልብሳቸው ጋር ታስረው በሚነድድ በእቶን እሳት ውስጥ ተጣሉ። የንጉሡም ትእዛዝ አስቸኳይ ስለሆነ የእቶኑም እሳት እጅግ ስለሚነድድ፥ ሲድራቅንና ሚሳቅን አብደናጎንም የጣሉአቸውን ሰዎች የእሳቱ ወላፈን ገደላቸው።እነዚህም ሦስቱ ሰዎች ሲድራቅና ሚሳቅ አብደናጎም ታስረው በሚነድደው በእቶኑ እሳት ውስጥ ወደቁ።የዚያን ጊዜም ንጉሡ ናቡከደነፆር ተደነቀ ፈጥኖም ተነሣ፤ አማካሪዎቹንም፦ ሦስት ሰዎች አስረን በእሳት ውስጥ ጥለን አልነበረምን? ብሎ ተናገራቸው። እነርሱም፦ ንጉሥ ሆይ፥ እውነት ነው፡ ብለው ለንጉሡ መለሱለት።እርሱም፦ እነሆ፥ እኔ የተፈቱ በእሳቱም መካከል የሚመላለሱ አራት ሰዎች አያለሁ፤ ምንም አላቈሰላቸውም፤ የአራተኛውም መልክ የአማልክትን ልጅ ይመስላል፡ ብሎ መለሰ።የዚያን ጊዜም ናቡከደነፆር ወደሚነድደው ወደ እሳቱ እቶን በር ቀርቦ፦ እናንተ የልዑል አምላክ ባሪያዎች፥ ሲድራቅና ሚሳቅ አብደናጎም፥ ኑ ውጡ፡ ብሎ ተናገራቸው። ሲድራቅና ሚሳቅም አብደናጎም ከእሳቱ መካከል ወጡ። መሳፍንቱና ሹማምቶቹም አዛዦቹና የንጉሡ አማካሪዎች ተሰብስበው እሳቱ በእነዚያ ሰዎች አካል ላይ ኃይል እንዳልነበረው፥ የራሳቸውም ጠጕር እንዳልተቃጠለች፥ ሰናፊላቸውም እንዳልተለወጠ፥ የእሳቱም ሽታ እንዳልደረሰባቸው አዩ።ናቡከደነፆርም መልሶ፦ መልአኩን የላከ፥ ከአምላካቸውም በቀር ማንም አምላክ እንዳያመልኩ ለእርሱም እንዳይሰግዱ ሰውነታቸውን አሳልፈው የሰጡትን የንጉሡንም ቃል የተላለፉትን በእርሱ የታመኑትን ባሪያዎቹን ያዳነ፥ የሲድራቅና የሚሳቅ የአብደናጎም አምላክ ይባረክ።እኔም እንደዚህ የሚያድን ሌላ አምላክ የለምና በሲድራቅና በሚሳቅ በአብደናጎም አምላክ ላይ የስድብን ነገር የሚናገር ወገንና ሕዝብ በልዩ ልዩም ቋንቋ የሚናገሩ ይቈረጣሉ፥ ቤቶቻቸውም የጕድፍ መጣያ ይደረጋሉ ብዬ አዝዣለሁ፡ አለ።የዚያን ጊዜም ንጉሡ ሲድራቅንና ሚሳቅን አብደናጎንም በባቢሎን አውራጃ ውስጥ ከፍ ከፍ አደረጋቸው።
# # # # # # geessan እንኳን አደረሳችሁ # # # # # #