Yesuusiin fayyineerra

Yesuusiin fayyineerra Yesuus Ni Dhufa !

New AlbumRaajii Meseret TayeVol 1
24/01/2026

New Album
Raajii Meseret Taye
Vol 1

Garuu gaaffiin qaba ! Gaafa qeesiin warra orthodoksii karaa miidiyaa as ba'ee uummata Oromoo arrabsu yoom himata irratti...
24/12/2025

Garuu gaaffiin qaba ! Gaafa qeesiin warra orthodoksii karaa miidiyaa as ba'ee uummata Oromoo arrabsu yoom himata irratti bantanii ???
👉 Dhiifama Gochuun aadaa Oromoo keessaa isa tokkodha.
👉Dhiifama gochuun karaa ittiin nama tokko ittiin mo'atan keessaa isa tokkodha.

Dhiifama gaafachuun kee bilchina kee agarsiisa ! Warri dhiifama inni gaafate  bira darbitanii tarkaanfii fudhachuuf deem...
24/12/2025

Dhiifama gaafachuun kee bilchina kee agarsiisa ! Warri dhiifama inni gaafate bira darbitanii tarkaanfii fudhachuuf deemaa jirtan ! Isinis Aadaa fi Safuu Oromoo cabsaa akka jirtan beekaa !

Karaa Kee Eebbaa DirribaaEbba Diriba
08/12/2025

Karaa Kee
Eebbaa Dirribaa
Ebba Diriba

05/12/2025

😂😂😂

22/11/2025
Waaqayyo Jira Yaadoo koo ! Dhugaa kees in baasa !
18/11/2025

Waaqayyo Jira Yaadoo koo ! Dhugaa kees in baasa !

Address

Ambo
Ambo

Telephone

+251712471042

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yesuusiin fayyineerra posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share