EECMY-Ilu Abba Bora Bethel Synod

EECMY-Ilu Abba Bora Bethel Synod Finfinnee Onesmos Congregation

11/09/2026

Amantootaa fi firoottan waldaa keenyaa akkasumas hunduuma keenyaaf baga Waaqayyoo bara haaraa 2019 tiin Nagaan nu gahe!!
Barri fuula keenya duraa bara gammachuuu, kan tajaajilaa fi ulfiina waaqayyoo gutummaatti itti arginuu nuuf haa tahu!
Eebbifamaa!!

Guyyaa hara’a Waaqayyoo yeroo waaqeeffannaa bareedaa nu kenneera, baay’ee eebbifamnerras. Warra tajaajilttan hunduma Kes...
06/09/2026

Guyyaa hara’a Waaqayyoo yeroo waaqeeffannaa bareedaa nu kenneera, baay’ee eebbifamnerras. Warra tajaajilttan hunduma Kessan Goftaan isin haa eebbisuu.

Sagantaa Galateefannaa fi hundeeffama Waldaa Kiristaanaa warra Wangeelaa Makaana Yesuus Onesmoos Finfinnee ji’a ja’affaa...
01/09/2026

Sagantaa Galateefannaa fi hundeeffama Waldaa Kiristaanaa warra Wangeelaa Makaana Yesuus Onesmoos Finfinnee ji’a ja’affaa

WKWWMY/Onesmoos Finfinnee: Waaqayyoo haala hundumaa keessatti nugargaaree, hara’a irra dhaabannee akka isa galateefannuuf carraa guddaa waan nuuf laateef maqaan waaqayyoo bara baraan haa eebbifamuu!
Ji’ootaa fi yeroolee darban kana keessatti holoolli fi Lollii diinaa osoo isin hin dhaabiin Nubira dhaabachuun harka mirgaa keessan kan nu laattan amantootnni fi firootnni waldaa keenya hundumaa waaqayyoo bara keessan,tajaajila keessan fi mana keessan haa eebbisuu.

Gammachuu guddaan wangeela dhalootaaf dabarsuu caale eessa jira?hin jiru kanaaf gooftaatti gammanna. Marree Finfinnee fi...
16/03/2026

Gammachuu guddaan wangeela dhalootaaf dabarsuu caale eessa jira?hin jiru kanaaf gooftaatti gammanna. Marree Finfinnee fi naannooshee kan jirtan mu,ata seena qabeessa kanatti makamuun yeroonsaa amma.Hin barfatinaa waldaan keenyatti tajaajiluuf tajaajilamuuf afaanni haalli.kamiyyuu naman daangessu.Kottaa Mootummaa.kiristoos labsinaa imaanaa sana itti fufsiisfnaa.Follow.this page comment it .Stay blessed EECMY ONESMOS Satelite congration Finfinne

15/03/2026

Goftaatti kan jaallatamttan obbolootni keenya hunduu,nagaan Waaqayyoo bakka jirttanitti isiniif haa baay'atuu!
Galma gahuu sagantaa keenya gaafa Guraandhala 29, bara 2018 qabaanne irratti goftaan milkaa'ina waan nuu laateef goftaatti guddaa gammanna. Akkasumas hirmaattootaaf tumsitoota sagantaa kanaa waan taataniif isinillee baga gammaddan,baga gammannee.

Tajaajilttoonni fi amantootni Waldaa K/W/W/M/Y/I Sinodoosii Beteel Iluu Abbaa Booraa W/A/B/M/Y/Mattuu nu gidduutti rgamuun nu tajaajilaniiru,nujajjabeessaniruu akkasuma illee gammachuu keenya nu fana ta'un hirmaataniiru.Waaqayyoo Baraa fi tajaajila isaanii hunda haa eebbisuu.

Hojii Wangeelaa abbootiin keenya wareegamaniif itti fufsiisuuf,lagaa fi Afaaniin osoo wal hin qoodiin namni hundumttuu kan itti tajaajilamuu danda'u W/K/W/W/M/Y/I/S/B/I/A Waldaa amantoota Beteel Makaana Yesuus Mattuutti Waldaa amantoota Saatalaayitii Onesmoos Finfinnee hundeessuun danda'aameera. Galanni hunduu kan Waaqayyooti!

Hubachiisa: Amantootni uunka miseensummaa guuttan, kan hin guutiin illee sagantaan waaqeefannaa keenya itti fuufinsaan akka gaggeefamuu hubattanii Dilbata(Sanbata guddaa)naannoo Baambiisitti kan argamu Waajjira Ol-aanaaW/K/W/W/ Makaana Yesuus darbii sadaffaa irratti sa'aatii 2:30 irraa eegalee hanga 5:00 tti (local time) waan jiraatuuf maatii fi hiriyoota keessan waliin ta'uun akka argamttan jaalala Waaqayyoon isin yaadachiifnna.
Eebbifamaa!!

በጌታ የተወደዳችሁ ወንድሞችና እህቶች የእግዚአብሔር ፀጋና ሰላም ይብዛላችሁ ።
ጌታ እረድቶን የካቲት 29,2018 (March 08,2026) የኢትዮጵያ ወንጌላዊት ቤተክርስቲያን መካነ ኢየሱሰ የኢሉ አባቦራ ቤቴል ሲኖዶስ መቱ ቤቴል መካነ ኢየሱስ ቤ/ክ የአዲስ አበባ ኦኔስሞስ ሳተላይት ማህበረ ምዕመናን በይፋ መመስረቷ ይታወሳል። ለዚህም ያበቃን እግዚአብሔር ይመስገን! ለዚህ ምስረታ መሳካትና እውን መሆን በፀሎት በምክር በገንዘባችሁ እንዲሁም በሁሉም ረገድ ቀኝ እጃችሁን የሰጣችሁን እና አብሮ ሰራተኛ ለነበራችሁ ሁላችሁ እንኳን ደስ አላችሁ!

በነበረን በዚያ ታሪካዊ ቀን ላይ የኢሉ አባቦራ ቤቴል ሲኖዶስ መቱ ቤቴል መካነ ኢየሱስ ማህበረ ምዕመን ቄሶች እና አገልጋዮች በመካከላችን በመገኘት አገልግለውናል;አበረታተውናል እንዲሁም ከጎናችን በመሆን የደስታችን ተካፋዮች ሆነዋል።እግዚአብሔር አምላክ አገልግሎታቸውን ዘመናቸውን ይባርክ!
የተመሰረተችሁ ማህበረ ምዕመን አባቶቻችን የተሰዉለትን ወንጌል ለማስቀጠል አከባቢን ቋንቋን ሳትለይ ሁሉም ሰው የሚገለገልባት ቤ/ክ ነች።

ማሳሰቢያ: የአባልነት ቅፅ(membership form) የሞላችሁም ያልሞላችሁ ሁላችሁም መደበኛ ፕሮግራማችን ዘወትር ዕሁድ ከጠዋቱ 2:30-5:00 ባምቢስ በሚገኘው የኢ/ወ/ቤ/ክ/መ/ ኢየሱስ ዋናው ቢሮ 3ተኛ ፎቅ ላይ እንደሚካሄድ አውቃችሁ ቤተሰቦቻችሁን ጓደኞቻቸውን እንዲሁም ጌታን ከኛ ጋር ለማምለክ የሚፈቅዱ ሰዎችን በመጋበዝ እንድትገኙ በጌታ ፍቅር እናሳስባቸዋለን። ጌታ ኢየሱስ ይባርካችሁ!

Kunis Waaqayyoon tahe,maqaa isaatiif galanni haa ta'u!  ይህም በእግዚአብሔር  ሆኖአልና ለስሙ ክብር ይሁን!
10/03/2026

Kunis Waaqayyoon tahe,maqaa isaatiif galanni haa ta'u!

ይህም በእግዚአብሔር ሆኖአልና ለስሙ ክብር ይሁን!

09/03/2026

Nuyi garboonni isaa kaanee ijaaruu in jalqabna Waaqayyoo Gooftaan Bantii Waaqaa immoo nuuf in qajeelcha.
Macaafa Nahimiyaa 2:20

የሰማይ አምላክ ያከናውንልናል፥ እኛም ባሪያዎቹ ተነሥተን እንሠራለን።
ነህሚያ 2:20

Address

Addis Ababa
81064

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EECMY-Ilu Abba Bora Bethel Synod posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share