20/07/2026
👉Waaqeffannaan keenya Guyyaa 19/07/2026.
👉Mataa duree: Qajeelummaa fi o'aa qabachuu Jedhuu Irrattii.
Lallaaba karaa luba keenyaa Luba Mahaari Imaana
👉Maar. 9:42-50
👉 Akkasumas Sagantaan Eebba uffata faarfannaa Kuayirii D fi Ebba Faafrfattoota tajaajilatti bobba'an gaggeefameea, kan nu gargaare Yesuus haa ulfaatu.