ክልፍቶም ባይብል ዩንየን-Cliftom Bible Union

  • Home
  • ክልፍቶም ባይብል ዩንየን-Cliftom Bible Union

ክልፍቶም ባይብል ዩንየን-Cliftom Bible Union CBU is a religious ministry aimed to translating the Bible into languages, distributing it, and promoting scripture engagement.

Its mission is to make the Word of God accessible and foster spiritual transformation, especially in Guji-Oromo and beyond.

  yaa'ii waliigalaa 2ffaa guyyaa har'aa (26/07/2018 ALI) Godina Gujii Bahaa Magaalaa Adoola Woyyuu, hoteela Woyyuu Inter...
04/04/2026

yaa'ii waliigalaa 2ffaa guyyaa har'aa (26/07/2018 ALI) Godina Gujii Bahaa Magaalaa Adoola Woyyuu, hoteela Woyyuu Internaashinaaliitti gaggeessaa ture xumurateera. Yaa'iin waliigalaa kun gabaasaa fi karoora dhaabbatichaa ilaaluun, dhimmoota waliigalaa dhaabbatichaa, akkasumas kallattii gara fuula duraa hedduu kaawwachuun raawwatamee jira. Maganneen wangeelaa woreegama gurguddaadhaan as geette tunis haala barbaadamuun akka isiin gara fuula duraatti deemtu manneen amantaa hundi tokkummaadhaan akka socho'an yaa'ichi dhaamsa dhaamateera!

ክልፍቶም ባይብል ዩንየን በዛሬው ቀን (26/07/2018 ዓ.ም) 2ኛ ጠቅላላ ጉባኤውን በምስራቅ ጉጂ ዞን አዶላ ወዩ ከተማ፣ ወዩ እንተርናሽናል ሆቴል አድርጓል። ጠቅላላ ጉባኤው የተቋሙን የሥራ ሪፖርት እና ዕቅድ በማየት፣ የተቋሙን አጠቃላይ ሁኔታን እንዲሁም በጋራ ጉዳዮች ላይ አቅጣጫዎችን በማስቀመጥ ተጠናቅቋል። በብዙ ተጋድሎ እና መስዋዕትነት እዚህ የደረሰው ይህ የወንጌል አደራ እንደሚገባ ወደ ፊት እንዲሮጥ ቤተ እምነቶች በአንድነት እንድንቀሳቅሱ ጉባኤው መልእክቱን አስተላልፏል።

 :እንኳን ለ2018 ዓ.ም በሰላም አደረሳችሁ! ዘመንን ቀድሞ የኖረውና ዘመኑን የሰጠን እግዚአብሔር ይመስገን። ይህ ዘመን ወደ እግዚአብሔር ቃል የምንመለስበት፣ ላልሰሙት የምናሰማበት ይሁንልን...
11/09/2025

:
እንኳን ለ2018 ዓ.ም በሰላም አደረሳችሁ! ዘመንን ቀድሞ የኖረውና ዘመኑን የሰጠን እግዚአብሔር ይመስገን። ይህ ዘመን ወደ እግዚአብሔር ቃል የምንመለስበት፣ ላልሰሙት የምናሰማበት ይሁንልን።

:
Baga bara 2018 A. L. I nageyaan dhaqqaddane. Baroota dursee ka jiraatee fi baroota kan namaaf kenne Mootiin Waan Maraa galata haa fudhatuutii. Barri kun bara itti gara Qoonqoo Waaqaatti deebinuu fi worra hin dhage'iifille dhageessinyu nuuf haa ta'u.

“የመጽሐፍ ቅዱስ አጠቃቀም ለሁሉም” (Itti Fayyadama Kitaaba Woyyichaa Nama Maraaf)ክልፍቶም ባይብል ዩንየን በምስራቅ ጉጂ ዞን ሀሮ ወላቡ ወረዳ በቀቃ ጎጎጉ ለሚገኙ...
25/08/2025

“የመጽሐፍ ቅዱስ አጠቃቀም ለሁሉም”
(Itti Fayyadama Kitaaba Woyyichaa Nama Maraaf)

ክልፍቶም ባይብል ዩንየን በምስራቅ ጉጂ ዞን ሀሮ ወላቡ ወረዳ በቀቃ ጎጎጉ ለሚገኙ አጥቢያዎችና ማህበራነ ምዕመናን የሁለት ቀናት ልዩ ትምህርት ሰጥቷል። ትምህርቶቹ “የመጽሐፍ ቅዱስ አጠቃቀም ለሁሉም” እና “የእግዚአብሔር ፍቅር” በሚሉ ርዕሶች ነው የተሰጡት። ይህም ምዕመናንን በእግዚአብሔር ቃል እንዲታጠቁ፣ ከሐሰተኞች አስተማሪዎች እራሳቸውን እንዲጠብቁ፣ በእግዚአብሔር ፍቅር እንዲታደሱ እና ሁለንተናዊ እድገት እንዲያመጡ የታለመ ነው።

Kiliftoom Yuuniyeeniin Kitaaba Woyyichaa Waldaalee Warra Wangeelaa kan naannoo Godina Gujii Bahaa Aanaa Haroo Walaabuu ganda Baqaqaa Goggoguu jiraniif barnoota addaa kan guyyaa lamaa kenneera. Barumsichi mata-dureewwan “Itti Fayyadama Kitaaba Woyyichaa Nama Maraaf” fi “Jaalala Waaqaa” jedhan irrattiidha kan kenname. Innis amantootni sagalee Waaqaatiin akka cimaniif, barsiisota dharaa irraa akka of eeggataniif, jaalala Waaqaatiin akka haaromfamanii fi guddina hundagaleessa akka fidaniif kan kaayyeffameedha.

"መጽሐፍ ቅዱስ ለሁሉም" ክልፍቶም ባይብል ዩንየን ከኢትዮጵያ ወንጌላውያን አማኞች አብያተ ክርስቲያናትና ከአብያተ ክርስቲያናት ሕብረት ጋር በመተባበር በምዕራብ ጉጂ ዞን ቡሌ ሆራ ከተማ ያዘጋ...
08/08/2025

"መጽሐፍ ቅዱስ ለሁሉም"

ክልፍቶም ባይብል ዩንየን ከኢትዮጵያ ወንጌላውያን አማኞች አብያተ ክርስቲያናትና ከአብያተ ክርስቲያናት ሕብረት ጋር በመተባበር በምዕራብ ጉጂ ዞን ቡሌ ሆራ ከተማ ያዘጋጀው የመሪዎችና የአገልጋዮች ልዩ የሁለት ቀናት ስልጠና በሰላም ተጠናቅቋል። በስልጠናውም "የመጽሐፍ ቅዱስ አጠቃቀም ለሁሉም" በወ/ዊ፣ ዶ/ር ዓለማየሁ ሆጤሣ፣ "ወንጌልና ባሕል" በወ/ዊ ጸጋአብ በቀለ እንዲሁም ከካውንስ በመጋቢ ገበየሁ ታደለ ተሰጥቷል። ስለ ነበርን እጅግ በጣም ድንቅ ጊዜ እግዚአብሔርን እያመሰገንን ይህንን ፕሮግራም መልካም እንዲሆን ከፍተኛ ሚና የተጫወታችሁ የክልፍቶም ባይብል ዩንየን ምዕራብ ጉጂ ቅርንጫፍ ኮሚቴዎችና ሠራተኞች፣ የአብያተ ክርስቲያናት ሕብረት አስተባባሪዎች፣ የካውንስል አስተባባሪዎች እንዲሁም ቦታ በመስጠት ያገለግሉት የቃለ ሕይወት ቤተ ክርስቲያን ሁላችሁም ጌታ ዘመናችሁን ይባርክ። አንዱን ወንጌል በአንድነት ለማገልገል ቀኝ እጃችሁን የሰጣችሁን መሪዎችና አገልጋዮች በሙሉ ተባረኩ ለማለት እንወዳለን።

Leenjiin addaa kan Kiliftoom Yuuniyeeniin Kitaaba Woyyichaa Kaawunsilii Waldaalee Amantoota Warra Wangeelaa fi Tokkummaa Amantoota Warra Wangeelaa waliin ta'uun Godina Gujii Lixaa magaalaa Bulee Horaatti guyyoota lamaaf qophaa'e haa dansaa ta'een hobba'eera. Mata duree "Itti Fayyadama Kitaaba Woyyichaa Nama Maraaf" jedhuun H/W, Dr. Alamaayyoo Hoxxeessaa, "Wangeelaa fii Aadaa" H/W, Tsaggaa'aab Baqqalaa, akkasumas Kaawunsilii irraa Paaster Gabayyoo Taaddalaatiin kennameera. Yeroo gaarii dabarsine sanaaf Waaqayyoon galateeffachaa qaamolee milkaa'ina sagantaa kanaatiif gahee guddaa taphatan koree fi hojjattoota Yuuniyeenii Kitaaba Woyyichaa damee Gujii Lixaa, qindeessitoota Kaawunsilii fi Tokkummaa Amantoota Warra Wangeelaa maraaf, galma leenjii kennuudhaan Waldaa Qaalahiwootii hunduma keessanuu Waaqayyo isin haa eebbisu jenna. Wangeela tokko kana tokkummaan akka hojjannuuf tajaajiltootaa fi gaggeessitootni tokkummaan dhaabbattan hundinuu eebbifamaa jechuu jaallanna.

Konfiraansii Diimtuu/ዲምቱ  ኮንፈረንስ Godina Gujii Dhihaa Aanaa Hamballaa Waammannaa magaalaa Diimtuutti konfiraansiin raabsa...
24/02/2025

Konfiraansii Diimtuu/ዲምቱ ኮንፈረንስ

Godina Gujii Dhihaa Aanaa Hamballaa Waammannaa magaalaa Diimtuutti konfiraansiin raabsa Kitaaba Woyyichaa (Holy Bible) kan Kiliftoom Yuuniyeenii Kitaaba Woyyichaatii fi walde'oota amantoota worra wongeelaa naannoo sanaa waliin ta'uun guyyoota sadiif qophaa'e haala gaariidhaan raawwatameera. Sagantaan kun akka milkaa'uuf worri karaa hedduun dadhabaa turtan koreewwanii fi hojjattootni KYKW, gaggeessitooti Waldaa, tajaajiltooti, hojjattootii fi kanneen biroos Waaqi isin haa eebbisu jenna.

በምዕራብ ጉጂ ዞን ሐምበላ ዋመና ወረዳ ዲምቱ ከተማ በክልፍቶም ባይብል ዩንየን እና በአካባቢው አብያተ ክርስቲያናት ለሶስት ቀናት የተዘጋጀው የመጽሐፍ ቅዱስ ስርጭት ኮንፈረንስ በድል ተጠናቅቋል። ይህ ፕሮግራም እንድሳካ በብዙ መንገድ የደከማችሁ የዩንየናችን ሠራተኞች እና ኮሚቴ፣ የቤተ ክርስቲያን መሪዎች፣ አገልጋዮች እና ሌሎቻችሁም እግዚአብሔር ይባርካችሁ።

Oduu Gammadaa!Saamu’el lammeessoo 22:31 “Karaan Waaqaa dhidhinna hin qabu; jechi Mootii Waan Maraa dhuga’a; worra isatti...
12/02/2025

Oduu Gammadaa!

Saamu’el lammeessoo 22:31 “Karaan Waaqaa dhidhinna hin qabu; jechi Mootii Waan Maraa dhuga’a; worra isatti baqatuuf, inni wonte’e” jedha. Kitaaba Woyyicha looga Oromoo Guji’ii raabsuu irratti kan argamu Kiliftoom Yuuniyeeniin Kitaaba Woyyichaa (Cliftom Bible Union) konfiraansii guddaa Godina Gujii Aanaa Hamballaa Waammannaa magaalaa Diimtuutti qopheessee jira. Konfiraansichi guyyoottan sadiif (14-16/06/2017 A.L.I) kan gaggeeffaamu waan ta’eef worri adaala sanitti argamtan hundinuu affeeramtanii jirtu. Guyyoottan sanitti lallaba qoonqoo Waaqaatiin Hayyuu Dastaa Haroo (Bulee Horaa) fi H/W, Dr. Alamaayyoo Hoxxeessaa (Finfinnee) kan nu tajaajilan yommuu ta’u faarfannaadhaan immoo Faarfataa Galgaloo Danboobii (Bulee Horaa) fi Faarfataa Ermiyaas Qunbii (Bulee Horaa) nu tajaajilan.

Kitaaba Woyyicha hiikuu qofa adoo hin teene hin dubbifannalle'e. Kitaabi kitaabota kamiiyyuu caalu ka mana, harkaa fi la...
10/12/2024

Kitaaba Woyyicha hiikuu qofa adoo hin teene hin dubbifannalle'e. Kitaabi kitaabota kamiiyyuu caalu ka mana, harkaa fi laphee nama hundaa keessaa dhabamuu hin qanne Kitaaba Woyyicha.

መጽሐፍ ቅዱስን መተርጎም ብቻ ሳይሆን እናነበዋለን። ከሁሉም መጽሐፍት የሚበልጥና ከሰው ቤት፣ እጅ እና ልብ ውስጥ መጥፋት የሌለበት መጽሐፍ መጽሐፍ ቅዱስ ነው።

“ቃልህ ለጕሮሮዬ ጣፋጭ ነው፤ ከማርና ከወለላ ይልቅ ለአፌ ጣፈጠኝ።”  — መዝሙር 119፥103"Jechi keeti arraba kiyyatti attam attam mi'owa! Afaan kiyya ...
04/12/2024

“ቃልህ ለጕሮሮዬ ጣፋጭ ነው፤ ከማርና ከወለላ ይልቅ ለአፌ ጣፈጠኝ።”
— መዝሙር 119፥103

"Jechi keeti arraba kiyyatti attam attam mi'owa! Afaan kiyya keessatti damma caalaa mi'owa" (Far 119:103)

Konfiraansiin raabsa Kitaaba Woyyichaa kan CBU'dhaan magaalaa Uraagaatti qophaa'e haala dansa'aan itti fufee jira. Kitaa...
02/12/2024

Konfiraansiin raabsa Kitaaba Woyyichaa kan CBU'dhaan magaalaa Uraagaatti qophaa'e haala dansa'aan itti fufee jira. Kitaaba Woyyicha nama maraaf!

በኡራጋ በክልፍቶም ባይብል ዩንየን የተዘጋጀው የመጽሐፍ ቅዱስ ስርጭት ኮንፈረንስ በጥሩ ሁኔታ ቀጥሏል። መጽሐፍ ቅዱስ ለሁሉም!

ክልፍቶም ባይብል ዩንየን የመጽሐፍ ቅዱስ ስርጭት ኮንፈረንስን በምስራቅ ጉጂ ዞን ኡራጋ ወረዳ ላይ እያካሄዴ ይገኛል። የእግዚአብሔር ቃል ለሁሉም! Kiliftoom Yuuniyeeniin Kitaa...
30/11/2024

ክልፍቶም ባይብል ዩንየን የመጽሐፍ ቅዱስ ስርጭት ኮንፈረንስን በምስራቅ ጉጂ ዞን ኡራጋ ወረዳ ላይ እያካሄዴ ይገኛል። የእግዚአብሔር ቃል ለሁሉም!

Kiliftoom Yuuniyeeniin Kitaaba Woyyichaa konfiraansii raabsaa Kitaaba Woyyichaa Godina Gujii Bahaa Aanaa Uraagaatti gaggeessaa jira. Jecha Waaqaa nama maraaf!

Address

CMC

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ክልፍቶም ባይብል ዩንየን-Cliftom Bible Union posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship?

Share