Pro Waqo

Pro Waqo Hin ce'ama

Da’aa jirta malee  Du’aa hin jirtu!  ( )Obsaan Annan goromsaa dhuga jedha jaarsi.!Harmeen yeroo ciniinsuudhaan dhiphattu...
30/05/2025

Da’aa jirta malee Du’aa hin jirtu! ( )

Obsaan Annan goromsaa dhuga jedha jaarsi.!
Harmeen yeroo ciniinsuudhaan dhiphattu,
Lafeen dugda ishee yeroo gargar-saaqamee Gidirfamtu, sana booda maaltu akka jiru waan beektuuf daa’ima ishee irraa dhalatu abdiidhaan eeggachaa dhiphina ishee obsiti.!

Atis akkasuma ta’i;
Joobira ta’i humna ke haaressi
Leenca ta’i ilaalcha ke guddisi
Mixiis ta’i galaa ykn seenaa ol kaa’i
Bara milkii jiraadhu
🙏
Dawit Girmaa

30/05/2025

Hin bari'e!

Hin bareedduum🙏❤🙏🙏.
13/05/2025

Hin bareedduum🙏❤🙏🙏.

Galatoomi
12/05/2025

Galatoomi

Address

Addis Ababa

Telephone

+251910789868

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Pro Waqo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share