Scripture Verses Afaan Oromoo

Scripture Verses Afaan Oromoo Sagalee Waaqayyo dhalootaan qaqabsiisu.

05/05/2025

“Waaqayyoon mormanii isa irratti ka'uun utuu hin dhufin, inni hamaan seera malee jiraatus ilmi badiisaa sun utuu bakkeetti hin baafamin, guyyaan sun hin dhufu; kanaaf namni tokko karaa kam illee isin hin walaalchisin !”
— 2Tas. 2:3

29/10/2024

“Inni ofii isaatii garaa namaa keessa kan jiru waan beekuuf, kan biraa dhufee waa'ee nama tokkoo isatti himuu hin barbaachifne.”
— Yoh. 2:25

24/10/2024

Mar. 6
⁵⁰ Hundumti isaanii isa arganii sodaatan. Inni garuu achumaan isaanitti dubbatee, "Jabaadhaa, innoo anaa, hin sodaatinaa!" jedhe.
⁵¹ Isaanii wajjinis bidiricha yaabbate; qilleensichis dhaabannaan waanuma jedhan wallaalan.

19/10/2024

“Namni gurri isaa ifata jireenyaa dhaga'u, ogeessota gidduu in jiraata.”
— Fak. 15:31

04/10/2024

"Yesus gara gaaraatti ol ba'ee, warra barbaades ofitti waame; isaanis gara isaa dhufan. Isaa wajjin akka turaniif wangeela lallabuufis akka isaan erguuf, namoota kudha lama bartoota godhate; (isaan kana warri inni “Ergamoota” jedhee immoo waame). Hafuurota hamoota baasuufis aboo akka isaan qabaatan godhe."
Wangeela Maarqos 3:13-15

02/10/2024

“Namni nama erga jaallatee, waan hamaa isa irratti hin hojjetu; kanaafis nama jaallachuun seera raawwachuu dha.”
— Rom. 13:10

28/09/2024

“Kadhataa fi himata keessan hundumaa keessatti yeroo hundumaa hafuuraan geggeeffamaatii kadhadhaa! Egaa kadhachuutti dammaqaa, obsaanis itti jabaadhaa, warra Waaqayyoof qulqullaa'an hundumaafis kadhadhaa!”
— Efe. 6:18

Waaqayyo iyya in dhaga'aa.
05/04/2024

Waaqayyo iyya in dhaga'aa.

Diinota ko anatti hin gammadinaa!
04/04/2024

Diinota ko anatti hin gammadinaa!

Nagaan isiinif haa ta'uu.
03/04/2024

Nagaan isiinif haa ta'uu.

Waaqayyo ha jajamuu.
02/04/2024

Waaqayyo ha jajamuu.

Waaqayyo gargaaradha, share Scripture Verses Afaan Oromoo
01/04/2024

Waaqayyo gargaaradha, share Scripture Verses Afaan Oromoo

Address

Addis Ababa

Telephone

+251931664967

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Scripture Verses Afaan Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share