Prophet Demeksa Oljira/Life of Christ Church

Prophet Demeksa Oljira/Life of Christ Church DameOljira@ LifeofChrist Church com.

01/07/2025
Maatii eebbaa Waaqayyo umurii keessan naaf haa dheeressu baay'een isin jaalladha.
07/11/2024

Maatii eebbaa Waaqayyo umurii keessan naaf haa dheeressu baay'een isin jaalladha.

Amma dabareen kan Sandaafaa ti.Wangeelli humnaan lallabamaa jira. Lubbuu haaraanis baay'ee fayyaa jiru. Ulfinni isaa kan...
03/09/2024

Amma dabareen kan Sandaafaa ti.
Wangeelli humnaan lallabamaa jira. Lubbuu haaraanis baay'ee fayyaa jiru. Ulfinni isaa kan Waaqayyoo ti.

Oduu Gammachiisaa Xaafoo fi naannoo isheetti kan argamtan maraaf Koonfiraansii kana irraa hafuun him dandaa'amu.Isiniifi...
05/06/2024

Oduu Gammachiisaa Xaafoo fi naannoo isheetti kan argamtan maraaf Koonfiraansii kana irraa hafuun him dandaa'amu.Isiniifis moo'ichi guddaan ni ta'a!

Bara keenya keessa haalli jireenya Kiristiyaanummaa gatii kan nama kaffalchiisus yoo ta'e Gooftaatti jabaachuun murtoodh...
30/04/2022

Bara keenya keessa haalli jireenya Kiristiyaanummaa gatii kan nama kaffalchiisus yoo ta'e Gooftaatti jabaachuun murtoodha.

18/04/2022

𝑬𝒚𝒆𝒔𝒖𝒔 𝒀𝒆 𝑨𝒍𝒆𝒎 𝑩𝒊𝒓𝒉𝒂𝒏 𝒏𝒂𝒘
𝒀𝒆𝒔𝒖𝒖𝒔 𝒊𝒇𝒂 𝒃𝒊𝒚𝒚𝒂 𝒍𝒂𝒂𝒕𝒊!

Bara barri dhufu aangoonkee hinkufuMootee hunda keessaa..........Jiraatteetu najiraachiftee............
26/01/2022

Bara barri dhufu aangoonkee hinkufu
Mootee hunda keessaa..........
Jiraatteetu najiraachiftee............

Mootichi Ulfinaa Yesuus ni dhufa.
14/01/2022

Mootichi Ulfinaa Yesuus ni dhufa.

19/11/2021

BIIFTUUN BARII FAYYINAA BIYYAKEENYAAF INBAATI.CINIINSUUN AMMAKEESSA JIRRU KUNIS NI DARBA.RAJ MILKI 4:1-3

17/11/2021

Bidiruun Yesuus keessa jiru hinliqimfamu.nuuf ammayyuu abdiin jira.Izira 10:2

Address

𝐒𝐞𝐧𝐝𝐚𝐟𝐚
Addis Ababa

Telephone

+251912273768

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Prophet Demeksa Oljira/Life of Christ Church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share