25/08/2026
Guyyaa tokko Nama Nan ta’a jette beekta??
Guyyichi hamamtu haferee??
Guyyaa hin beekamne Maaf beellamatta ??
Nama Amanu tokkoof guyyichi bori
Bor Abjuu keetu dhugooma
Bor mul’ata kee bira geessa
Bor milkaa’ummaa kee namni arga
Ameen qofa jedhi share godhi flow gochuu hin dagatin
Ati Nama Ebbifamaadha