Holy ghost international church

Holy ghost international church The day of salivation is today.....

Galgala kana saat 3:00 irratti on line tajaajila  hordoftootaaf deeggartoon Waldaa holy ghost international  church nuu ...
22/07/2023

Galgala kana saat 3:00 irratti on line tajaajila hordoftootaaf deeggartoon
Waldaa holy ghost international church nuu eega
Ergaa qaba

Adha ifumaan sii bananti balballiti kamumaqaa yesuusiitin  daf ameen jedhi gobezየትኛውም በር ዛሬ አውቆ ተከፈተልህ በኢየሱስ ስምta Wongee...
20/07/2023

Adha ifumaan sii bananti balballiti kamu
maqaa yesuusiitin

daf ameen jedhi gobez

የትኛውም በር ዛሬ አውቆ ተከፈተልህ በኢየሱስ ስም

ta Wongeela
Ta Daldala
ta Hojii kamiituu
Dafii ameen

,እሱ ሀብታም ሆኖ ሳሌ ስለ እኛ ደሃ ሆኔ
በእርሱ ድህነት እኛ ባለጠጎች ሆንን 2ቆር8:9

Haala feete keessa jiraadhuu
Jiruu feete keessa jiraadhu
Eega yesuusii qabaatee at dureessa connogga ykn nama horee dabaree ykn nama funnaaan malee wo duraa hin jirree.
Yesuusii qabdaa???
At waan hunda qabda baqqaa!!

ERGAA KADHAAGUYYAA SAGALI AKKA KADHANNU WAAQAAYYOON NATTI HIMEEkadhannaa guyyaa sadii Gujii hundaafSaatii 11:00-12:30 ka...
17/07/2023

ERGAA KADHAA
GUYYAA SAGALI AKKA KADHANNU WAAQAAYYOON NATTI HIMEE

kadhannaa guyyaa sadii Gujii hundaaf
Saatii 11:00-12:30 kadhannaa 10-12-11-2015

Guyyaa 13-15-11-2015 oromoo hundaaf
Guyyaa 16-18-11-2015 Itoophiyaa hundaaf ni kadhanna

Kadhannaa kana irrattii hundii namaa afeeramtaniittuu
Guyyaa sagalii kadhanna
1ffaa dhimma nageenyaa irrattii
2ffaa jiruuf jireennaa irratti
3ffaa dhimma wongeela irraatti
Dhufti ilmaa waaqaa dhiyaateet araarati galaa

Waldaa hoolii Goost addunyaalessa magaala fincaawaati gaggeffamaa
WAAN DABARAATIIF JETTAAN WAAQAA HIN DABAREE HIN DHABIIN
qabeenyii Beekkumsi ,Aangoon,siyaasii,humni,hunduu ni darbaa haa QALBEEFFANNU!!

Bakka jirtanuttii guyyaa sagaliif
Gujiifii
Oromoo hundaaf
Itoophiyaa hundaaf ni kadhanna

Dubbiin tun waaqaa irraa natti kennamte itti hin dhaasinaa
Bara nohiillee adoo dhaasanu badiin dhuftee

Haga miidiyaan dhufuu kanumaan waan waaqaayyoon natti himee isiin biraan gahaa
Kun miidiyaa waan dhugaa qofaa irratti dabarfamuudha beekii

Adha ulfinnii seenaa keeti jijjiiruu gara mana keetii  dhufee  !!!Adoo diinni salphinna keet eeguDaf ameen jedhiጠላት ወረደት...
17/07/2023

Adha ulfinnii seenaa keeti jijjiiruu gara mana keetii dhufee !!!
Adoo diinni salphinna keet eegu
Daf ameen jedhi

ጠላት ወረደትህን ስጠባበቅ
ዛሬ ድንቅ ክብር ታርክህን የምለውጥ ወደ ቤት መጣ!!!

ቶሎ አመን በል ጎበዝ

ዛሬ በስቸገረህ ተራራ ላይ የእግ/ር እጅ ትመጣለች በአጋንንት ላይበበሽታ ላይ በጠላቶች ለይበድህነትህ ላይባሰቸገረህ ነገር ሁሉ ላይ  አምነህ ውሰድ ትመሰክራለህ ቶሎቶሎ አመን!!HOLY GHOS...
08/07/2023

ዛሬ በስቸገረህ ተራራ ላይ የእግ/ር እጅ ትመጣለች
በአጋንንት ላይ
በበሽታ ላይ
በጠላቶች ለይ
በድህነትህ ላይ
ባሰቸገረህ ነገር ሁሉ ላይ አምነህ ውሰድ ትመሰክራለህ
ቶሎቶሎ አመን!!
HOLY GHOST INTERNATIONAL CHURCH WEST GUJI ZONE FINCHAWA AFRICA

Adhaa harki waaqaayyoo Gaara si rakkise irrattii ni foorfata !!ዛሬ የእግ/ር እጅ በስቸገረህ ተራራ ላይ ያርፋልእሳ 25:10በስቸገረህ ድህነት ላይ     ...
08/07/2023

Adhaa harki waaqaayyoo Gaara si rakkise irrattii ni foorfata !!

ዛሬ የእግ/ር እጅ በስቸገረህ ተራራ ላይ ያርፋል
እሳ 25:10

በስቸገረህ ድህነት ላይ
በሽታ ላይ
ጣላት
ዕዳ ላይ
ሰይጣን ላይ
ኑሮ ላይ

Jaalatamtootaa horddoftaaf hirmaatota waldaa hoolii Goost addunyaalessa Eebba konkolaata tajaajilaaf naaf Bittan irratti...
07/07/2023

Jaalatamtootaa horddoftaaf hirmaatota waldaa hoolii Goost addunyaalessa Eebba konkolaata tajaajilaaf naaf Bittan irratti argamuu keessaniif eebbifama baga waliin gammannee

Waaqaaf galannii guddaan qulqulotaa kolbaa waaqaa konkolaataa kana bituuf hirmaatanif  eebbaaf kabaji Guddaan haa ta'uu
02/07/2023

Waaqaaf galannii guddaan qulqulotaa kolbaa waaqaa konkolaataa kana bituuf hirmaatanif eebbaaf kabaji Guddaan haa ta'uu

Ulfinnaaf Guddiinni waaqaayyoo kiyyaa haa galuu konkolaata kolbaan waaqaa sochii guddaa tolchaan torbaan tokkotti qarshi...
01/07/2023

Ulfinnaaf Guddiinni waaqaayyoo kiyyaa haa galuu konkolaata kolbaan waaqaa sochii guddaa tolchaan torbaan tokkotti qarshii guraan bitamee nagaan galleeraa
Jaalatamtootaaf kabajamtoota qulqulloota yesuusii naa eebbbifama ulfaadha
Humni jaalala isin naa qabdanuu adoo jiruu ilaan dhaggee
Holy Ghost !!!!
Holy Ghost international church west Guji zone Finchawa AFRICA

ዛሬ ያኛዉ ነገር ይሆንልሃል  ቶሎ አሜንAdha waan waaqi siin jedhee kaanittuuSiif ta'aara  daf ameen jedhii1tos 5:24የጠራን የታመኔነውና  እሱም ያ...
29/06/2023

ዛሬ ያኛዉ ነገር ይሆንልሃል ቶሎ አሜን

Adha waan waaqi siin jedhee kaanittuu
Siif ta'aara daf ameen jedhii
1tos 5:24
የጠራን የታመኔነውና እሱም ያደረገዋል

ያልኩትን ነገር እስካደርግልህ ድረስ አለተዉምና
ዘፍ 28:15

Hallee luyyaa ammaayyuu ulfinnii siif ta'uu yesuyyee kiyyaaእግ/ር እረኛየ ነዉ የምያሳጣኝም የለምሁሉን ነገር ከልጁ ጋር ሰቶናል እግ/ር ማለትም፣ ሰላም ፣ደ...
28/06/2023

Hallee luyyaa ammaayyuu ulfinnii siif ta'uu yesuyyee kiyyaa
እግ/ር እረኛየ ነዉ የምያሳጣኝም የለም

ሁሉን ነገር ከልጁ ጋር ሰቶናል እግ/ር

ማለትም፣
ሰላም ፣ደስታ ጤና፣ ሐብት፣ እዉቀት፣
መክና፣ ብር፣ ወርቅ፣ ቤት ፣አገር፣ መሬት

ዛረውኑ ትቀበላለህ ቶሎ አሜን በል

Adhaa jalqabdee woo hin dhabduu

Ariifadhuu ameeen jedh goobez

Waaqi tissee kiyyaa woma dhabuuyyu hin qabuu

Ka ilma ifii dabarsee naa kennee waan na dhooggatuyyuu hin qabuu
Rom 8:32

Maqaa yesuusiitin adhaa kaacheeHaala gubbaa deemta malee haalli si gubbaa hindeemuuMataa rakkoo gubbaaMataa seexana gubb...
27/06/2023

Maqaa yesuusiitin adhaa kaachee
Haala gubbaa deemta malee haalli si gubbaa hindeemuu
Mataa rakkoo gubbaa
Mataa seexana gubbaa
Mataa falfaltuu gubbaa
Mataa dhabaa gubbaa cacacabsa deemta
Daf ameen gobez

ኃይል በምሰጠኝ በክርስቶስ ሁሉን እችላለሁ

በወደደኝ በእርሱ ከአሸናፍዎች እንበልጣለን

ዛሬ በኢየሱስ ኃይል ከሁኔታ ከፍ ብለህ ትበራለህ
ቶሎ አሜን
አሁን ሆነልህ ከፍታ

holy Ghost international church west Guji zone finchawa AFRICA

Address

West Guji Finchawa
Addis Ababa

Telephone

+251926191239

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Holy ghost international church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Holy ghost international church:

Share