FOCUS MINISTRY

FOCUS MINISTRY {EDM}=(Evangelism, Disciple making &Mission Mobilization)

PIROOJEEKTII MCM 2026 | HOJJETTOOTA ERGAMAA LEENJISUU FI BAAY’ISUUGammachuu fi galata guddaa waliin, FOCUS Ministirii fi...
26/08/2026

PIROOJEEKTII MCM 2026 | HOJJETTOOTA ERGAMAA LEENJISUU FI BAAY’ISUU

Gammachuu fi galata guddaa waliin, FOCUS Ministirii fi Headway International Ministries (HIM) waliin ta’uun MCM 2026 (Multiplying Campus Mobilizers) waliin hojjetamaa ture milkaa’inaan xumurameera. MCM 2026 sagantaa leenjii cimaa guyyoota 50 kan kaayyoon isaas barattoota yunivarsiitii eebbifamanii 50 bu’uura Og-Waaqummaa, Bu'uura Ergamaa fi Geggeessummaan leenjisuu ture.

Pirojeektiin kun kaayyoo ijoo sadii irratti hundaa’e:
🔹 Hojjettoota qopheessuu: Hojjettoota dandeettii, kutannoo fi gahumsa qaban FOCUS Ministirii keessatti tajaajilan qopheessuu.
🔹 Mishineroota yeroo guutuu baay’isuu, kakaasuu fi gara kutaa sabaa Oromoo Wangeela hin geenyeetti erguu.
🔹 Hojiin ergamaa dirree hojii irratti hojjechuufi shaakala duula yeroo murtaaee osoo hin taane jireenya guyyaa guyyaa gochuu

Gargaarsa Waaqayyootiin, Dilbata darbe guyyaa seenaa qabeessaa sagantaa eebbaa piroojeektii MCM 2026 bakka maatii, michoota, hoggantootni ministiriwwan lachuu fi qaamolee dhimmi ilaallatu argamanitti eebbifamaniiru.
Eebbifamtoonni waraqaa ragaa fudhachuu qofa osoo hin baane ergama dachaa;
1. Hojjettoota ergamaa kakaasuu, baay’isuu fi bobbaasuu;
2. Saffisaan dhaloota butanii oolchuuf wangeela lallabuu akka qaban ergaan darbeeraafii.

Piroojektii MCM 2026 keessatti karoorsuu fi qindeessuu, leenjii fi barsiisuu, internship, gorsa fi kadhannaa, deeggarsa maallaqaa fi karaa birootiin gumaacha adda addaa kan bahatan hundaaf galata guddaa qabna.
Akkasumas, namoota dhuunfaa, waldoota kiristaanaa, tajaajiloota, dhaabbilee fi kanneen ergama Wangeelaa irratti xiyyeeffatan, warra hojii mishineroota leenjisuu, kakaasuu fi gara namoota Wangeela hin dhageenyeetti erguu keessatti nu waliin hirmaachuu barbaadan waamicha guddaa siniif goona.

Waaqayyo FOCUS Ministirii fi Headway International Ministries baay’ee haa eebbisu
Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee
EECMY Youth Ministry
Belay Olam
Abdataa Tolasaa - Mugaabee

MCM 2026 PROJECT | EQUIPPING AND MULTIPLYING MISSION WORKERS With great joy and deep gratitude to God, FOCUS Ministry an...
26/08/2026

MCM 2026 PROJECT | EQUIPPING AND MULTIPLYING MISSION WORKERS

With great joy and deep gratitude to God, FOCUS Ministry and Headway International Ministries (HIM) have successfully completed MCM 2026 (Multiplying Campus Mobilizers), a 50 day intensive training program designed to equip 50 university graduates with a strong foundation in Basic Theology, Missiology, and Leadership.

This joint initiative was built around three key goals:
🔹 Developing staff: preparing capable and committed workers to serve with FOCUS Ministry.
🔹 Multiplying full time missionaries: mobilizing and sending workers to unreached Oromo people groups and
🔹 Marketplace mission as a lifestyle: raising a generation that sees mission not just as a campaign, but as a lifelong calling wherever God places them.

By God’s grace, last Sunday was a historic and joyful occasion as we celebrated the graduation of the MCM 2026 students in the presence of their families, partners, ministry leaders, and other stakeholders. These graduates are not simply receiving certificates, but they are stepping into a twofold calling from God for this season:
1. To mobilize and multiply mission workers, and
2. To urgently take the Gospel to unreached people groups.
We sincerely thank everyone who contributed to MCM 2026 through planning and organizing, facilitation, training, internships, mentoring, prayer, financial support, and in any other.
We also warmly welcome individuals, churches, ministries, organizations, and mission minded partners who would like to join us in equipping, mobilizing, and sending workers to the unreached.

May God richly bless FOCUS Ministry and Headway International Ministries.


Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee
Abdataa Tolasaa - Mugaabee
Belay Olam
EECMY Youth Ministry
Natnael Tariku - Naatoo
Amanuel Tafesse
Bulcha Dessale
Singer Amanuel Makuria
Amanuel Kolu Dani Lachisa
Mikael Solomon
Marga Kababa Page

Nagaa ayyanni fi araarri waaqayyoo hunduma keessaniif haa baau'atu; Miseensotni, Maatiin, Michootni fi qooda fudhattootn...
24/08/2026

Nagaa ayyanni fi araarri waaqayyoo hunduma keessaniif haa baau'atu;

Miseensotni, Maatiin, Michootni fi qooda fudhattootni FOCUS Ministirii hundumtuu bakka jirtanitti ergaan kun sin haa qaqqabu.

Akkuma beekamu Caamsaa 01/ 2026 sagantaa guddaa FGG-2026 qopheessinee turre wajjin walqabatee galii argamsiisuuf bilbila iphone promax 17 lotarii itti kuchisiisuun keenya ni yaadatama.

Haa ta'u malee Lootarii lakkoofs "576" abbaa carraa ta'uu yeroo sadiif irra deddeebinee beeksisaa turuun keenya ni yaadatama. ta'uus abbaan carraa bilbilicha fudhatu hin argamne.

Bu'uura kanaan Wal ga'ii boordii daayirekteroota FOCUS Ministirii Hagayya 16, 2018 taa'een gurguramee tajaajila ministirichaaf akka oolu murteessuu isaa ibsaa, kana booda qaamni kami iyyuu gaafachuu akka hin dandeenyee fi FOCUS akka itti gaafatamne beeksiseera.

EEBBIFAMAA !

Waamicha yeroo 3ffaa fi yeroo dhumaaf godhame; Lootarii bilbila iphone 17 pro max gaafa Caamsaa 1,2026 citee lakkoofsi 5...
23/07/2026

Waamicha yeroo 3ffaa fi yeroo dhumaaf godhame;

Lootarii bilbila iphone 17 pro max gaafa Caamsaa 1,2026 citee lakkoofsi 576 abba carraa ta'uu yeroo sadaffaaf beekisuun waamicha gochaa jirra.

Kanafuu hanga guyyoota shanan (5) fuula keenya dura jiran jechuun hanga Adoolessa 27,2026tti qofa kan isin eegnu ta'a

HORA BULAA !

ERGAA GADDAA😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Gadda guddaa obboleettii keenya baay'ee jaallannuu Daboo Machii, gootittii Wangeelaa fi geggeessi...
07/07/2026

ERGAA GADDAA
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

Gadda guddaa obboleettii keenya baay'ee jaallannuu Daboo Machii, gootittii Wangeelaa fi geggeessituu FOCUS Wachamoo Yuuniversitii taatee tajaajilaa turte, sababa naasuu du'a obboleessa ishee irraa kan ka'e guyyaa kaleessaa, Adoolessa 30, 2026, boqochuu ishee dhagahameera.

Maatii ishee fi Maatii FOCUS, firoota, hiriyoota ishee hundaaf jajjabina hawwina.

Obboleettiin keenya jireenya isheen Waaqayyoof jiraatte, amanamummaa fi hojii mootummaa Waaqayyoo keessatti raawwatte yeroo hunda yaadatamtee nu gidduu jiraatti.
Waaqayyo mootummaa isaa keessatti boqonnaa bara baraa isheedhaaf haa kennu;

FOCUS Ministirii
AdooleWaldaa Amantoota Oromoo Finfinnee EECMY Youth MinistryEvangelical MEDIA/CouncilIBao TDcGlobal Holistic Ministries - GHM Prayer Roomrayer Room

BEEKSISA YEROO 2ffaaf Ba'e Nagaan waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu. FGG-2026  Sababeeffachuudhaan  bilbila ipho...
04/07/2026

BEEKSISA YEROO 2ffaaf Ba'e

Nagaan waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu.

FGG-2026 Sababeeffachuudhaan bilbila iphone 17 pro max tti Latariin citaa turuun isaa ni yaadatama. kana irraa ka'uun gaafa waxabajjii 21,2026 Waldaa Amantoota Oromootti ixaan bu'uudhaan lakk. 576 abbaa carraa ta'uun beekamee jira.

Haa ta'u iyyuu malee abbaan carraa guyyoota kennaman 15 keessatti dhufee waan hin fudhanneef, carraa xumuraa hanga gaafa Adoolessa 11,2026tti bilbila 09-08-22-22-26 irratti bilbiluun akka fudhattan sin Yaadachiisaa; Guyyaa sana booda nama dhufu kan hin keessummeessine ta'uu isin beeksisna.

Eebbifamaa!

FOCUS MINISTIRII
Adoolessa 04,2026
Finfinnee.

Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee EECMY Youth Ministry Evangelical MEDIA/Council Bao TD Derara Bedasa Global Holistic Ministries - GHM Prayer Room Belay Olam Abdataa Tolasaa - Mugaabee Natnael Tariku - Naatoo

EECMY Youth Ministry Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee Evangelical MEDIA/Council Bao TD Global Holistic Ministries - GHM...
27/06/2026

EECMY Youth Ministry Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee Evangelical MEDIA/Council Bao TD Global Holistic Ministries - GHM Prayer Room Amanuel Tafesse Natnael Tariku - Naatoo Belay Olam

25/06/2026
CONGRATULATIONS TO THE GRADUATING CLASS OF 2026 "Commit your work to the Lord, and your plans will be established." ||--...
24/06/2026

CONGRATULATIONS TO THE GRADUATING CLASS OF 2026

"Commit your work to the Lord, and your plans will be established."
||--| —|--|Proverbs 16:3 |--|—|--|--||

On behalf of FOCUS Ministry, we extend our heartfelt congratulations to all graduates from our Fellowships who have successfully completed their studies this year.

Graduation marks more than the completion of an academic program; it is a testimony of God's faithfulness, your perseverance, and the support of your families, friends, churches, and Fellowship communities. Through seasons of learning, challenges, and sacrifices; God has sustained you and brought you to this important milestone.

As a ministry, we have had the privilege of witnessing many of you grow not only in knowledge and professional competence but also in responsibility, faith, character, leadership, and servanthod. Your journey through Fellowship has demonstrated commitment to serve others, dedication to learning, and a desire to positively impact those around you.

Graduation is not the end of a journey but the beginning of a new season of responsibility and opportunity. As you step into the next chapter of your lives;whether in employment, further education, ministry, entrepreneurship, or community service; we encourage you to remain rooted in Christ, guided by biblical values, and committed to serving others with excellence and integrity.

May the Lord bless the work of your hands, grant you wisdom in every decision, open doors of opportunity before you, and use you as instruments of transformation in your families, churches, communities, and nation.

We celebrate your achievement, honor your dedication, and rejoice with you on this special season.
--------Congratulations Once again -------

FOCUS Ministry
Finfinnee, Ethiopia
JUNE,24,2026

EECMY Youth Ministry Waldaa Amantoota Oromoo Finfinnee Evangelical MEDIA/Council Bao TD Amanuel Kolu Derara Bedasa Marga Kababa Page Bulcha Dessale Mikael Solomon Global Holistic Ministries - GHM Prayer Room

Address

5 Kilo
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when FOCUS MINISTRY posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share