Wada Gospel Bot

Wada Gospel Bot Welcome everyone! We are preaching the Gospel of Christ, who was crucified on the cross for the sake of sinners. “We preach Christ!”.

29/08/2026

Kiristoos madda barsiisa hundaati garuu inni barsiisa osoo hin taane jireenyadha.
Christ is the Source of all doctorine but he is not doctorine himself.He is the life.

14/08/2026

Wangeelli kun isa Waaqayyo duraan dursee karaa raajota isaatii caaffata qulqullaa'aa keessatti abdachiisee dha. Inni waa'ee ilma isaa isa akka fooniitti sanyii Daawit keessaa dhalatee dubbate. Akka qulqullummaa isaa isa hafuuraatti immoo, warra du'an keessaa ka'uudhaan Yesus Kristos gooftaan keenya ilma Waaqayyoo ta'uun isaa humnaan beeksifameera. Ulfina maqaa isaatiif saba lafa irraa hundumaa gara amantiitti, gara abboomamuuttis geessuudhaaf ayyaanni ergamoota ta'uu, isumaan nuuf kennameera. Isinis immoo warra kan Yesus Kristos ta'uudhaaf waamaman sana keessa jirtu.

Roomaa 1:2-6

Wada DiribaBenny Hinn Writing
13/08/2026

Wada Diriba

Benny Hinn Writing

12/08/2026

Wangeelli duwwaan furmaata!
Only Gospel is Solution for everything!

08/08/2026

Only Christ Save!
Kiristos Qofaan ni fayyisa!!

05/08/2026

Jireenyi barabaraa warra dhugaadhaan ,Amantiidhaan Ayyaana Waaqayyoon fayyifaman duwwaaf mala.

30/07/2026
25/07/2026

Jesus is the Master of Earth and Heaven.

Attempt to read all
20/07/2026

Attempt to read all

19/07/2026

Nuti Karaa,aarfamuu kiristoosiin Uumama haaradha.

Address

Finfinnee, Oromia
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wada Gospel Bot posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share