Gaanfa Fayyinaa

Gaanfa Fayyinaa bible work

  Yerusaalem: Misaa'illi Biiroo Netanyahu fi Mana Maree (Knesset) Naannoo Sanatti Kufe!"Guyyaa: Bitootessa 18, 2026"Naga...
18/03/2026

Yerusaalem: Misaa'illi Biiroo Netanyahu fi Mana Maree (Knesset) Naannoo Sanatti Kufe!"
Guyyaa: Bitootessa 18, 2026

"Nagaa fi Fayyaan bakka jirtanitti isiniif haa ta'u. Kun Oromia BB3 dha. Waraanni Ameerikaa-Israa'el fi Iraan guyyaa 18ffaa isaa irratti kallattii yaaddessaa qabateera. Halkan eddaa, haleellaa misaa'ilaa Iraan irraa furguggeeffameen, Yerusaalem keessatti dhohiinsi gurguddaan dhagahameera. Kanas hordofee, 'Benjamin Netanyahu kaayyoo haleellaa kanaa turanii?' gaaffiin jedhu ka'eera."

Haleellaa Yerusaalem: Iraan misaa'iloota 'ballistic' hedduu gara Yerusaalemitti furguggeessiteetti. Miidiyaaleen Israa'el akka gabaasanitti, caccabaan (fragments) misaa'ilootaa fi 'interceptor' naannoo Biiroo Ministira Mummee, mana maree Israa'el (Knesset), fi bakka qubatummaa tajaajila nageenyaa irratti kufaniiru.
Netanyahu Kaayyoodhaa?: Iraan (IRGC) kanaan dura 'Biiroo Netanyahu ni rukkunna' jechuun akeekkachiisanii turan. Caccabaan misaa'ilaa metira muraasa qofa fageenya Biiroo Ministirichaa irratti kufuun isaa, haleellaan kun kallattiin hoggantoota dhabamsiisuuf kan yaadame ta'uu isaa shakkii uumeera.
Sirna Ittisaa: Sirni ittisa qilleensaa Israa'el misaa'iloota hedduu qilleensa irratti kuffisus, caccabaan gurguddaan magaalaa Yerusaalem keessatti kufuun isaa yaaddoo nageenyaa uumeera.
Haala Netanyahu: Biiroon Ministira Mummee oduu 'Netanyahu miidhamaniiru' jedhu "Fake News" jechuun kuffiseera. Netanyahu yeroo ammaa bakka amansiisaa (safe bunker) ta'anii waraana kana hogganaa jiraachuu isaanii mirkaneessaniiru.

"Haleellaan Yerusaalem irratti raawwatame 'tarkaanfii deebii' (Operation True Promise-4) Iraan ajjeechaa hoggantoota ishee (Ali Larijani) hordofee fudhatte dha. Yerusaalem keessatti bakkeewwan siyaasaa (Knesset fi PM Office) naannoo sanatti misaa'illi kufuun isaa, 'waraana hoggantoota dhabamsiisuu' (decapitation war) gara sadarkaa xumuraatti geessaa jira. Kunis Israa'el deebii hammaataa akka fudhattu ishee dirqisiisa."

"Netanyahu haleellaa kanii

Wallaga stadium
03/01/2026

Wallaga stadium

16/10/2025

Maatii lubaa Gamachis dastaa kiristanumma dhuga!!!!

09/10/2025
=Waldaan Araaraa Uummata Salaaleef Deggersa taasifte🥰👏=Mudde 03/2017 Godina Shawaa Kaabaatti Waldaan kiristaanaa Araara ...
12/12/2024

=Waldaan Araaraa Uummata Salaaleef Deggersa taasifte🥰👏=
Mudde 03/2017 Godina Shawaa Kaabaatti Waldaan kiristaanaa Araara waaqayyoo addunyaa uummata sababa nageenyaatiin qe’eef qabeenya isaarraa buqqa’eef daakuu qamadii kuntaala dhibba saddeet (800) deeggarsa taasisteetti.

Waldaan kun daakuu qamadii kana baasii qarshii miliyeena 3.1 tti tilmaamamuun bituun deeggarsaa taasistee jirti👏‼️.

Raajii Masarat Taayyee fi amantootni Waldaa Araarawaaqayyo Addunyaa bara baraan eebbifamaa hafaa siniin jenna.
GF

15/01/2024
18/11/2023

yoo tureyyuu hin hafu...........

18/11/2023

1428 likes, 32 comments. “Arara tv wold_wide follow godhaa”

Address

Ambo
Addis Ababa
ONE

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gaanfa Fayyinaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Gaanfa Fayyinaa:

Share