Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaa

Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaa Our purpose is to proclaim the gospel of Christ to the world.

Baga dhalachuu goofta keenya Iyyesuus Kiristoos akkasumas bara 2026 nagaan geessan jechaa; Dilbata dhufu ykn gaafa 26/04...
31/12/2025

Baga dhalachuu goofta keenya Iyyesuus Kiristoos akkasumas bara 2026 nagaan geessan jechaa; Dilbata dhufu ykn gaafa 26/04/2018 Sagantaan addaa ayyaana ilaalchisee Ijoollee Ifaa waldaa keenyaatiin isinii qophaayee waan jiruuf, dhuftanii hirmaattuu eebba kanaa akka taatan isiniin jenna.

Konfiraansii Dilbata darbe waggaa salgaffaa keenya ilaallate qophaayeerratti waaqayyoo baay’ee nu gargaareera! Yeroo aja...
30/10/2025

Konfiraansii Dilbata darbe waggaa salgaffaa keenya ilaallate qophaayeerratti waaqayyoo baay’ee nu gargaareera! Yeroo ajaayibaa qabaannee!

Nagaan Waaqayyoo bakka isin jirtan hundumaatti isiniif Haa ta'u jechaa waldaan keenya Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaa k...
21/10/2025

Nagaan Waaqayyoo bakka isin jirtan hundumaatti isiniif Haa ta'u jechaa waldaan keenya Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaa konfiraansii guddaa waggaa salgaffaa ishee ilaalchisuudhaan qopheessitee waan jirtuuf, namoonni hundumtuu gaafaa 15/02/2018_16/02/2018 koottaa nuu waliin waaqayyoon waaqeessa!

Nagaan waaqayyoo hundumaa keessaniif haa ta'u jechaa dilbata fuuldura keenya jiru ykn gaafa 25/12/2017 guyyaa guutuu wal...
28/08/2025

Nagaan waaqayyoo hundumaa keessaniif haa ta'u jechaa dilbata fuuldura keenya jiru ykn gaafa 25/12/2017 guyyaa guutuu waldaan keenya Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaa Konfiraansii dadammaqinsa Hafuuraa amantootaaf qopheessite waan jirtuuf koottaa waliin waaqayyoon haa waqeeffannuu isiniin jetti!


Aayat phision real state duubaan

 Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaa
19/06/2025


Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaa

 Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaa
19/06/2025


Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaa

GUYYAA LAMA QOFAATU HAFA JALQABUUF! HIN HAFIINAA!
10/06/2025

GUYYAA LAMA QOFAATU HAFA JALQABUUF! HIN HAFIINAA!

Nagaan waaqayyoo isiniif haa baay'atu. Gaafa kamisaa jalqabee hanga gaafa dilbataatti kan turu ykn gaafa 05/10/17- 08/10...
09/06/2025

Nagaan waaqayyoo isiniif haa baay'atu. Gaafa kamisaa jalqabee hanga gaafa dilbataatti kan turu ykn gaafa 05/10/17- 08/10/17 konfiraansii guddaan waldaa keenya Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaatti qophaayee waan jiruuf kootta hirmaattuu sagantaa keenyaa ta'aa!
Teessoon:Aayat gara Arrabsaa gaafa deemtu sunshine fulduraan ykn Noah Real State biraan gadi galanii Phison real state duubatti argamna!
https://youtu.be/pFTtfOc8-5o?si=nPbJIGQCYMqlyqb5
https://t.me/wldaudh


sagantaa muudama tajaajiltootaa keenya Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaatti yeroo darbee gaggeeffame karaa youtube tv Mo'...
04/03/2025

sagantaa muudama tajaajiltootaa keenya Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaatti yeroo darbee gaggeeffame karaa youtube tv Mo'aa ykn ergituu comment jalaa cuqaasuun ilaaluu dandeessuu
'aa


26/02/2025

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Kiristaanaa Utubaa Dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category