Digital Evangelism

Digital Evangelism Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Digital Evangelism, Religious organisation, Egypt Street, Addis Ababa.

21/04/2025
Last Day!  Mo'icha du'aa ka'uuAmmas Waaqayyo inni nagaa kennu dhiiga kakuu bara baraa sanaan, gooftaa keenya Yesusin, ti...
20/04/2025

Last Day!

Mo'icha du'aa ka'uu

Ammas Waaqayyo inni nagaa kennu dhiiga kakuu bara baraa sanaan, gooftaa keenya Yesusin, tiksee hoolotaa isa guddicha warra du'an keessaa deebisee fideera.
Ibroota 13:20
Du'aa ka'uun kristoos du'aa ka'uu nu gonfachiise!
Jireenyi du'aa ka'uu kunis jireenya mo'ichaa fi agarsiistuu jireenya dhugaati!
Nuyi cuuphamuudhaan du'a isaatti isatti dabalamnee isaa wajjin awwaalamneerra; Kristos humna abbaa isa ulfina-qabeessaan warra du'an keessaa akkuma kaafame, nus immoo jireenya haaraatti in jiraanna.
Roomaa 6:4

 #ቀን14  የትንሣኤው ድል“በዘላለም ኪዳን ደም ለበጎች ትልቅ እረኛ የሆነውን ጌታችንን ኢየሱስን ከሙታን ያወጣው የሰላም አምላክ፥”  — ዕብራውያን 13፥20የኢየሱስ ሞት ፍጻሜ አልነበረም፤ ...
20/04/2025

#ቀን14 የትንሣኤው ድል
“በዘላለም ኪዳን ደም ለበጎች ትልቅ እረኛ የሆነውን ጌታችንን ኢየሱስን ከሙታን ያወጣው የሰላም አምላክ፥”
— ዕብራውያን 13፥20
የኢየሱስ ሞት ፍጻሜ አልነበረም፤ ይልቁንም ለሁላችን ተስፋን በማምጣት የትንሣኤው መሠረት ነበር።
ይህም ትንሣኤ የእውነተኛና አዲስ ሕይወት ጅማሮ እንዲሁም የድል ሕይወት ማሳያ ነው።
በትንሣኤው ድልን አጎናጸፈን!!!
“እንግዲህ ክርስቶስ በአብ ክብር ከሙታን እንደ ተነሣ እንዲሁ እኛም በአዲስ ሕይወት እንድንመላለስ፥ ከሞቱ ጋር አንድ እንሆን ዘንድ በጥምቀት ከእርሱ ጋር ተቀበርን።”
— ሮሜ 6፥4

📸 Share these powerful verses on your social media! Update your profile picture, stories, and posts to inspire others.







God Bless You

Great Commission Ministry Ethiopia
Digital Evangelism

  Amantii Kristoosin fiixaan ba'u!Inni immoo, “Kun dhiiga koo ti, dhiiga kakuu dhaabate sana cimsuudhaaf namoota baay'ee...
19/04/2025

Amantii Kristoosin fiixaan ba'u!
Inni immoo, “Kun dhiiga koo ti, dhiiga kakuu dhaabate sana cimsuudhaaf namoota baay'eedhaaf dhangala'ee dha. ”
Maarqos 14:24
Aarsaan Yesuus Kristoos nuuf kaffale hamma dhumaatti akka nuti jabaannuuf jabina nuuf ta'a!
Kunis agarsiistuu Jireenya dhugaadha!
Hirkoo amansiisadha Yesuus!
Kanaafiyyu namooti Yesuus Kristoositti amanuun jireenya tasgabbaa'aa fi boqonnaa qabu jiraachuu danda'u.

Inni Wabii Jireenya keenyati
Ani kakuu bara baraa isaaniif nan gala, wanta gaarii isaaniif gochuus hin dhiisu; isaan si'achi ana irraa akka gara hin galletti garaa isaanii guutuudhaan ulfina akka anaaf kennan nan godha.
Ermiyaas 32:40

 #ቀን13 በክርስቶስ የተረጋገጠ እምነት “እርሱም፦ ይህ ስለ ብዙዎች የሚፈስ የአዲስ ኪዳን ደሜ ነው።”  — ማርቆስ 14፥24የኢየሱስ መስዋዕትነት እስከ መጨረሻው ድረስ እንድንጸና አቅም ይሆ...
19/04/2025

#ቀን13 በክርስቶስ የተረጋገጠ እምነት

“እርሱም፦ ይህ ስለ ብዙዎች የሚፈስ የአዲስ ኪዳን ደሜ ነው።”
— ማርቆስ 14፥24
የኢየሱስ መስዋዕትነት እስከ መጨረሻው ድረስ እንድንጸና አቅም ይሆነናል።
ይህም የእውነተኛ ሕይወት ማሳያ ነው።
ስለዚህ የሰው ልጆች በክርስቶስ ኢየሱስ በማመን እውነተኛና የተረጋገጠ ሕይወት መኖር ይችላሉ።
ኢየሱስ የሕይወት ዋስትና ነው!!!
“ለእነርሱም ከማደርገው በጎነት አልመለስም ስል፥ ከእነርሱ ጋር የዘላለምን ቃል ኪዳን እገባለሁ፤ ከእኔም ዘንድ ፈቀቅ እንዳይሉ መፈራቴን በልባቸው ውስጥ አኖራለሁ።”
— ኤርምያስ 32፥40




 #ቀን12 በእግዚአብሔር ፊት ጸደቅን“ይልቁንስ እንግዲህ አሁን በደሙ ከጸደቅን በእርሱ ከቍጣው እንድናለን።”  — ሮሜ 5፥9በኢየሱስ መስዋዕትነት የጽድቅ መንገድ ተጀመረ።ይህን የጽድቅ ሕይወት...
18/04/2025

#ቀን12 በእግዚአብሔር ፊት ጸደቅን

“ይልቁንስ እንግዲህ አሁን በደሙ ከጸደቅን በእርሱ ከቍጣው እንድናለን።”
— ሮሜ 5፥9
በኢየሱስ መስዋዕትነት የጽድቅ መንገድ ተጀመረ።
ይህን የጽድቅ ሕይወት ሰዎች እንዴት ይለማመዳሉ? ለሚለው ጥያቄ መልስ ተገኘ።
እርሱም በኢየሱስ በማመን ነው።

“በኢየሱስ ክርስቶስም በሆነው ቤዛነት በኩል እንዲያው በጸጋው ይጸድቃሉ።”
— ሮሜ 3፥24

📸 Share this powerful verses on your social media! Update your profile picture, stories, and posts to inspire others.

👥 Invite your friends to take part in this challenge! Let’s create a wave of love and hope together!

👉 Don’t forget to use the hashtags below so we can unite our voices and spread this message far and wide! 🗣📢
✨ Join the Challenge! Spread the Word!






DigitDigital EvangelismatGreat Commission Ministry Ethiopia

  Fuula Waaqayyootti Qajeelaa taanee!Kanaafis amma nuyi dhiiga isaa isa dhangala'een qajeelota erga taanee, hammam caala...
18/04/2025

Fuula Waaqayyootti Qajeelaa taanee!
Kanaafis amma nuyi dhiiga isaa isa dhangala'een qajeelota erga taanee, hammam caalaatti isumaan immoo dheekkamsa Waaqayyoo jalaa ooluuf jirra!
Roomaa 5:9
Hojii Yesuus nuuf hojjetteen daandiin qajeelinaa eegale. Namni nama duratti illee gaarii fi qajeelaa ta'ee mul'achuuf waan baay'een hojjeta. Kristoos garuu isa nuti hojjechuu hin dandeenye nuuf hojjetee qajeeloota warra mudaa hin qabne goodhee fuula Waaqayyo abbaa nu dhaabe!
Isaanumti immoo ayyaana Waaqayyoo isa karaa furii Yesus Kristos tola isaaniif kennameen, qajeelota in ta'u.
Roomaa 3:24
📸 Share this powerful verses on your social media! Update your profile picture, stories, and posts to inspire others.
👥 Invite your friends to take part in this challenge! Let’s create a wave of love and hope.
👉 Don’t forget to use the hashtags below so we can unite our voices and spread this message far and wide! 🗣📢
✨ Join the Challenge! Spread the Word!





DigitDigital EvangelismatGreat Commission Ministry Ethiopia

   Sichi Firdiin sitti Faradamu hin jiru!Egaa amma firdiin, warra Kristos Yesusitti qabamanii jiraatanitti faradamu tokk...
17/04/2025

Sichi Firdiin sitti Faradamu hin jiru!

Egaa amma firdiin, warra Kristos Yesusitti qabamanii jiraatanitti faradamu tokko illee hin jiru.
-Roomaa 8:1

📍Egaa Warri Kristoos Yesuusitti amanan sichi badiis isaan hin argatu isaan Yesuusitti amanuun salphina,du'a fi badisa barabaraa jalaa miliqaniiru!

📍Har'a carraan kun kan keeti nama isatti hin amaniin jirtuuf Yesuusin akka fayyisaa fi gooftaa keetti yoo fudhatte badiisa jalaa miliqxa, Yeroon amma!

Eenyutu itti farada ree? Erga Kristos Yesus du'ee kaafamee immoo, gara mirga Waaqayyootti argamee Waaqayyoon nuuf kadhatee, kan itti faradu hin jiru.
-Roomaa 8:34

📸 Share this powerful verses on your social media! Update your profile picture, stories, and posts to inspire others.

👉 Don’t forget to use the hashtags below so we can unite our voices and spread this message far and wide! 🗣📢
✨ Join the Challenge! Spread the Word!




 #ቀን11  ከእንግዲህ ወዲህ ኩነኔ የለም“እንግዲህ በክርስቶስ ኢየሱስ ላሉት አሁን ኵነኔ የለባቸውም።”  — ሮሜ 8፥1📍በኢየሱስ ለሚያምኑት ከእንግዲህ ለዘላለም ከውግዘትና ከጥፋተኝነት ነጻ ...
17/04/2025

#ቀን11 ከእንግዲህ ወዲህ ኩነኔ የለም

“እንግዲህ በክርስቶስ ኢየሱስ ላሉት አሁን ኵነኔ የለባቸውም።”
— ሮሜ 8፥1

📍በኢየሱስ ለሚያምኑት ከእንግዲህ ለዘላለም ከውግዘትና ከጥፋተኝነት ነጻ መሆናቸው የተረጋገጠ እውነት ነው። ምክንያቱም ፍጹም ታዛዥ በሆነው በኢየሱስ በቀረበ መሰዋዕትነት ያመኑ ናቸው።

📍ለሕይወት ዘመናቸውም ኢየሱስ ዋስትናቸው ነው።

📍ዛሬም ይህ እድል ለሁላችን ክፍት ነው፤ኢየሱስ እጆቹን ዘርግቶ ይቀበለናል።

“የሞተው፥ ይልቁንም ከሙታን የተነሣው፥ በእግዚአብሔር ቀኝ ያለው፥ ደግሞ ስለ እኛ የሚማልደው ክርስቶስ ኢየሱስ ነው።”
— ሮሜ 8፥34

📸 Share this powerful verses on your social media! Update your profile picture, stories, and posts to inspire others.

👥 Invite your friends to take part in this challenge! Let’s create a wave of love and hope together!

👉 Don’t forget to use the hashtags below so we can unite our voices and spread this message far and wide! 🗣📢
✨ Join the Challenge! Spread the Word!





Gospel for Somalia
16/04/2025

Gospel for Somalia

Cubbuun kee dhiiga Kristoosin siif ni haqameera!Isatti amanuun jireenya argatta!
16/04/2025

Cubbuun kee dhiiga Kristoosin siif ni haqameera!
Isatti amanuun jireenya argatta!

    Cubbuun kee siif Haqameera!"Nuyi cubbuu jalaa duunee qajeelinaaf akka jiraannuuf, inni ofii isaatii cubbuu keenya dh...
16/04/2025

Cubbuun kee siif Haqameera!

"Nuyi cubbuu jalaa duunee qajeelinaaf akka jiraannuuf, inni ofii isaatii cubbuu keenya dhagna isaatiin baatee fannootti ol ba'e; madaa'uu isaatiin isin in fayyifamtan."
-1 Phexros 2:24

📍Yesuus Kristoos cubbuu keenyaaf aarsaa inni dhiyeesseen gatiin cubbuu keenyaa nuuf kaffalame. Yesuus Kristoos fannoo irratti cubbuu keenyaaf aarsaa kaffalee luba nu baase!. Jaalalli lubbuu ofii dabarsanii kennuu caaluu hin jiru!

"Wanta nu irratti caafamee ture, isa nutti hin tolin sana, waan inni karaa seeraa nu irraa barbaaduu wajjin duguugee fannootti cinqaarsuu isaatiin iddoo isaatii balleesseera."
-Qolosaayis 2:14

📸 Share this powerful verses on your social media! Update your profile picture, stories, and posts to inspire others.

👥 Invite your friends to take part in this challenge! Let’s create a wave of love and hope together!

👉 Don’t forget to use the hashtags below so we can unite our voices and spread this message far and wide! 🗣📢
✨ Join the Challenge! Spread the Word!






https://t.me/SLMADAMA

Address

Egypt Street
Addis Ababa

Telephone

+251918906307

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Digital Evangelism posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Digital Evangelism:

Share