01/05/2025
Seenaa Mootitti Akkoo Manooyyee ============ 👉Uummati Oromoo Gujii hundeeffama sirna bulchiinsa gadaatiin dura bulchiinsa mootiitiin bulaa ture.Akka dabarsaan maanguddoo agarsiisutti barri bulchiinsa mootii bara Mootota dhiiraa fi dubartii jedhamuudhaan bakka lamatti qoodama. Bulchiinsi mootii barri inni uummata bulchuu eegale hanga ammaatti kana jedhamee wonni beekkame hin jiru. Haa ta'uu malee dabarsaan maanguddoo Gujii akka himtutti uumama sirna bulchiinsa Gadaa dura Uummati Gujii mootiin bulaa akka ture bali'innaan dabarsan....
Seenaa Mootitti Akkoo Manooyyee ============ 👉Uummati Oromoo Gujii hundeeffama sirna bulchiinsa gadaatiin dura bulchiinsa mootiitiin bulaa ture.Akka dabarsaan maanguddoo agarsiisutti barri bulchiin…