Bondawoo mekana yesuus church

Bondawoo mekana yesuus church Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bondawoo mekana yesuus church, Religious organisation, Addis Ababa.

christian page namoonnii pagee kana fayyadamtan pagen kun waee jaalalaa(love)waee nagaa(peace)fi waee tokkumma(unity) dhan waalta'anii waee mootumma waaqayyoo addunyaattii mullisuudhaykn barsiisudha

17/07/2025

Jaallattus jibbitus fudhattus fudhachuu baattus tole jettus jechuu baattus karaan dhugaan jireenyii yesuus kristoos qofaadha Ameen jedhii

17/07/2025

Jaalallii kristoos siqabeera Ameen jedhii

29/01/2023
29/01/2023

Ergasii bartoonni dhaqanii iddoo halletti lallaban; gooftaan immoo isaanii wajjin hojjete, dubbichas milikkitoota argamaniin in cimse*
Wangeela Maarqos 16:20

Ka'ii, gara Nanawwee mandara guddittii dhaqi! Hamminni namoota ishee guddatee na bira waan ga'eef, irratti labsi!” jedhe...
14/01/2023

Ka'ii, gara Nanawwee mandara guddittii dhaqi! Hamminni namoota ishee guddatee na bira waan ga'eef, irratti labsi!” jedhe Eergaa akkas jedhu of keessaa qaba 1,ka'i
2,dhaqii
3,labsii

07/04/2022
06/04/2022

Efe. 6
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁴ Egaa akka nama sabbataan hidbatuutti dhugaadhaan mudhii keessan jabeeffadhaa, qajeelummaas akka maddaa sibiilaatti uffadhaatii dhaabadhaa!
¹⁵ Akka nama kophee kaa'ateettis wangeela nagaa fudhattanii, isa lallabuudhaaf qophaa'aa!

03/07/2021

Ilove you my God because of your my everything

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bondawoo mekana yesuus church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share