Samuel Ayele page

Samuel Ayele page Yesuus jireenya

25/07/2025
Wantoota lama natti tolanNagaanif ayyaanni waaqayyoo siniif haa baayyatu maati waaqa🙏Maxxansa kana argern waa lama itti ...
31/03/2025

Wantoota lama natti tolan

Nagaanif ayyaanni waaqayyoo siniif haa baayyatu maati waaqa🙏

Maxxansa kana argern waa lama itti gammade.
1. Utuu inni lubbuun jiruu tajaajilaa nu tajaajileen galatoomi, jedhanii beekamtii kennuufiin baayyee kan namatti toludha. Dhalootni kan eebbifamu hanguma namoota waaqayyo isaaf laate kabajudha. Isaan nama wangeelaaf gatii baasanidha. Goota wangeelaa jaarraa keenyaatis. Kanaaf warri sagantaa kana qopheesitan qaxanaan lixaa WMK galatoomaa🙏
2. Kennaa konkolaataa isaaniif laatame isaan immoo deebisanii waajjiraaf kennan. "Ani tajaajilakoo fixeera. Ana osoo hin taane, konkolaataan isiniin barbaachisa. ittiin hojii wangeelaa hojjedhaa" jedhanii deebisanii kennaa kennameef laatan. Kun guddummaa akkamiitii?
Bara saamtotni saamanii ofii konkolaataa bitachuuf wal dorgoman keessa kennaa kennameef illee wangeelaaf deebisanii kan laatan abboota akkasi kan nu hin dhowwanne waaqayyo haa eebbifamu🙏🥰🥰

04/08/2024

Laboobni bakka jiru hundumaatti giimiin hin jiru
Giimiin kan jiru lafa abiddi sirriin jiru qofatatidha.
Garuu labooba abiddaaf Maddi giimii Ture.

Yesuus haa lallabamu🙏

Waaqayyo si haa dursu malee eessayyuu ni geessa
04/08/2024

Waaqayyo si haa dursu malee eessayyuu ni geessa

19/01/2024

Biyya lafaa:- ofiikee jaalladhu.
Yesuus:- ofiikee gani(of caalaatti na jaalladhu)
Biyya lafaa:- Ofiikeef jiraadhu
Yesuus:- Namootaaf jiraadhu
Biyya lafaa:- Ofiikeef dhiifama godhi.
Yesuus:- Namootaaf dhiifama godhi.
Biyya lafaa:- of ta'i.
Yesuus:- na fakkaadhu....
Biyyi lafaa kiristoosiifis ta'e kiristaanaaf diina

Aniif Ati kan eenyuun geggeeffamaa jirraa? Of haa gaafannu🤔🤔🤔

04/01/2024

Kitaabicha argachuu kan barbaadda +251917921465 bilbilaa

21/4/2016Waldaa masarata kiristoos maqedooniyaa beddelleetti eebbifama. Haffeeramtaniittu
27/12/2023

21/4/2016
Waldaa masarata kiristoos maqedooniyaa beddelleetti eebbifama. Haffeeramtaniittu

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Samuel Ayele page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share