23/12/2024
maaliif hawwaara kaasuu jalqabee ?
dur eessa ture, erga hidhaatii ba'ee amma maaliif garaagarummaa sekoondiitiin post gochuu eegalee, ummanni keenya dhaabbattanii ilaaluu qabdu qofa hin ta'inaa