06/04/2025
Kennaa isa caalu Kiristoosiif ❤❤
“Maariyaam yommus urgooftuu dibataa makaa hin qabne hidda biqiltuu gati-jabeessa "Naardos" jedhamu irraa kan hojjetame, akka walakkaa liitrii kan ta'u fuutee, miilla Yesus lachuu dibdee, rifeensa mataa isbeetiinis haxoofte; manichi immoo foolii urgooftuu sanaatiin in guutame.”
— Yoh. 12:3