18/03/2024
...Nagaan Xumurameera...
Bitootessa 8/2016 Yeroo Tokkummaa,kan kadhannaa fi Galataa Tokkummaa Waldoota Kiristaanaa Itoophiyaattiin Finfinnee Masqal Adebaabayitti qophaa'ee ture irratti Waaqayyo Moo'icha Guddaa Nuuf Kenne !!! ๐๐๐