Mootummaan Waaqayyoo Dhiyaateera

Mootummaan Waaqayyoo Dhiyaateera β€œ"Barichi raawwatameera, mootummaan Waaqayyoos dhi'aateera, yaada garaa geddaradhaa wangeelatti am
(4)

09/02/2024

!
Yeroon siin hin guutamne namni gadheen ani ta'uu hin dandeenye hin jiru, kosiin ani balfu hin jiru, xuraa'ummaan natti fokkisu hin jiru! Qulqullummaan koo anaaf siin guutamuudha. Tajaajilli koo, milkaa'inni koo, humni kadhataa koo, Yesuusiin kabajuun koo, dhoksaan dhoksaa hubachuu koo siin guutamuuudha! Hojii gaariin eko ija sirraa argamuudhaam. Kanaaf IJA HOJII HAFUURAA jedhame. Abbootni koo siin guutamaniitu kan waan sana hunda ta'an! Hafuura Qulqullu calluma jedhii na guuti!!!!😍
Naol

23/01/2024
Subscribe πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
05/09/2023

Subscribe πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™

Gates of praise Christian Churchβ€œViolence shall no more be heard in thy land, wasting nor destruction within thy borders; but thou shalt call thy walls Salva...

22/08/2023

β€œWaaqayyo, warra isin rakkisaniif rakkinaan dugda in baasa .”
β€” 2Tas. 1:6

31/07/2023

Dhiigaan Araaramne

19/06/2023

Kibbinesh

10/06/2023

I feel sorry. this has a message for the awakener
Beware of your enemy who will not leave you, who will not forgive you, who will not even be kind to you.
Pray that God will protect you from it.
First he plays with you and then he eats you

21/04/2023

Ganama Obboroo Barii lafaa
Dammaqee ka'een fuula keetti kufaa

11/04/2023

Taaddalee Shaaqaa (Dorrobaan koo gatatusii Bilchataa koo hormi Nyaatuusii kun Abdiikoo nan kutuu)

Address

Oromia
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mootummaan Waaqayyoo Dhiyaateera posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Mootummaan Waaqayyoo Dhiyaateera:

Share