11/06/2026
Nagaan Waaqayyoo isiniif ha baayyatu.
Kanaa gaditti akkuma argamu beeksisni ALPHA VOICE Worship Ministry dhaan ba'e, miseensa haaraa dabalachuuf, ulaagaa barbaachisu waliin ka'amee jira. Kanaaf namoonni ulaagaa armaan gadii kana guuttan lakkoofsa bilbilaa xalayaa irratti eeramee jiruun Galmaa'uu dandeessu.
Odeeffannoo dabalataaf +251928610014
Ayyaanni Isiniif ha baayyatu.
ALPHA VOICE WORSHIP MINISTRY