Agape Gospel Media

Agape Gospel Media Barsiisa

“I’m the president, Jesus Christ is king” Donald Trump Congratulations mr president The difference between former US pre...
06/11/2024

“I’m the president, Jesus Christ is king” Donald Trump
Congratulations mr president
The difference between former US president Trump and Kamala is clear like light and dark.
Kamala’s bad vision has failed 😞 baga kufte seexanummaa kee fudhate

  ijoollumma[OLD IS GOLD}Some friendships are timeless; childhood friends fit perfectly into that category. Growing up t...
02/11/2024

ijoollumma[OLD IS GOLD}
Some friendships are timeless; childhood friends fit perfectly into that category. Growing up together means never having to say goodbye.
Jiraadhu caaliisha

Naa jiraadhaa!
25/10/2024

Naa jiraadhaa!

²³ Ani karaa isa gaarii fi isa qajeelaa isin nan barsiisa; isiniif kadhachuu dhiisuudhaan Waaqayyo duratti cubbuu hojjec...
25/10/2024

²³ Ani karaa isa gaarii fi isa qajeelaa isin nan barsiisa; isiniif kadhachuu dhiisuudhaan Waaqayyo duratti cubbuu hojjechuun immoo ana irraa haa fagaatu!
1 Macaafa Saamu’el 12:23

²⁸ Waa'ee koof yoo ta'e garuu, Waaqayyotti dhi'aachuun anaaf gaarii dha; yaa Waaqayyo gooftaa, hojii kee hundumaa himuud...
24/10/2024

²⁸ Waa'ee koof yoo ta'e garuu, Waaqayyotti dhi'aachuun anaaf gaarii dha; yaa Waaqayyo gooftaa, hojii kee hundumaa himuudhaaf, ani da'oo si godhadheera.

Macaafa Faarfannaa 73:28

  Wangeela Kiristoos tajaajilu  Hojjechuu   naannoo Asoosaa barri Jabaadhu Mitiku Busa¹¹ Akkuma nuyi dur isinitti himnet...
22/10/2024

Wangeela Kiristoos tajaajilu
Hojjechuu
naannoo Asoosaa barri
Jabaadhu Mitiku Busa
¹¹ Akkuma nuyi dur isinitti himnetti jireenya gabii jiraachuu, maayii keessan dhimma baafachuu, waan ittiin jiraattan argachuudhaaf harka keessaniin itti dadhabdanii hojjechuu ulfinatti lakkaa'adhaa!

=1 Gara Warra Tasaloniiqee 4:11b

⁹ Obboloota nana! Hojiitti isiniif dadhabuu keenya in yaadattu; nuyi isin keessaa nama tokkotti illee ba'aa akka hin taaneef halkanii fi guyyaa waan nu barbaachisuuf hojjechaa, wangeela Waaqayyoo isinitti lallabne.

1 Gara Warra Tasaloniiqee 2:9

“Si’achis inni Naa Waamee lafa Naa ka’uu hin dhabu” Far Addisu Wayima
17/10/2024

“Si’achis inni Naa Waamee lafa Naa ka’uu hin dhabu”
Far Addisu Wayima

  inni akka waan garaagarummaan hin jirreetti salphisanii ilaaluun nuti hundi waanuma tokkotti amanna jedhu sun soba!Lat...
13/10/2024

inni akka waan garaagarummaan hin jirreetti salphisanii ilaaluun nuti hundi waanuma tokkotti amanna jedhu sun soba!
Lati Dinka Yadessa
Yonas Kenea Fayisa
Iddoosaa Taasisaa Yaadasaa
Kennaa Taayyee

Abee koo baga Waaqayyo guyyaa kanaan si ga’e!  Nama baay’ee, Simaanaa Nama qe’ee keessaan jiraachuu dhufe hundaaf gootan...
12/10/2024

Abee koo baga Waaqayyo guyyaa kanaan si ga’e!
Nama baay’ee, Simaanaa Nama qe’ee keessaan jiraachuu dhufe hundaaf gootan,kabajaa fi ulfina isiin namootaaf kenniitan Dachaadhaan isiiniif ijoollee keessaaniif Waaqayyo akka dugda isiiniif baasu nan Amana.
Dajuu koo baga gammaddee
Maatiin hundi baga gammaddaan

Congratulations 🎉 Kibiru Jirata
11/10/2024

Congratulations 🎉
Kibiru Jirata

WelcomeFayera Abdisa
11/10/2024

Welcome
Fayera Abdisa

 !
11/10/2024

!

Address

Addis Ababa

Telephone

+251913416822

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Agape Gospel Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share