Ifa Dhugaa

Ifa Dhugaa โœช๐‰๐ž๐ฌ๐ฎ๐ฌ ๐ˆ๐ฌ ๐‹๐จ๐ซ๐

25/08/2026

๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
a. Waaqayyo balaa akkamalee si haa oolchuโ€ผ๏ธ
b. Waaqayyo mirga kee haa ta'uโ€ผ๏ธ
c. Waaqayyo lola diinaa sirraa haa ifatuโ€ผ๏ธ
d. Waaqayyo gad bahuu fi ol galuu kee haa to'atuโ€ผ๏ธ
e. Waaqayyo ija diina keetii siif haa qabuโ€ผ๏ธ
f. Waaqayyo bara jireenya kee siif haa eebbisuโ€ผ๏ธ
g. Waaqayyo harka namaa sin kajeelchisiinโ€ผ๏ธ
h. Waaqayyo hojii fi jireenya kee haa eebbisuโ€ผ๏ธ
Gooftaa Yesusiin Ameenโ€ผ๏ธ
Page kana Ifa Dhugaa yoo isinitti tole , , godhaa nama hundumaa biraan ga'aaโ€ผ๏ธ

24/08/2026

Gaafa namoota bilchaatoo faana ooltu bilchaachaa deemta๐Ÿ’™

23/08/2026

Jaalala hundee hin qabne dhiisi

23/08/2026

2ffaa dhalachuun dirqama; jirenya argachuuf โœ๏ธ

23/08/2026

Kadhata koo dhaga'i, yaa Waaqayyo, dubbii ani afaan kootiin sitti himadhus dhaggeeffadhu!
โ€”Faar 54:2

23/08/2026

Waaqayyo si haa eebbisu

20/08/2026

Jabaan harki Waaqayyo Maqaa Yesuusiin siif haa diriiru

20/08/2026

Waaqayyo dhiphina amma keessa jirtu keessaa si haa baasu

20/08/2026

Waaqayyo gara kee haa ilaalu ๐Ÿคฒ

Address

1000
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ifa Dhugaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share