22/08/2024
Baga ayyaana yaadannoo ol ba'uu haadha keenya πΈππππππππππππ π«πππππ π΄πππππππππππ isin gahe.Ameen!!!
" Yaa Waaqayyo, gara boqonnaa keetti ka'i hoo, atii fi Taabotni mana qulqulluummaa keeti !"
π Faarf 132: 8
" α α€α±α₯ αα° αα¨αα΅α
α°αα₯α₯ α αα°α α¨αα
α°α΅α
α³α¦α΅α’"
π αα.α³ 132:8)
"Wayyoo, dubbiin kun ajaa'ibsiisaadha! Abbootiin keenya durii du'aa gara jireenyaatti kan siin ce'an yaa riqicha lafaatii hanga samii kan geessu, yaa yaabbannoo , uumamni jalqabaa hundi siin haarome" Abbaa Hiriyaqoos
Ayyaanni kun kan eebbaa hunda keenyaaf haa ta'u , Ameen!
π Eebbi fi sugni haadha keenya kakuu Araaraa hunda keenya waliin haa ta'u.