Iqraa Media Network

Iqraa Media Network Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Iqraa Media Network, Religious organisation, Addis Ababa, Ababa.

Gaaffii badhaasa qarshii miliyoona tokkoo qabu kan usataaz Qamar Huseeniin qophaa'e~~~~~~~Da'awaan keenna bifaa Addaatii...
23/08/2023

Gaaffii badhaasa qarshii miliyoona tokkoo qabu kan usataaz Qamar Huseeniin qophaa'e
~~~~~~~
Da'awaan keenna bifaa Addaatiin itti fufee oleera Gaafii badhaasa qarshii miliyoona Tokko (1000,000)argamsiisuu gaafatamee deebiin dhabne hanga dhumaattis hin argamu. Gaaffin Akkas jetti namni macaafa /kitaaba beenxe keessatti Iyyasuus Ani gooftaadha nagabbara kan jedhu namni fide badhaasa qarshii miliyoona Tokko badhaafama jedhani ustaaz gaafatanii deebiin dhabame.kana booda Iyyasuus goofta jedhaa magaalaa keessa deemuun Akka hin danda'amne ustaaz Qamar dhaamani jiru .akkasumas namna dhiira tokkoo fi dubartoota sadi'ii shahaada qabsiisanii jiru Allahu Akbar.

Jamaa'aa shaashamannee ሻሸመኔ ሙስልም ጀማዓ BY AMAR TAMAM

22/08/2023

Address

Addis Ababa
Ababa

Telephone

+251933576611

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Iqraa Media Network posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Iqraa Media Network:

Share