Mil'uu Wangeelaa

Mil'uu Wangeelaa Macaafni Qulqulluun Qajeelfama Dubbii Sagalee Waaqaa Isa Nuuf Kennamedha

02/07/2025

Namni qooda gaarii
wanta hamaa yoo deebise,
wanti hamaan mana isaattii hin fagaatu;
Fakkeenya 17:13

01/07/2025

Akkuma meetiinii fi warqeen
qodaa itti baqfaman keessatti qoraman, Waaqayyo garaa namaa in qora.
Fakkeenya 17:3

26/06/2025

Jal'oonni in figgimfamu, deebi'aniis hin argaman; manni qajeelotaa garuu jabaatee in dhaabata.
Fakkeenya 12:7

25/06/2025

Garuu ani abdiidhaan sin eeggadha yaa Waaqayyo, atoo deebii anaaf in laatta, yaa Waaqayyo gooftaa ko!
Faarfannaa 38:15

21/06/2025

Kanaanis Yesus walii galtee isa caalu isa kakaadhaan dhaabate sana amanamaa godhe.
Ibroota 7:22

17/06/2025

Abdiin inni nu abdachiise isa kana; innis jireenya bara baraa ti.
1 Yohannis 2:25, 27

16/06/2025

Address

Addis Ababa
Ababa

Telephone

+251945307161

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mil'uu Wangeelaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share