Miidiyaa Kutaa Lallabaa Godina Shawaa Lixaa West Shoa Diocese Comminication

Miidiyaa Kutaa Lallabaa Godina Shawaa Lixaa West Shoa Diocese Comminication https://t.me/+W-ErAEVsCWcyNWE0
tiktok.com/.shoa.diocese

25/05/2026

Ijarsii Gamoo Wajjiraa Biyya Lallaba Shawaa Lixaa
Eebbifamoo Abbaa Keenyaa Abuna Gabri'eel phaaphaas Biyya Lallaba Keenyaan Ijaramaa jiruu Halaa addaa ta'een as Gahee Jiraa

👉👉👉Beeksisa Qacarrii👇👇👇Lubootaa Daqonii fi Margeetaaf Warqaa Raga Angoo Lubbumm Kan QabuQoqaa Lachuu Kan Danda'uu 👇👇👇👇👇
23/05/2026

👉👉👉Beeksisa Qacarrii👇👇👇

Lubootaa
Daqonii fi
Margeetaaf
Warqaa Raga Angoo Lubbumm Kan Qabu
Qoqaa Lachuu Kan Danda'uu 👇👇👇👇👇

21/05/2026
Kabajaa Ayyana Waggaa Ol Bahinsaa Gooftaa Keenyaa Iyyasusii Kiristoos Mana Kiristaana Ambo D/B/Iyyasusittii Bakkaa Eebbi...
21/05/2026

Kabajaa Ayyana Waggaa Ol Bahinsaa Gooftaa Keenyaa Iyyasusii Kiristoos Mana Kiristaana Ambo D/B/Iyyasusittii
Bakkaa Eebbifamoo Abbaan Keenyaa Abuna Gabri'eel Argamanitti

Mana Kiristaana  D/Biraan Iyyasusii Ambotti Kabajaa Ayyana Waggaa ol Bahuu ( Irgati )irrattii Ebifamoo Abban Keenyaa Abu...
21/05/2026

Mana Kiristaana D/Biraan Iyyasusii Ambotti
Kabajaa Ayyana Waggaa ol Bahuu ( Irgati )irrattii
Ebifamoo Abban Keenyaa Abuna Gabri'eel Phaaphaasin Biyya Lallaba Keenyaa Angoo Lubbumma 161fi Laatan
👉👉👉Lubootaa 22
👉👉👉👉Diqunaa 138
👉👉👉👉Qumsinaa 1
Laatanii Jiruu
Guyyaa 13/9/2018
በምዕራብ ሸዋ ሀገረ ስብከት በአምቦ ደ/ብ ኢየሱስ ቤተ ክርስቲያን ብፁዕ አባታችን አቡነ ገብርኤል የምዕራብ ሸዋ ሀገረ ስብከት ሊቀ ጳጳስ እና የቅዱስ ሲኖዶስ አባል በዛሬ በበዓለ ዕርገት ለ138 ደቀ መዛሙርት ማዕረገ ዲቁና፣ለ22 ዲያቆናት ቅስና እንዲሁም ለ1 መነኩሴ ቁምስና በጠቅላላ 161 አገልጋዮች የክህነት ማዕረግ ሰጥተዋል።

20/05/2026

Amboo Iyyasusittii Kabajaa Ayyana Waggaa
Yaa'ii Afuura Guddaa Guyyaa Jalqabaa

Baga Ayyaana  Guyyaa Ol bahiinsa Gooftaa Keenya Iyyasus Kiristoosiin isin gahe  Ayyaana olbahuu gooftaa keenya Iyyasus K...
20/05/2026

Baga Ayyaana Guyyaa Ol bahiinsa Gooftaa Keenya Iyyasus Kiristoosiin isin gahe Ayyaana olbahuu gooftaa keenya Iyyasus Kiristoos Amboo D/B Iyyasusitti Haala adda ta'een jalaa Bultiin Ayyana Waggaa egalee jiraa
👉👉👉👉Yaa'ii Afuura Guddaa
Amboo iyyasusittii

Baga Ayyaana  Guyyaa Ol bahiinsa Gooftaa Keenya Iyyasus Kiristoosiin isin gahe Jechaa Ayyaana olbahuu gooftaa keenya Iyy...
19/05/2026

Baga Ayyaana Guyyaa Ol bahiinsa Gooftaa Keenya Iyyasus Kiristoosiin isin gahe Jechaa Ayyaana olbahuu gooftaa keenya Iyyasus Kiristoos Akka Biyya Lallaba Shawaa Lixaatti Mana Kiristaana Amboo D/B Iyyasusitti Waggaa waggaadhaan Haala adda ta'een akka kabajamu ni beekkama Ayyaana Kana irratti Angoon Lubummaa fi Diqqunnaa Karaa Eebbiifamoo Abbaa Keenya Abuna Gabri'eel Phaaphaasii Biyya Lallaba Shawaa Lixaa ni kennama gaafa guyyaa
12/9/2018 Hundi keessan Hanga sa'aatii 9:00 tti Wajjiira Biyya Lallaba Shawaa Lixaatti Argamtanii Seera fi sirna Diqqunnaaf Lubummaa Qormaata Barbaachiisu fudhachuu akka qabdan Biyya Lallaba Shawaa Lixaa isin Beeksiisaa
Hubachiisa
Biyya Lallaba Shawaa Lixaan Alatti Biyya Lallaba Biraa hin keessumeessinu
👉👉Angoo Lubummaa fi Diqqunnaatti kan Dhuftan Xalayaa Mana Lubummaa Aanaa keessanii malee yoo dhuftan Kan isin hin keessumeesine ta'uu isin Hubachiisaa
Nagaan Waaqayyoo Hunda keenya waliin haa ta'uu!

Adresse

Ambo

Téléphone

+251956546399

Site Web

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Miidiyaa Kutaa Lallabaa Godina Shawaa Lixaa West Shoa Diocese Comminication publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Partager

Type