Addunyaa Hafuuraa

Addunyaa Hafuuraa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Addunyaa Hafuuraa, Toronto, ON.

Subscribe godha ammas
12/10/2023

Subscribe godha ammas

11/26/2023

Ayyaanni fi nagaan isiniif haa baay'atu jechaa EEBBI CD KOOTII LAKK KONSERTII AN HIN FAARSUU YESUSIIN MALEE JEDHU IRRATTI sanbata fuula keenya dura jiru jechuun saadasa 23 waaree booda sa'aatii(local time) 7:30 irraa eegalee waldaa amantoota guutuu wangeelaa gullalleetti eebbifamuuf aldureen hundumtuu xummurameera! kanaaf biyya fagoo irra kan jirtaniif
sagantaan kun guyyaa sana on line kallattin kan darbu ta'a, kanaafuu iddoodhuma jirtanitti eebba Waaqayyoo akka nu wajjin hirmaattaniif sin affeerera! Warri magaala finfinneefii naannoo ishee jiraattan hundumti keessan qaamaan akka irratti hirmaattaniif jaalala Waaqayyootiin waamicha guddaa isiniif godheera!
kana malees beeksisa sagantaa kanaas ta'ee waanta barbaachisu hundumaan na cina dhaabbatanii fiixaan akka baaftan waamicha guddaa isiniif godheera!
kana waan gootaniif ammumaa kaasee galanni koo isiniif guddaadha.

11/26/2023

Ati Yoo Of Taatee Jiraatte Bareedda
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✪ Namoonni waa'ee kee yeroo dubbatan inni/isheen nama addaati siin jedhu moo, inni/isheen ebelu fakkaata/fakkaatti siin jedhu. Namoonni akka nama biraatti si beeku taanaan ati of hin taane jechuudha.

✪ Situ yoona waan dubbattuun, hojjettuu fi amala keetiin nama biraa fakkaatta ta'a. Atihoo nama biraa ofitti fakkaattamoo ofuma kee ofitti fakkaatta? Kamiinis ta'e, ati kan dhalatteef of taatee waan ati qofti hojjettee darbuu qabdu akka hojjettuufi.

✪ Ati utuu of ilaaltee amalaan dandeetiidhaan, beekumsaan, gochaa fi gahumsa keetiin waan nama biraarraa adda si godhu qabda. Addummaa keetiin waan addaa si keessa jiru hojjettee mul'isuutu sirra jira. Kana gochuufis ta'e of taatee jiraachuuf ofiti amanuu qabda.

✪ Atimee nama jabaa fi jabduu tokkodhaam. Kanaaf, dandeettii kee, gahumsa kee fi kennaa addaa kee isa si keessa jiru hojiitti hiiki. Yos ofirra darbitee dhaloota hedduuf bu'aa taata.
Galatoomi!

Hiriyyoota kee jaallattu bira akka gahuuf qoodiif!

Jaba nama
09/19/2023

Jaba nama

Ammagaa Kunis dhawwaata akka nu seenaa deemu hin dagatinaa. Gaafa dura Sukkaarri biyya kana dhufu kadhaadhan manarra dee...
07/25/2023

Ammagaa Kunis dhawwaata akka nu seenaa deemu hin dagatinaa. Gaafa dura Sukkaarri biyya kana dhufu kadhaadhan manarra deemtee Qabalee hawaasa sossobaan bunaaf Shaayin barsiifatte. Booda hiriirri Sukkaaraaf Zayitaa gadadoo ta'e. Wantoonni nyaataman, dhugaman fi akkeeffaman baay'een gaafa alarraa galan maqaa "ammayyummaa" jedhamuun moggaasaan leellifamee dhibee gubbaarri miidhaguun nyaata. Abaarsi safuu caccabsu karaa Saayinsii fi Tekinoolojiin Afrikaa dhufu aadaa fi duudhaa gurraachotaa hundeerraa balleessee kan isaanii diriirsa. Aadaa duubatti hafaa jechuun duudhaa sirrii gurraachotaatti cilee dibanii salphina hedduun dhaloota balleessan. Suusiin araadummaan dhufe karaa baay'een dhiiraaf dhalaa namummaa irraa mulqe.

Mee fakkii armaan gadii kuni gaafa dubartoota keenyatti dhufe akkam taanaa? Moodelummaa fi acting, Fashion fi Saayinsiin gara garaa akkanaan as deemee, dabalataan borullee hiriiraan dhufuuf jira.
Ergaa karaa barnoota amayyaatin dhufu kamiyyuu ittiin jiraanna jenneetu ittiin rakkanna. Dhiirris dhiirummaa hanqatee, dabartiinis dubartummaa mulqamtee namarraa waan birootti jijjiiramne.
Ulfinnii fi kabajni haadholiin teenya dur qaban dhawwaata karaa hedduun baduuf jira.
Ulfi takka safuu qabdi!

Isin hoo dhaloota kanaan maal jettuu?

Waaqayyo Abjukee gafaa fixxan basuu akkas godhee sii kabajaa
05/27/2023

Waaqayyo Abjukee gafaa fixxan basuu akkas godhee sii kabajaa

04/08/2023

Address

Toronto, ON

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Addunyaa Hafuuraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share