06/08/2026
Ani yeroo hundumaa maqaa Waaqayyoo nan eebbisa,
jajuun isaas takkaa afaan koo keessaa hin bu'u.
:11
nagaan waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu! sagantaan keenya dilbata waaree boodaa yeroo isaa eeggatee itti fufa!
sagantaan keenya yeroo isaa eeggatee itti kan fufu ta'a